Sebona lemi

Sebona lemi

Share

Channel

03/09/2024

Celebration!

14/08/2024
31/07/2024

Web Smile!!!!

16/04/2021

Ilmike takkan qabu soda!
Baayyina keetif jedhee
Maalifan gara hiraa
Mudhiiko jabeeffadheen
Kunootti asiin jiraa
An qophii xumureeraa
Mee dafaati as ba'aa
Hundeke deebisuudhaaf
Anuma qofatu ga'aa
Yaa warra na balleessuf
Halkaniin boolla qottuu
Abbaa badu ilallaa
Daddafii mee as kottu!
Yaa ishee wal faana yaatuu
Essaattuu narkaan baatuu
Boolla seentus nan uraa
Muka yaabdus nan muraa!
Seena dhiggan nu dibdee
Adaakeran siif ka'aa

Photos from Zehabesha's post 11/04/2021

Dubiin liyuu ayilii sookof sorgoo biyyaa kanatii?

11/04/2021

Maqaan enyuu?

11/04/2021

Bulchinsaa magalla finfinnetti oggantuu magallichaan durfamuu qonnaan bultoota kenyaa magalla finfinnefi nannowa ishetti argamaan deggersa gochaa jirachuun wan jajjabeffamu qabuu!!

Category

Telephone

Address


Awassa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sebona lemi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Awassa.