Sheger Pictures
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sheger Pictures, Photographer, Burayu, Addis Ababa.
We tell real Ethiopian stories through films, weddings, and documentaries.
📍 Addis Ababa, Ethiopia | 🎬 Subscribe for weekly new videos!
📧 [email protected]
www.youtube.com/@Shegerpictures
Telegram @Shegerpictures
0920582940
0909779353
22/09/2026
🎬 SHEGER PICTURES STUDIO 🎬
Professional Photography & Videography
📸 Suuraa | 🎥 Video | 🎞️ Editing
“Yaadannoo keessan qulqullinaan qabna.”
📍 Mana Suuraa Shaggar — Sheger Pictures
📞 0920 58 29 40 | 0909 77 93 53
Sheger Pictures — Your Memories, Our Passion. ✨
Sheger studio · Addis Ababa Find local businesses, view maps and get driving directions in Google Maps.
🎉 HORDOFTOTA 1,000,000! 🎉
Tiktaakeriin “Abbaa Geexee” jedhamuun beekamu, milkaa’ina hordoftoota miliyoona 1 bira ga’uu isaa sababeeffachuun gammachuu isaa namoota daandii irratti argamaniif qooduun, nyaata haffeere jira.
Milkaa’inni dhugaan yeroo ofii qofa gammaduu osoo hin taane, gammachuu kee nama biraa waliin qooduudha. ❤️
👏 Baga Miliyoona 1 geesse!
🙏 Gaarummaan kee haa babal’atu.
🎥 Sheger Pictures — Yeroo, Seenaa fi Gammachuu Dhugaa.
21/09/2026
YouTube channel keenya kana daawwadha
Subscribe godha 🫡
Faarfannaa cidha Maal akkam bareeda to Sheger Pictures!...
11/09/2026
🎉 BAGA BARA HAARAA 2019 NAGAAN GEESSAN!
Sheger Pictures Studio irraa
Maatii keenya hundumaaf
Bari haaraan, abdii haaraa,
Jireenyaa haaraa, ifa haaraa,
Bara waan yaaddan itti milkooftan isiniif haa ta'u.
Ayyaana Gaarii
Sheger Pictures� ❤️✨
04/09/2026
Dargaggeessa
B-U-R-A-A-Y-Y-U-U❤️
SH-E-G-E-R = P-I-C-T-U-R-E-S 📷 ❤️
03/09/2026
SH-E-G-E-R = P-I-C-T-U-R-E-S 📷 ❤️
02/09/2026
Beautiful culture
Sheger Pictures 🥰
Aadaa Keenya — Eenyummaa Keenya! 🌿
Goobee fi Shinooyyee — ayyaana aadaa, bareedinaa fi eenyummaa Oromoo calaqqisiisu. ❤️💚❤️
📍 Kutaa Magaalaa Buraayyuu
🎥 Waraabbii: Sheger Pictures
Aadaan keenya haa dagaagu, dhalootaa dhalootatti haa darbu! 🙌
Sheger Pictures
KM/Buraayyuu
02/09/2026
Aadaan keenya, eenyummaa keenya.
🥰
Sheger Pictures
Category
Address
Burayu
Addis Ababa
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Sheger Pictures posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.