Fact information
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fact information, Writer, Oromia, Metu.
29/03/2026
Korommii jabduun deesse
Raasaasni sinirraa hin caamne
Yaa Cobii xiyyitii qorsaa
Dirrakee si bobeesse
Kunoo sirraa hin dhaamne
Har'allee Ibiddi gorsaa
Uummata maalif waraantu?
Nu ga'eera lolli mandaraa
Eenyu miitanii, eenyus mootanii irra aantu?
Maaloo nagaa buusaa adaraa
Inni tokko Abbaa qe'ee ta'aa
Inni tokkommoo godaantuu
Maaloo kanarra nu ga'aa
Harkuma keessaniin harka keessan dhaantuu?
Ofumaaf wal cabsine lafee
Harkumatu harka nyaate
Lolli sirnaa hafee, lolli daangaa hafee
Lolli qe'ee taate
Lola Obbolaa taate
Osoo lammiin qoodee
Falaxaa walitti diruu
Tasa hin jiru koodee
Bilisummaan jiruu
Gaafa Abbaan guddisee
Ilma isaatiin kufu
Qilleensi nagaa buubbisee
Bilisummaan hin dhufu
Gammachuun nurraa badee
Erga gadda gootanii dhaala
Bilisummaa isin jettanirra
Garbummaa kaleetu caala
Ayii ๐ฅฒ๐ฅฒ๐ฅฒ๐ฅฒ
Hanga yoomiitti?
Usman Uj โ๏ธโ๏ธ
24/03/2026
YNWA
.
โค๏ธLiivarpuul maalif mufate?
โ๏ธKilaba Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 38 keessaa 32 injifate maaltu mudate?
โ๏ธkilabni dirree isaa Anfiildi Rooditti taphoota 85 utuu hin moo'amin itti fufe maaf gufate?
โ๏ธKilabni taphoota 44 walitti aansuun taphate hundarratti galchiiwwan lakkoofsise amma maal rakkate?
โ๏ธDirreen ala taphoota 25 walitti aansuun taphate hundarratti galchiiwwan lakkoofsise Liivarpuul maaf dhokate?
โ๏ธPiriimiyer liigii Ingilaandi irratti galchiiwwan 189 lakkoofsisee 92 kan mijeesse Moo Saalaan maaf tirate?
โ๏ธDirree ofiitti 11fi0'n dirreen ala 8fi0' kilaboota Ingilaandi kan moo'atu Liivarpuul amma maalif dagate?
โ๏ธAkka kilabaatti bara dorgommii tokkoon galchiiwwan 147 akka taphataatti 47(Iyaan Raash) lakkoofsisuun gita kan dhabe Liivarpuul.
โ๏ธTaphattoota shan tokkoon tokkoon taphaan galchiiwwan shan lakkoofsisuun seenaa dinqii galmeessan kan qabu Liivarpuul.
โ๏ธIngilaandi irratti Isteediyeemiin baayโina Waancaan wal dhiphise 70 qabu Anfiildi Rood Liivarpuul malee hin jiru jedhee cal'isee?
โ
๏ธMee seenaa Kilabni Liivarpuul jedhamu tarreesse qabu kana kan qooddatu yookaa xinnoma itti dhiyaatu qabu jiraa?
๐ฅฐLiivarpuul moo'amee,moo'atee,qabxiis qooddatee kilaba homaa itti hin qorrine.Yeroo hunda You'll Never Walk Alone.
โค๏ธYou'll Never Walk Alone
โฝ๏ธThe Beautiful Game
18/03/2026
Qaxalee jollee....
22/02/2026
Raayyaan ittisa biyyaa mandara Shororkeessitootaa kan taate Magaalaa Asmaraa to'achuuf murteessuun isaa dhagahame.
Magaalaan Asmaaraa bakka Shororkeessitoonni maandheffatanii nageenya naannawwaa waggoota dheeraadhaaf booreessaa turan ta'uun isaa ni beekama. Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa yeroo muraasa keessatti Magaalaa Asmaraa to'achuuf qophii xumuree jiraachuu maddeen amanamoo irraa odeeffanneerra.
Hanga Asmaraan bilisoomtutti nageenyi Gaanfa Afiriikaa tasgabbaa'uu akka hin dandeenye Xiinxalli Raayyaa ittisa biyyaa ifoomseera.
Loltoonni Itoophiyaa meeshaalee waraanaa ammaayyaa hidhachuun gara kaabaa imalaa jiru.
