GADAA

GADAA

Share

OFTA'EEN WARRAKOO TA'E. Barnoota Gadaa barsiisuu

27/09/2023

YAA BUDDEENAA

NAMICHA BOOGIBOO
FANDACHA ABBAA XEERII
WAA'EE NAMAA DHIISIITII
FUNAANII QIIXXAA BALEGZEERII.

TikTok ยท ๐‰๐ž๐ฆ๐š๐ฅ ๐€๐›๐๐ฎ๐ฅ๐ž 27/09/2023

GAMEESSICHA QOMOO
HAYYICHA WABII SABAA.

TikTok ยท ๐‰๐ž๐ฆ๐š๐ฅ ๐€๐›๐๐ฎ๐ฅ๐ž 3431 likes, 94 comments. Check out ๐‰๐ž๐ฆ๐š๐ฅ ๐€๐›๐๐ฎ๐ฅ๐ž's video.

24/09/2023

HABASHAA
TURI NU FUULDURAA
NUU GADHIISI KARAA

Photos from Gurraacha Arfankaa's post 03/09/2023

Dhugaadha

01/09/2023

8

29/08/2023

KALLACHA QABSOO
UUMMATA OROMOO

24/08/2023

ABO'ooร—2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiinร—2
Waaqni isiniif ร—2 haa... ta'uu hirkoo

Sabakoo gadi ilaalii
Dubbii tana haalaanร—2

Dubbii dirree jirtuu
Tarii arguu baannaan

Waan Uummataa hin tollee
Hin godhu ABO'n ร—2

Galte Aduun guyyaa
Sin wareersiin jallaan

ABO'ooร—2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiinร—2
Waaqniisiniif ร—2 haa... ta'uu hirkoo

Madfiifi Fanjiidhaan
Daamaci irran tariin
Imaltuu Milkiidhaa
Siif haa godhu Waaqnii

Mammarii hulluuqii
Baaburakoo hin Cabiinร—2
Waaqaan Eebbifamii
Balaan sin argatiin

ABO'ooร—2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiinร—2
Waaqni isiniif ร—2 haa... ta'uu hirkoo

Kan fedhu yaabbatee
Kan fedhan haa hafaniiร—2
Dhaamsa jaallawwanii
Dafii gahi bakkaan

Uummatnikee bal'aan
Hawwiidhaan si eegan ร—2

Bilisummaa dafii
Daqqabi Uummataan

ABO'ooร—2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiinร—3
Waaqni isiniif ร—2 haa... ta'uu hirkoo
Itti fufi hin dhaabiinร—.....

24/08/2023

JAALALAAFI JIBBAA
LUQQEETTUUFI JILBA

23/08/2023

WAL'AANSOO

23/08/2023

BINEENSA FI BEELLADA
KAN JIRAATTUU NYAANNUU

23/08/2023

ATOO LEENCUMA DHUGAA

23/08/2023

WALLISTOOTA JAJJABOOFI GAMEEYYII
KADIR SA'ID( AANAA BAAREENTUU) FI ALMAAZ TAFARRAATI

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa