ForX Entertainment LLC

ForX Entertainment LLC

Share

U.S.-based entertainment media company | Studio in Cairo, Egypt | Finfinne (Addis Ababa), Ethiopia β€” coming soon.

Photos from ForX Entertainment LLC's post 05/30/2026

Ar'a Tapha Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awuroppaatu jira.

iddoon Itti Taphatamu Biyya Hangaarii Budaa Pest tti. Moo"ataa Piriimiyer Liigii Ingiliiz Arsenaal fi Moo'ataa Liigii 1 Faransaay PSG tu walitti dhufe.

Taphni kun akkaan eegamaa jira. galgala Sa'aatii 1:00 irraa Jalqabee taphatama.

Arsenaal erga bara 2006 yeroo jalqabaatif waggaa 20 booda tapha xumuraa kana morkata. PSG'n bara dabre shaampiyoonii Waancaa kanaa ta'ee ture.

Kilaboonni Lamaanuu Bara Kana Gahuunsa Gaarirra jiraachuun isaanii Taphicha Dursanii tilmaamuun rakkisaa taasisee jira.

05/30/2026

Anis ka'ee haa Geeraruu Dasuu Keessummaa ForX
Guutuu isaa Link Comment jalaa argattan

05/29/2026

Bakkalcha Urjii ifa Tullurraa..... Forx Dasuu
Guutuu isaa Link Comment jalaa argattan

"ANI KURUPHEEDHA " Aisha Dasuu #keessummaa 05/29/2026

"ANI KURUPHEEDHA " Aisha Dasuu

"ANI KURUPHEEDHA " Aisha Dasuu #keessummaa "ANI KURUPHEEDHA " Aisha Dasuu

05/28/2026

DHAMA WALLEE
Qulqullina Ol'aanaan Daawwachuuf link https://youtu.be/kYIcvF_r-s0

Photos from ForX Entertainment LLC's post 05/27/2026

KIRIISTAL PAALAS MOOTII KOONFERANSI LIIGII TA'EπŸ¦…πŸ†

Kiristaal Paalaas Tapha Xumuraa Conference League Awuroppaa Rayo Vellecano waliin taphateen 1 fi 0 injifachuun Abbaa Geebaa ta'ee jira.

05/27/2026

Ollaa dhaquuf akkanatti tottolfatta? 'iba
Guutuu isaa Link https://youtu.be/LRn-qOBuSn4

05/27/2026

Arsenaal isin haa nyaachiftuu 'iba
Guutuu isaa Link https://youtu.be/LRn-qOBuSn4

"Akkanatti Tolfattee hin deemtu"Diraamaa #Ajaa'iba! #eidmubarak 05/27/2026

"Akkanatti Tolfattee hin deemtu"Diraamaa 'iba!

"Akkanatti Tolfattee hin deemtu"Diraamaa #Ajaa'iba! #eidmubarak "Akkanatti Tolfattee hin deemtu"Diraamaa 'iba!

Photos from ForX Entertainment LLC's post 05/27/2026

Sirni Salaataa Iid Al Ad-haa Akka Guutuu Addunyatti gageeffamee jira.

Ayyaanni Id Al Ad-haa Kan Hijraa 1447ffaan Biyya teenya Finfinnee dabalatee magaalota biyyattii keessatti Haala gaarii taheen kabajame.

Salaata Iidaa kana irratti Ulamaa'onnii fi Gaggeessitoonni Amantaa Muslimaa Gorsa Laataniin Hawaasni Muslimaa guyyaa kana kan rakkate gargaaruu fi Kan Beela'e nyaachisuun akka dabarsan yaadachiisanii jiru.

Ammas Irra Deebi'uun Baga Geessan !
Warra Baranaa Kan Bara Hegeree!
Eid Mubarak

05/26/2026

WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE.

Baga Ayyaana Iidal Ad-haa, Kan Bara Hijraa 1447ffaa tin isin ga’he!
Warra Baranaa kan Bara Hegeree!

Hordoftaata Amantaa Muslimaa Hundaan Baga Guyyaa Kabajamaa Iid- Al Ad-haatin isin gahe jechaa, Ayyaanni Iidal Ad-haa kan gammachuu, nagayaa, fi jaalalaa isiniif haa tahu!

Odeeffannoo waqtaawaa argachuu fi bashannanaa barachuuf gara linkiilee armaan gadiitiin nu hordofaa πŸ‘‡

Youtube: https://youtube.com/

Tiktok: https://www.tiktok.com/?_t=8cYJetQigdB&_r=1

Facebook: https://www.facebook.com/ForXentertainmentmedia?mibextid=ZbWKwL

Want your business to be the top-listed Media Company in Portland?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

http://forx-entertainment-media.wegic.app/

Address


Portland, OR