Burqaa Tech

Burqaa Tech

Share

Page odeeffannoowwan teeknooloojii haarawa yeroo yeroon itti argattanidha.

Artificial Intelligence Maalidha || Beginners Full AI Course in Afaan Oromoo - Ai Yeroon Baradhaa 09/10/2025

Ai Maali?

πŸ€– fayyadamuun dalagaa online garaagaraa salphifachuuf akkasumas tti gargaaramuun maallaqa online hojjechuun duratti dhumti maal akka ta'e sirriitti beekuu fi hubachuun hedduu barbaachisaadha.

⚑️ Kanaaf egaa sadarkaa teeknooloojii addunyaan guyyaa har'aa irra geessee jirtu kana walqabsiisuun waayee maalummaa akkasumas akkaataa inni itti hojjetu fi wantoota kanaan walqabatan irratti course an isiniif qopheessee jiru kun baayyee tokko sin gargaara. YEROONIS amma waan ta'eef itti fayyadamaa.

Artificial Intelligence Maalidha || Beginners Full AI Course in Afaan Oromoo - Ai Yeroon Baradhaa πŸ“˜ What is AI? πŸ€– Beginners Full Artificial Intelligence Course | Learn AI Step by Step (in English + Afaan Oromo) | Ai Dirqama Amman Tana Barachuu Qabdu. We...

How to Get ByBit MasterCard in Ethiopia || Akkaataa VisaCard Bilisaan itti Banattan 16/02/2025

MasterCard kan kaffaltiiwwan international garaagaraa ittiin raawwachuuf gargaaru haala kanaan salphaatti exchanges irraa baafachuu dandeessu

How to Get ByBit MasterCard in Ethiopia || Akkaataa VisaCard Bilisaan itti Banattan How to Get ByBit MasterCard For Free in Ethiopia Learn how to get the ByBit MasterCard for FREE! πŸš€ In this step-by-step guide, we’ll s...

Photos from Burqaa Tech's post 03/03/2024

dhaabbatni hundeesse amma irratti ammoo AI ajaa'ibaa tokko kan jedhamu qabatee dhufee jira.

AI Kunis ykn barreeffama kennameef tokko gara tti jijjiiruu kan danda'u yommu tahu, AI tool kana fakkaatan kanneen duraan qaama garaagaraatiin hojjetamanii jiran waliin wayita madaalamu garaagarummaa guddaa kan qabuu fi imala AI gara fuulduraa sodaa keessa kan galcheedha.

yoom irraa kaasee fayyadamtoota hundaaf akka dhiyeessu wanta beeksise hinqabu. Amma irratti garuu qaamolee muraasa qofaaf eeyyamee jira.

Odeeffannoon teekinooloojii wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf keenya follow godhaa.

03/03/2024

Generative AI beekamaa kan Google duraan jechuun moggaasee ture amma irratti jijjiirama garaagaraa irratti gochuun maqaa isaas gara tti jijjiiree jira.

Duratti bard.google.com jechuun barreessinee fayyadamaa kan turre, amma irratti gemini.google.com barressuun fayyadamuu dandeenya.

19/07/2023

raawwii isaa kan bara kanaa ilaalchisuun kennaa torbee tokkoof turu 1GB, 25min, 50message harra irraa kaasee fayyadamtoota isaa maraaf bilisaan kenneera.

09/07/2023

πŸ‘‰Social median jedhamu kan hedduu tokko walfakkaatu dhaabbata tiin gadi lakkifamee jira.

πŸ‘‰Akkuma beekamu dhaabbatni Mark Zuckerberg'n kan hundaaye fi hogganamu yoo tahu, social media kanneen akka , fi abbummaan ni bulcha.

πŸ‘‰Egaa social media haaraa dhaabbatni meta qopheesse jedhu kun gadi lakkifame sa'aa 16 keessatti fayyadamtoota Miliyoona 30 ol argachuu danda'ee jira.

