Yusuf Demisie Rabo
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yusuf Demisie Rabo, Musician, Adis Abeba, Addis Ababa.
صلى الله عليه وسلم وعلى آله وأصحابه اجمعين * يا ربي صلي على المختار *
اللهم صلي على سيدنا وحبيبنا محمد صلى الله عليه وسلم
Nagaa fi raahmanni Rabbii, ergamaa Rabbii nabi Muhammad /SAW/ irra haa jiraatu.
10/11/2023
Akkam jirtu Ummatni Oromoo hundi duraan dursee nagaan Waaqayyoo isiniif haa baayyatu jechaa,weellisaan keenya Kadir sh/Ahimed dhukkuba Narvii irra buleen yaroo ammaa magaalaa Finfinnee hospitaala Yehuwalashet keessatti yaalamaa turulle,amma maallaqa ittiin yaalamu of harkaa waan xumureef, yoo hin yaalamne ta'e hospitaala keessa ciisee infectionoota adda addaatiif akka saaxilamu itti eeranii jiruu. Guyyaa har'aatii kaasee sababa hanqina maallaqaatiin Hospitaala kana gadhiisee gara Adaamaa maatii isaa biratti deebiyaa akka jiru qaamaan hospitaalatti argamnee hubanneerra. Kanaafuu Gurbaa ol adeemaa kana akka bira dhaabbannee fayyaa isaa guututti hanga deebi'utti waan qabnuun bira haa dhaabbannu. Maxxansa kana hundumti keenya share gochuun hunda biraan nuuf ga'aa.
1000034920676 CBE
01425959415700 Awash
Kedir sh/Ahimed Ababor
GALATOOMAA!!
12/06/2023
NAXALAA
01/11/2022
27/10/2022
Miira abbaa fi ilmaa.
27/10/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Adis Abeba
Addis Ababa