Qaree
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qaree, Public & Government Service, Holeta.
21/03/2025
Dhiibbaa qaala'iinsa jireenyaa lammiilee galii gadi aanaa qaban irra gahaa jiru hir’isuuf hojjetamaa jira – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)
***************************************
Mootummaan dhiibbaa qaala'iinsa jireenyaa kana hir'isuuf deeggarsa guddaa kennaa akka jirus eeraniiru.Kanaanis mootummaan boba’aadhaaf birrii biiliyoona 72, misoomaaf ammoo birrii biiliyoona 84 tumsa akka godhe beeksisaniiru.
Hojiileen adda addaa omishaa fi omishtummaa guddisuudhaan jireenya lammiilee akkaataa itti fufiinsa qabuun fooyyessuu danda’an hojjetamaa jiraachuus eeraniiru.
20/03/2025
Walgahiin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa bakka Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad argamanitti gaggeeffamaa jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Holeta