πŸ‘‰Social median jedhamu kun twittern baayyee walfakkaachuu yookaanis 'copycat' tahuu isaa irraan kan ka'e himannaa irratti banachuuf jedha.

πŸ‘‰Social media kana fayyadamuuf akkaawuntii kan isin barbaachisu yoo ta'u, appii social media kanaas playstore yookaanis telegram channel keenya() irraa buufachuun fayyadamuu dandeessuu.

Odeeffannoo wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf page keenya follow gochuu hin dagatinaa.

Check if a Website is Malicious/Scam or Safe/Legit | URLVoid 04/05/2023

Liinkiin garaagaraa email ykn message dhaan online irratti wayita isinitti ergamuu liinkiin sun tahuu fi tahuu dhabuu isaa website armaan gadii fayyadamuun adda baasuu dandeessu.

1 urlvoid.com

2 safeweb.norton.com

3 transparencyreport.google.com/safe-browsing/search

4 virustotal.com/gui/home/url

Odeeffannoowwan Teeknooloojii wayitawaan yeroon yeroon akka isin qaqqabuuf telegram channel keenya join gochuu hindagatinaa.
JOIN AND SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’Ž
πŸ’ŽπŸ’Ž πŸ’ŽπŸ’Ž
πŸ’ŽπŸ’Ž πŸ’ŽπŸ’Ž
πŸ’ŽπŸ’Ž πŸ’ŽπŸ’Ž
πŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’ŽπŸ’Ž

Check if a Website is Malicious/Scam or Safe/Legit | URLVoid Free website reputation checker tool lets you scan a website with multiple website reputation/blocklist services to check if the website is safe and legit or malicious. Check the online reputation of a website to better detect potentially malicious and scam websites.

ChatGPT fayyadamuun wantoota ajaa'ibaa hojjechuu dandeenyu || ChatGPT Mind Blowing Features 2023 11/04/2023

fayyadamuun wantoota ajaa'ibsiisaa garaagaraa hojjechuu dandeenyu keessaa muraasa isaanii
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

ChatGPT fayyadamuun wantoota ajaa'ibaa hojjechuu dandeenyu || ChatGPT Mind Blowing Features 2023 Video kana keessatti faayidaawwan garaagaraa gargaaramuun argachuu dandeenyu haala bareedaan ibsamee jira waan taheef daawwachuun irraa fay...

Akkaataa Automatic Table of Contents List of Figures fi List of Tables Ms Word Irratti Itti Galchinu 16/03/2023

πŸ‘‰Automatic Table of Contents
πŸ‘‰Automatic List of Tables
πŸ‘‰Automatic List of Figures
πŸ‘‰Different Page Numbers
πŸ‘‰Section Break
πŸ‘‰References

Microsoft Word document irratti akkaataa wantoota armaan olii kana hunda documentation keenya irratti galchuu dandeenyu video dhaan sirriitti ibsamee jira waan taheef liinkii armaan gadiin seentanii daawwachuun itti fayyadamuu dandeessu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Akkaataa Automatic Table of Contents List of Figures fi List of Tables Ms Word Irratti Itti Galchinu Video kana keessatti wayita Project, Thesis fi Research garaagaraa dalagnutti documentation qopheessinuuf akkaataa itti➑️ Automatic Table of Contents➑️ Autom...

Iskiriinii Bilbila Android Waraabuuf App Nu Gargaaran | 3 Best Free Screen Recorder Apps for Android 23/02/2023

Application kanneen iskiriinii bilbila keenyaa waraabuuf nu gargaaran (Best Screen Recorder Apps)
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Iskiriinii Bilbila Android Waraabuuf App Nu Gargaaran | 3 Best Free Screen Recorder Apps for Android BEST Free Screen Recorder apps for Android and a complete tutorial of each showing exactly how to record your Android screenChannel keenya subscribe gochuun ...

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Jimma