Orosity
Orosity is the digital University set up to bring all the traditional and modern skills under one roof to the Oromo and other nations can access them.
Here is a brief about me: https://www.linkedin.com/in/beekan-erena/
09/24/2026
Viidiyoo Jaallee Habtamu Lamu kana dhaggeeffachuu dhiisuun yakka!
Tola ooltummaa guddaa inni waahellansaa faana taasise akkuma jirutti ta'ee garuu waa'ee JAWAR MOHAMMED irratti kan inni bilchinaan xiinxale keessaa qabxii ijoo sadii ani fudhe akka kanaa gadiiti.
1. Obbo jawar Mohammed' akka re'ee miidiyaa hawaasaarraa mar'achuu malee waan Habtamuu Lamuu hojjete 1/10000ffaasaa akka inn hin hojjenneefi durwwaa ta'uusaa soqolee nutti agarsiise.
2. Girrooti Jawar joonjoftoota ta'uushee irraa soqolee nutti agarsiise. Girrisoonnis ija 1 qofa kaka qaban; iji tokkittiin kunimmoo jaamtus boossus, ajjeestus, balleessitus...callisteetuma kan faana yaatu ta'uusheefi waggaa kurnan lammaan kanaaf jaamaa jaamaa gotoottuufi jala yaatu ta'uuu nuyaadachise.
3. Jawar nama isarra wayyu arguu akka hinfeene. Kun seenumasaa dhugaati. Namoota beekumsa qaban akka hinfeene (Fakkeenyaaf, Xaggaayee Araarsaa, Henok Gabbbisa, Hisqeel gabbisaa, Ittaanaa Habtee kkf....) ofirraa kan haqeef nama isa caalaan akka arguu hinfeene ta'uusaa nuyaadachiise.
4. Jawar nama nam kam dura PP faarsaafi jajaa ture ta'uu nuyaadachiise. Inumaa "Raddaatiidha" ani jedhee nama Public' himataa ture ta'uu; yeros inni 'himalaa/tasaafaarii' ta'uu eeree argument' isaa har'aa kufaafi haafa ta'uu saaxile. Habtaamuun' Vaalagummaa ajaa Jawar hojjetu utuu beekuu saaxiluu hinfeene.
Kan biraa isin itti dabalaame...
Beekan Erena
Orosity
Oromo University
-
Gingilchaa: Olola Jawar Mohammed Habtamu Lamu irratti Join this channel to get access to perks:https://www.youtube.com/c...
Biraakiing Niiwuus🤑
Ximddoittis gallaan: Ximdoon didde. Warra Arabaattis gale; arabnis didde; OROMOOn silumaa ajeeffatte. Ilmaan Lidetu Liiftii keessatti ukkaamsan. Kana booda Xiyyaaraa xiyyaaratti darbuun cimte😜😁
09/08/2026
Ilfee
09/08/2026
Ilfee❤️
Iccitii walqalmaa ***
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the school
Address
Boston, MA
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Orosity posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.