Waarso

Waarso

Share

Sabboonummaa jechuun eenyummaa namaa jibbuu miti. Kan ofii jaalachuudha. Oromummaan keenya eenyumma

Jaalala jechuun yeroo hunda nama jaalannu bira jiraachuu osoo hin taane onnee isaa keessa jiraatu.

25/04/2022
17/03/2022

ماذا خسر تارك صلاة الفجر؟

١ - خسر شهادة البراءة من النفاق.
قال ﷺ : "أثقل الصلاة على المنافقين صلاة العشاء وصلاة الفجر"

٢ - خسر السبب الأعظم لدخول الجنة.
قال ﷺ : "مَن صلى البردين دخل الجنة"
البردين : الفجر والعصر .

٣ - خسر النجاة من النار .
قال ﷺ : "لن يلج النار أحد صلى قبل طلوع الشمس وقبل غروبها"

٤ - خسر عناية الله وحفظه.
قال ﷺ : "من صلى الصبح فهو في ذمة الله"

٥ - خسر أجر قيام الليل كله.
قال ﷺ : "من شهد العشاء في جماعة كان له قيام نصف ليلة ومن صلى العشاء والفجر في جماعه كان له كقيام ليلة"

٦ - خسر لقاء الملائكة وسقط اسمه من سجلاتهم.
قال ﷺ : "يتعاقبون فيكم ملائكة بالليل وملائكة بالنهار ويجتمعون في صلاة الصبح والعصر ثم يعرج الذين باتو فيكم فيسألهم الله وهو أعلم كيف وجدتم عبادي فيقولون تركناهم وهم يصلون وأتيناهم وهم يصلون"

٧ - خسر النور والضياء في يوم القيامة .
قال ﷺ : "بشر المشائين في الظلم إلى المساجد بالنور التام يوم القيامة"

٨ - خسر الأجر والثواب الذي يعدل الدنيا ومافيها من كنوز وزينة .
قال ﷺ : "ركعتي الفجر خير من الدنيا وما فيها"
أي سنة الفجر التي تصلى قبلها.
هذا أجر السُنّة الراتبة فكيف أجر الفريضة؟

٩ - خسر المقام الأعلى والوصف الأسمى.
قال ﷺ : "من توضأ في بيته فصلى ركعتين قبل الفجر ثم جلس حتى يصلي الفجر كتبت صلاته يوم اذن في صلاة الأبرار وكتب من وفد الرحمن"

١٠- خسر الخيرات والبركات وضيع الأجور والحسنات .
قال ﷺ : "لو يعلم الناس مافي صلاة العشاء وصلاة الفجر لأتوهما ولو حبوًا"

ربح المفرط بصلاة الفجر لذة النوم
وربح المؤمن جميع خيرات الدنيا والآخرة .

صدق المؤذن : (الصلاة خير من النوم) . 💜

21/11/2021

{وَلَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ}
لا ترهق نفسك بالمقارنات،
فكلما اتسعت عينك ضاق صدرك.

21/11/2021

29/10/2021

الله المستعان!

