CIRO
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from CIRO, Grocers, CIRO, Mojo.
6667
10/07/2023
Qaamni kamiyyuu uummata Oromoo hiree amma argate irraa duubatti deebisuu hin danda'u.
10/07/2023
Guyyaa 7tu hafee‼️
👉Eyyen Guyyaa 7 qofatu hafee ; Koottaa Guyyaa tokkotti waliin taanee biqiltuu miliyoona 500 dhabuun seenaa yaa hojjannu💪
19/06/2023
19/06/2023
Yaa rabi fayisi yaa allha
Haati teenya Artist Halloo Daawwee dhukkubsattee mana haakimaa Hospitaala Rifo Valley ciisutti jirti.🥲 Dhibee jabduutu harkaa qaba. Haadha teenya Rabbiin nuuf haa fayyisu. 🤲
Nuti ilmaan isii garuu, Haadha teenya Halloo Daawweetiif gaafa duute booyuun akkuma Abdi Qopheen (Rabbiin Raahmata haa godhuufii) je'e sani. Ammaan isiif iyyinee, dirmannee wal dirmachiisuun, wallaannannee fayyisuudha qabna.
Namuu dirqama qabna.✍
Adem Dhalate Waxabajjii 17,2023. Finfinnee
05/06/2023
04/06/2023
Alha
Guyyaa dheebuun nama fixxu san howdii nabii Muhammad saw Rabbin isin haa obaasu salawaata buusa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
CIRO
Mojo