3F Group
3F Group, located at 14180 Autumnwood Trail, Rosemount MN 55068 USA is a new digital marketing
agency
3F Group, located at 14180 Autumnwood Trail, Rosemount MN 55068 USA is a new digital marketing
agency. Our services ensure our clients that they are well-represented online and better capture visitors.
03/31/2023
Fuuldurri Dukkana jette Ameerikaan
Xiinxala: #Tiktok itti-fufuu kan danda’u Dhaabbata Ameerikaatti yoo gurgurame qofa Hayu Academy Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. Hayu Academy - Expanding Possiblities | Easy & simple to access your courses & learn from professional educators online.
03/26/2023
"Mootummaan interneetii yoo cufe illee, qunnamtiin fayyadamtoota koo hin addaan citu" jedhe Dhaabbanni Meetaa.
Yoo internet bades sarvara proxy humna Biyyoota oltaheen tajaajila kennuu danda'a waan taheef fayyadamtoota tajaajilicha fayyadamuu itti-fufa jedhameera.
Baldhinasaa 👇🏽
https://3fnews.com/dlh0
WhatsApp tajaajila fayyadamtoonni interneetiin addaan citus ergaa akka ergan taasisu jalqabuuf jedhame Dhaabbanni Meetaa, "Mootummaan interneetii yoo cufan illee, qunnamtiin fayyadamtoota koo hin addaan citu" jedheera.
03/25/2023
Himatni Ameerikaan Dhaabbata irratti dhiyeessite maal irra jira?
Xiinxala: #Tiktok itti-fufuu kan danda’u Dhaabbata Ameerikaatti yoo gurgurame qofa Hayu Academy Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. Hayu Academy - Expanding Possiblities | Easy & simple to access your courses & learn from professional educators online.
03/24/2023
BIYYA ITOOPHIYAA KEESSATTI INTERNEETIIN GALII GUDDAA KAFALAA JIRA JEDHAMEERA - dubbisaa
Biyya Itoophiyaa keessatti Interneetiin galii guddaa kafalaa jira jedhameera Hayu Academy Hayu - Academy is a proven homeschooling, very professional learning & teaching platform. Hayu Academy - Expanding Possiblities | Easy & simple to access your courses & learn from professional educators online.
02/19/2023
: Feesbuukiin 'blue badge' gurguruu akka eegalu beeksise.
Akka jedhanitti ergaa asii gadii kana dabarse
"Torban kana Mirkaneessaa Meettaa -- tajaajila mirkaneeffannaa gochuu kan Eenyummeessaa kee W.E. mootummaatiin akka mirkaneessitu, Mallattoo bifa cuquliisaa qabu akka argattu, Eenyummeessaa 'sidha' jedhan kan eegumsa dabalataa akka argattu, fi deeggarsa maamiltootaa kallattiin akka argattu si dandeessisu diriirsuu jalqabneerra . Amalli haaraan kun waa’ee dhugummaa fi nageenya tajaajila keenyaa maamiltoota hunda keessatti guddisuudha. Mirkaneessaa Meettaa Marsariitii irratti $11.99 / ji'atti ykn iOS irratti $14.99 / ji'atti irraa eegala. Torbaan kana Awustiraaliyaa fi Niwuu Ziilaanditti, yeroo dhiyootti ammoo biyyoota hedduu keessatti ni diriirsina."
02/09/2023
Walisoo Tamsaasa Kallattii - Sirna Simannaa Abbaa Saawiroos
Walisoo Tamsaasa Kallattii - Sirna Simannaa Abbaa Saawiroos Simannaa Kana irratti Hangafa phaaphaasii 3fi Eephis Qoophosota 25 akkasuma keessummoota heddutu irratti argama.
02/06/2023
Dogoggoroota Qabsoo Oromoo keessa turan, Injifannoo argamee fi Ibsa Haala yeroo irratti PMNO-Obbo-Shimallis Abdiisaa
Dogoggoroota Qabsoo Oromoo keessa turan, Injifannoo argamee fi Ibsa Haala yeroo irratti PMNO.Sh.A Qabsoon Ummata Oromoo Gaaffileen ijoon waa 3 giddugala godhatee waggoota dheeraaf gaggeeffame1) Diinagdee(dhimma Lafaa)...
02/02/2023
Reporters - Digital Content Creator, Blogger & SMM Manager
Reporters – Digital Content Creator, Blogger & SMM Manager – OICT Solutions Reporters – Digital Content Creator, Blogger & SMM Manager Full Time Finfinne, Ethiopia Posted 4 mins ago Website 3f_media 3F Media 3F Media is a news, analysis, reports, visuals, and weekly newsletter covering Ethiopia’s innovative ecosystem and soon expanding to other African markets starting ...
01/20/2023
: Google’s parent company, Alphabet, says it plans to cut 12,000 jobs, becoming the latest tech giant to reduce its work force amid economic concerns.
The cuts amount to about 6% of the company’s global work force.
12/26/2022
A hacker stole user data of around 400 million Twitter users and put it up for sale on the dark web. The hacker also provided the names, emails, number of followers, and phone numbers of select people, proving that the information is authentic.
Surprisingly, it also includes data from the Ministry of Information and Broadcasting and Bollywood celebrity Salman Khan along with Alphabet Inc. CEO Sundar Pichai.
According to media reports, the hacker also stole data from NASA and the World Health Organization (WHO).
3F Tech
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
14180 Autumnwood Trail
Rosemount, MN
55068