Photos from Waarso's post 15/03/2021
29/11/2020

Gurmuun gaagura kanniisaa tokko kanniisota lakkoofsaan 80,000 ol ta'an gosa sadi of keessaa qaba. Isaanis mootii(Queen) takkittii, Dhiirota(Drones) dhibbaan lakkaawamanii fi kan hafan 80,000 kanniisota dhaltuu-Workers(hiddituudha! Kanniisonni dhaltuun qofti kophaatti sadarkaa hojii isaanii irratti hundaa'un bakka afuritti qoodamu. Isaanis Loltoota, Nursoota, qulqulleessitootaa fi sassaabdota jedhamu! Waan nama dhibu kanniisa baay'ina 80,000 ol qabu kana kan kanniisa jechisiisu waan lakkoofsan takka qofa taate mootittii sanadha. Kanniisni mootii hdhabee jiraachuu hindanda'u. Kanniisa 80,000 kabachiisee, damma dammeessisee kan hoogganee jiraachisu Mootittii qofa. Isaanis mootii sana ni eegu, ni kunuunsu,irratti du'u. Bakka mootin sun deemte biraa hin hafan, walumaan holqas seenu, gaaras ba'u, qilleensa keessas balali'u, gamtaadhan socho'u. Isaan hooggansa Mootii sanaa malee hiika akka hinqabne waan beekaniif hanga lubbuu ofii kennanitti mootittii kunuunsanii tikfatu. Nyaata addaa Royal jelly jedhamu nadhii qofa sooru, bakka addaa ta'e dhoksanii handhuura gaaguraa fi dammaa keessa jiraachisu. Akka carraa ta'ee diinni dhufee yoo man'ee isaanii diigellee itti marsanii dhoksuun ofii isaanitiin ishee haguugu. Kana hunda kanniisa 80,000 sanatu mootii takkittii sanaaf godha. Fakkeenya kana waa malee hinkaafne. Waayee kanniisaa haasawuuf otoo hintaane waaye qaama hooggansa humna keenyaa akka kanniisotaa kanatti haa jabeeffannuufin jedhe. Ilma namaatif hooggansi dirqama. Kufaatii fi moo'icha ilma namaa kan murteessu hooggansa qofa. Sabni hooggansa qabu, iccitii qaba, humna qaba, waa hunda qaba, yoomillee injifataadha. Baay'inni, qabeenyi, bareedinni, humni, maallaqni, Sadarkaan baruumsaa fi kkfn gumaata malee injifannoo ta'uu hindanda'an. Injifannoon kan garee ulnae tuuta baay'ee nama dhageettii tokko qabuun hoogganamuuti. Kanaaf kanniisni, mixii fi rirmillee baay'ina tuuta isaa keessatti mootii tokko qofa qaba. Sabni hoogganaa itti amanu, abdii irraa qabuu fi jaalatu tokko qabu loltoota qaba, qawwee qaba, humna qaba, biyya qaba, waa hundumayyuu qaba. Ameerikaan biyya loltootaa fi hayyoota kumaatamaan yaadatamtu otoo hintaane, biyya hoogganaa tokkicha Abraham Linkoln, South Afrikaan biyya Nelson Mandellaati, Hindiin biyya Mahatama Gandhiti. Isaan jala garuu jagnootaa fi hayyoota kumaatamatu jira. Siyaasa Oromoo kana keezsatti ga'een namni Jawaar Mohaammad jedhamu tokkichi kun qabu ga'ee mootin kanniisaa takka gurmuu gaagura tokkoo keessatti qabduun tokkuma. Kufaatiin Jawaar Mohaammad kufaatii ummata Oromooti, Injifannoon isaas injifannoo keenya. Oromoon Jawaarin beekama. Jawaar qofa miti, hooggantoota keenya kan alagaan ittiin nu jibbu,kan nuuf jedhee balaaleffatamu haa jaalannu, haa kabajnu, isa jala haa hiriirru, karaa isaanirra haa buunun dhaamsa kooti jechaa kanniisaf mootii akkuma jedhamu, Oromoodhaf Jawaar Mohaammad jenna! Akka kanniisaa gurmuu qabnutti mootii qabnu haa jabeeeffannu!!
GALATOOMAA!

27/09/2020

Waggaa 103 dura guyyaa akka hardhaa fulbaana 16 (akka laakkofsa habashaatti) Lij Iyyaasuun walqixxummaa amantaa labse. Kutaa biyyattii hunda irraa waamicha godhe. Amantaa Kiristaanaa fi Amantaa Islaamaa dabalatee, Amantaalee biroottis biyyattii keessatti walqixa, Itoophiyaan hunda keenyaaf walqixa jedhe.

Eega inni walqixxummaa amantaa fi sab-daneessummaa labsee booda leellistoonni amantaa tokkoo (Orthodox) fi saba tokkoo (Amaaraa) ilkaan itti ciniinatanii itti kahan. Achumaanis fonqolchanii biyyattii gara duubaatti oofuu jalqaban.

Waggaa 103 booda, jaarraa 21ffaa keessa doofaan sanyiin Minilik tokko asi bayee kunoo Orthodoksiin biyya, ani hordofaa Minilikiiti, biyya bakka Minilik biraa deemetti deebisa jedhee biyya gara duubaa oofaa jira. Nafxanyichi ani nugusa ofiin jedhu kuni Jaarraa 21ffaa keessa taa'ee dhoqqee jaarraa 19ffaa bukeessa, Iyyaasuun ammoo yeroo sanatti ijoollees ta'u Jaarraa 19ffaa keessa taa'ee akka nama Jaarraa 21ffaa keessa jiruutti yaadaa ture.

Madaan Abiy jaarraa 21ffaa keessatti Oromoo fi Amaara jiddutti uume akkuma kan Minilik sana waggaa jaarraa gara jaarraattuu hin fayyu!! Doofaa jaarraa 21ffaa biyya gara jaarraa 19ffaa oofaa jira!!

30/06/2020

Hacaaluu kan ajjeese isuma Oromoo waggaa lama guutuu ajjeesaa ba’e—Abiy Ahmed Alii (Ashaagree) dha. Hamma Oromoon Abiyyii fi mootummaa Abiy balleessutti Oromoo ajjeesuun dhaabbachaa hinjiru. Kunoo ajjeesee ka’ee taazziyaa irran jira jedhee Oromoo arrabsaa jira.

30/06/2020

Hubachiisa!
Ibsa "mootummaa"n baaftuun akka hin dagamne garanumaan of qopheessaa. Qabiyyeen ibsa isaanii hanga ammaa ajjeechaan kun diraamaa mootummichaan qindaawe tahuu agarsiisa. ''Warra tahe jedhee walitti bu'iinsa dhalchuu barbaadutu ajjeese'' jechaa jiru. Mootummaa ibsa irraa eeggannu hin qabnu, Oromoo! Ajjeechaa kanaaf gaafatamaan Abiyyii fi amaamota isaa Nafxanyoota qofa! Sa'aatii kanarraa qabee Oromiyaa mootummaa qabdi jedhamtu ani hin beeku!

Want your school to be the top-listed School/college in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Harar