Falmatu Haqaa
www.com oromoo art
21/01/2021
04/01/2021
๐ซ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
"Kun caarraa koo isa dhumaadha, qaroo-dhabeessi yoo hin barannee hin milkaa'u"
Dargaggoo qaro-dhabeessi Abrahaam Dureessaa qormaata gahumsa mirkaneessu kan namoota seera barataniif kennamu Kibxata torbee darberraa eegalee fudhachaa ture.
Guyyoota sadiif erga qoramee booda guyyaa afraffaa wanti hin eegamne isa mudate.
Bakka qormaataa yoo gahu "Xiqqoo waan barfateef, aariitiin koodii qormaata isaa utuu hin qabatiin ba'e. Seenee 'koodii koon dagadhe naa qortuu jennaan, lakki manatti deebi'iiti fidii koottu' jedhaniin" jedha hiriyaan isaa.
Mana gahee yoo deebi'u itti barfatee waan tureef qormaata seenuu dhorkame.
Hanga dande'eetti "ani qaroo dhabeessadha, ollaan koos fagoodha, sa'aatii jirtuun wal geessisee hojjachuu nan danda'a," jedhe ibsuufii yaalus hin danda'amu jedhanii didaniini" jedha.
Sana booda dargaggoon Abrahaam miira abdii kutannaan gara mana isaa deebi'e.
Odeessa guutuu asii dubbisaa๐๐https://bbc.in/3852JT1
03/01/2021
Namtichi dubartoota 93 ajjeesuu amane ganna 80tti duโe
****************
Lammiin US Saamuโeel Liitil jedhamu kan seenaa Ameerikaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafate jechuun Biiroon Qorannoo Yakkaa Federaalaa Ameerikaa(FBI) ibse umrii ganna 80tti duโaan boqote.
Liitil hospitaala Kaaliforniyaa kessatti Roobii duโuu muummeen mana amala sirreessaa biyyattii ibse.
Saamuโeel Liitil dubartoota sadii ajjeesuu isaatiin hidhaan umrii guutuu itti muramee ture.
Haataโu malee, wayita duโuutti dhiyaatu dubartoota 93 bara 1970-2005 gidduutti ajjeesuu amane.
Liitil dubartoota akkamii ajjeesaa akka turellee himeera.
๐๐พ๐๐พhttps://bbc.in/38QvOkj
Suuraan: Getty Images.
03/01/2021
Ji'a jahan har'aa kan ajjeefame Art. Haacaaluu Hundeessaa, namoota bebbeekamoo ardii Afrikaa bara 2020 keessa duuti isaanii dhiibbaa guddaa uume keessaa tokko.
Dheekkamsaa fi hokkora ajjeefamuu isaa hordofee dhalateen namootni 160 ta'an du'aniiru.
Taphataan Kubbaa Miilaa biyya Senegaala Paappaa Diyoop yeroo dheeraaf dhukkubsachaa erga turee booda Sadaasa darbe umrii isaa ganna 42'tti aaddunyaa kanarraa boqoteera.
Namooti maqaa guddaa Afrikaan bara 2020 keessa dhabde kan hafan eenyu?
https://bbc.in/3aQRm2Z
Yoo siin daganuu haccee koo๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
24/10/2020
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Beirut