First Show

First Show

Share

15/04/2026
25/02/2026

Harmee😭
Yoo gargaaruu dadhabde Share gochuu hin dadhabinii facaasii wal biraan gahi😢
Gama tiktookii live irraa jirraa koottaa!
Harmeen tuni waan nyaattee dhuuydu akkasuma waan afattuufi waan afattus hin qabdu,gama live tiktookii mana Waan Ofii Koo Jawee /haadha Faaxeetti koottaa🙏

06/02/2026

Yaa rabbii nama milkawe kessa tokko nu taasisii

06/02/2026

Yaa Rabbii, kaatima nu bareechii!

24/01/2026

Guyyaa Boruu Duula Qulqullina Haroo Haramaayaa qabna Darggaggootaafi Hawaasni Haramaayaafi Magaalaa Maayaa hin hafinaa isiniin jedhu Bulchiinsi Magaalaa Maaaa

eegaa Haroon Haramayaa qabeenya waloon qabnu kan waloon kunuunsuu qabnuudha,kanaafuu Dargaggoonni keenya hundi osoo hin hafne waamich waloon Haroo Haramayaa haa qulqulleessinuu jechuun isiniif taasifame kanarraa hin hafina isiniin jenna

23/01/2026

Strong leader of Ethiopia

17/11/2025

Maalisa kun bineensi gosa akkana kun.?
Namaa sa kun.?

26/05/2025

Olmaan bareeda

Telephone

Address


Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when First Show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Addis Ababa.