Success Foundation
OMB
10/29/2023
As we wb obboleyna muslima xiqa gudda dhirra dhala
Waren magala Edmonton Alberta kesaati argamuu hundii kesaanuu muhadara masjid al ansaar tti waan qabnuf kotta qodaa irra fudhaadha isini jana
Yaa ALLAH LAMII TO TAN MANA HIDHAA SUAD ARBAHIHA KESSATTI HIDHA JIRTUU NUF BASII
05/02/2021
As wr wb kabajamtoota hordoftoota midiyaa Oromia Muslim Broadcast Ustaazni keenya Dursaa Abdella Live waan seenuuf deemuuf yeroo xiqqo booda mata dureen isaa(zikrii) dafaa share godhaa waliin gahaa
01/07/2021
Obboleeyyan islaamaa kheeyrii tana "Share" godhuun wal biraan gahaa! Warri iddoo sagantaatti dhihoo taatan irratti hirmaachuudhaan, warra ganda hin jirreef ammoo peejii kanarratti "Live" ni dabra waan taheef qooda irraa fudhaa...
Diin keenya nu malee nama biraan qabu! Waliin taanee diiniif haa dhaabbannu!!!
11/03/2020
Nama Salaanni Subhii Isatti Jabaate Hundaaf! Muslima amma jiru yoo laalte waan rabbiin itti isaan ajaje hedduurraa fagaataniiti agarta. Akka fakkeenyaatti salaata subhii fudhannee yoolaalle irra hedduu muuslima ammaa biratti bakka dhabee jira. Ammoo salaanni kun gatii fi sadarkaan inni qabu nama qalbiin laalee xiinxaleef kan laayyotti laalamuu...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Edmonton, AB