20/02/2026
Sirrii dha.Santu Seera!.
"Raayyaan Ittisa biyyaa guyyoota muraasa booda Kaampilee waraanaa naannoo Tigiraay,waggoota muraasaan dura keessa qubatee hojii idileesaa gaggeessaa ture deebisee to'annoo saa jala galchuun hojii ni eegalchiisa."Jeneral Abebawu Taaddasee
Abbichuu nijaalanna!
Badhaadhina ni filanna!
Arsenal yoomu waancaa hin nyaatu!
20/02/2026
Itoophiyaan Eertiraa Moโuu Dandeessii ?
Xaaliyaan bara 1890tti bulchitoota naannoo qarqara galaana Diimaa jiran waliin waliigaltee erga mallatteessitee duuba Eertiraa koloneeffatte.
โKoloniyaa Eertiraaโ jedhanii moggaasan, kunis Afrikaa keessatti kolonii Xaaliyaanii isa jalqabaa jedhamee ture.
Xaaliyaan buโuuraalee misoomaa, buufata doonii, fi daandii baaburaa keessattuu Asmaraa fi Massawaatti ijaaruun Eertiraan biyyoota Baha Afrikaa ammayyaa taโan keessaa tokko goote.
Yennaa san, Xaaliyaanonni hedduun achi qubatan โ Eertiraan โRoomaa diqqooโ jedhamtee beekamte.
โ๏ธ ๐ช๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐๐ฑ๐ฑ๐๐ป๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ & ๐๐๐น๐ฐ๐ต๐ถ๐ถ๐ป๐๐ฎ ๐๐ป๐ด๐ถ๐น๐ถ๐๐ถ๐ถ (๐ญ๐ต๐ฐ๐ญโ๐ญ๐ต๐ฑ๐ฎ)
Yeroo Waraana Addunyaa Lammaffaa Xaaliyaan (Mussolini jalatti) bara 1935 Itoophiyaa weeraruun - Xaaliyaanii Eertiraa, Itoophiyaa fi Somaaliyaa walitti makuun impaayera koloneeffataa tokko jalatti guulchuuf yaalaa turan.
Bara 1941 humni Ingilizii fi Woraanni Itoophiyaa Xaaliyaanota injifate. Erga sanii Eertiraan Bulchiinsa Waraanaa Ingilizii jalatti hatte. Ingilizoonnis Eertiraa gara waggaa 11 (1941โ1952) bulchaa turan.
Yeroo kana keessatti, Ingilizoonnis industirii tokko tokko diigde (maashinoota gara Hindii fi kolonii birootti sochoosan). Dammaqiinsi siyaasaa ni ture โ Eertiraan egeree isaanii irratti falmuu eegalan.
๐ ๐ ๐๐ฟ๐๐ถ๐ถ ๐๐ฒ๐ฑ๐ฒ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐๐ต๐ถ๐ป๐ถ๐ถ ๐๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ฎ๐๐ฎ ๐ ๐ผ๐ผ๐๐๐บ๐บ๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐บ๐๐ผ๐ผ๐บ๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ (๐ญ๐ต๐ฑ๐ฎ)
Waraanaa Addunyaa Lammaffaa duuba humnoonni addunyaa (Ameerikaa, Sooviyeet, fi Biriteen) Ertiraa maal akka godhan irratti marii tolchanii walii galuu hin dandeenye.
Itoophiyaan, bara bulchiinsa Haayilasillaasee, Eertiraan seenaa keessatti qaama Itoophiyaa taโuu fi Galaana Diimaa fayyadamuun murteessaa taโuu isii falmuudhaan, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif cimsitee gaaffii dhiyeessite.
Sabboontotni Eertiraa garuu walabummaa Eertiraaf falman. Eertiraan akka if dandeessee Biyya taatu barbaadan. Ameerikaan Yeroo san Yaada Itoophiyaa Haayila SItoophiyaan Eertiraa Moโuu Dandeessii ?

Bara 1941 humni Ingilizii fi Woraanni Itoophiyaa Xaaliyaanota injifate. Erga sani
inni tokko duruu iid-mubaarak jechuu jammarre.
12/02/2026
12/02/2026
Who can kill?
09/02/2023
๐คAdii dubbannaaf Adii uffanna.......... โ๏ธ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Contact the school
Telephone
Website
Address
Oromia
Metu
MAN