Nejo Post

Nejo Post

Share

we struggle for justice

Photos from Nejo Post's post 27/04/2023

Bishooftuu , Oromia Ethiopia 🇪🇹

25/03/2022

Good morning from West Oromia, Ethiopia!

23/12/2020

and
.

Photos from Nejo Post's post 18/12/2020

Mucaan kin jedhama kan dhalate Wallagga Lixaa Aanaa Najjootti yoo ta'u Lola Tigraay irratti wareegamee jira! Achi deemee kan du'u Oromooma keenya, Asitti Mana isaa keessatti kan ajjeefamu Oromoodha. Aarsaan Oromoon Lola kana irratti kaffale nama guba!

18/11/2020

What is ongoing around Nejo?
Najjoo irra maaltu jira mee warri itti dhihaattan adda baasaa!

18/11/2020

Maqaleen Kun hagam fagaattimee warri beektan yerooma hundaa achi geenye achi geenye jedhuhoo maalirrammoo ga'ani laata?

14/11/2020

Waraanni waraanaan malee Hiriiraan hin mo'amu!
Uummata harka qullaa akka barbaaddanitti hiriiraaf oliif gadi yaasuu dhiisaa. Waraanatu fala waan jettaniif humna yoo qabaattan ofirraa loladhaa! Uummatni keenya lolaaf deggersa hin kennuunii.

13/11/2020

Takeze Dam ያወዳሜ አብይ አባይን ብሻጥ ኣይገርምም።

10/11/2020

ያራስን ዜጋ በውጭ ሓይል ማምታት ያበላጤ ክህደት ዬለውም።

10/11/2020

ሰባር ዜና
የኢትዮጵያ ሰራዊት ለሶስታኛ ግዜ ሁማራን ታቆጣጠሬ 😁😁😁😀😀😀😀😀

03/11/2020

Konkolaataa 70n fe'manii gaafa dhufaniyyuu waa hin buusneetii, konkolaataa 40n maal buusti! Fakkarsuun dammaa haga bishaan ga'utti!

03/11/2020

Biyya kanaaf nagaa buusuun yoo barbaachise namoota mana hidhaa jiran hunda hiikanii marii hunda hirmaachise gaggeessuudha!

Want your business to be the top-listed Media Company in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Ambo