Message Post

Message Post

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Message Post, Blogger, Addis Ababa.

22/02/2026

🥰🤷🥰

21/02/2026

Bultanii 🥷 thanks habitii

21/02/2026

🌙✨ RAMADAAN KARIIM ✨🌙
Baga ji’a araaraa, jaalalaa fi barakaa — Ramadaanaan isin ga’e!

21/02/2026

tokko wojjin zinaa godhe
azaabni isaan lamaaniituu qabrii keessatti wolakkaa azaabaa ummata kanaati.


Namni dubartii tokko kan halaala
isaaf hin taane zinaa itti gochuuf
harkaan qabate

guyyaa qiyaamaa arka isaa mormaan
wolitti qoranya,amee ibidda buufama


Yoo isii dhungate hidhii isaa lamman
gubaa ibiddaatiin adabama,

gaafa gaaffii cimaa
Nama zinaa godhe gudeedni isaa lamaan dubbattee ragaa baati,
Akkana jettee isa saaxilti🤭
Haraamaan na yaabbate

yeroo kana rabbiin ija dallansuutiin
gara isaa millata
sanirra fuula namichaa irraa foon akka jiruun qunca,ee arca,a😭

Ammas rabbiin akkas jedhee isa gaafata maaliif dalagde
waan an haraama taasise?

Yeroo kanatti arrabni isaas ragaa irratti ba,uuf dhufee dubbata akkas jedhee isa saaxila baasa
Ana waan halaalan taane naan dubbate
Harkis akkas jedha waan haraama naan qabate jetti
luknis akkas jedha gara waan haraamaatti naan deeme jedha

Qaamni saala isaas akkas jedha.

yaa rabii zinaa irraa nu tiksii azaaba irraa najaa nu baasi .
yero dubbiftee xumurte share wliif godhaa jzk

15/02/2026

Namnii hadha mana naa godhatu barbadu
comment jalati lakkofsa 1 naf baressii 🤣🥰

12/01/2026

Good afternoon

01/01/2026

Happy New Year 🎊

04/12/2025

My favorite💞🖤

02/12/2025

Pretty talented actress ❤️

30/11/2025

pretty talented actress 🤍💎

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa