Han Entertainment
Kaayyoon kiyya sirboota afaan oromoo harawaa fi kan duraani barreeffamaan edit isiniif godhe gurra keessaniin gahuu fi isin bashannansiisuudha!
kana malees wantoota nama bashannansiisan tapha, baacoo, seenaa, fi kanneen kana fakkaatan isiniif dhiheessa.
02/27/2022
https://youtube.com/channel/UCQHe4N6LBqoUTjy44u_npEw
Lomola Oromo Tube - YouTube Lomola Tube recent Oromo music
02/06/2022
https://youtu.be/O14SOr1Ondc
Please like comment fi share gochuu hin irraanfatinaa
01/13/2020
Sirbaa Hammayya Artiistii Liiyyuu Geezuu Guuyyaa tookoon duraa hojjatee kaaraa websaayitii Tuubii Minew shaawaa isiin biiraan geetee orgiinalii link sirbii irraatii feeyamee tuuyuub minew shawaa irraa kan jiruu qoofaa akkaa tayee dinqiisifatootaaf jalatamatoo Artii oromoo quqaama qabdaniif isiinfi ibsuun barbada .sirbii kun namootata tokko tokkoo seeraan alaa yuutuubii irraatii feeyama wan jiruuf kanpaanii youtubef gabsa gonee deebii eggacha wan jiruu ...youtube seeraa qaabeesaa sirbichii irrattii feeyyamee kan mineew shawa tubii qoofaa akka tayee beekataanii sheriif link sabskirabii tolchuun Artif Artistootaa keenaa ciinaa hadhabanuu BORATII MULTI MEDIA
Ethiopian Music : Liyu Gezu (Adiyo) ልዩ ገዙ (አዲዮ) - New Ethiopian Music 2020(Official Video) Ethiopian Music : Liyu Gezu (Adiyo) ልዩ ገዙ (አዲዮ) - New Ethiopian Music 2020(Official Video) Ethiopian Music: Check Out Ethiopian New Musics, Comedy and More E...
01/11/2020
Sirbi (Lomola) jedhu kan hawwiidhaan eeggamaa ture amma gad lakkifameera gamanumaan nutis akka seentani ilaaltan isin affeerreerra like share comment gochuu hin irraanfatinaa
Galatooma🙏👇
Ethiopian Music : Liyu Gezu (Adiyo) ልዩ ገዙ (አዲዮ) - New Ethiopian Music 2020(Official Video) Ethiopian Music : Liyu Gezu (Adiyo) ልዩ ገዙ (አዲዮ) - New Ethiopian Music 2020(Official Video) Ethiopian Music: Check Out Ethiopian New Musics, Comedy and More E...
12/27/2019
BMM BORATI MULTI MEDIA Gadaa Music On OBN Finfinnee Fm 92.3"BMM BORATI MULTI MEDIA"Present BY Hanentertainment.. Jimaata Ganama sa'aatii 4-5 Fm finfinnee Radiiyooni OBN irrattii tamsasa kaallattiin dhageeffachuun kan dandeettan yeroo tayuu
miidiiyaa Hawasuumaa irratti interteeyimentii (Hanentrainment) official Tube Kenaarratti kan darbu yeegguu tayuu saa"aatii kanarraattii kallaattiin miidiiyaa hawasuummaa fb like page keennarattii Audio sagaaleen akka dhaggeeffatuu dandeettan isin Affeerra.. like share!!!! gochuun kaallattiin isiin biraa akka geennuuf salphumatti waan nuu gargaaruuf osoo hin hirranfatiin !!!!!!! Dhamsa Han interteeyimentiiti
"BMM miidiiyaa waliin tanee artii keenyaa haa guddiifnuu produced by Djkush Entertainment*Black Oropnather Studio* studio keenyaa damee lammaaffa Amerikaa Dallas Teeksas argumu waliin bilbilaa keessaaniin salphumatii midiiyaa Hawaasumaaa irraa nuu dhagahuun akka dandeessaan studio keenyaa achittii argaamuurra social media yeroo ammaa jiru irraattii isin bira geessuun studio Hammaayyaa nuu faana hoojjetuu dha...yeroo Garii BORAATII MULTI MEDIA...
BMM BORATI MULTI MEDIA Gadaa Music On OBN Finfinnee Fm 92.3 "BMM BORATI MULTI MEDIA"Present BY Hanentertainment.. Jimaata Ganama sa'aatii 4-5 Fm finfinnee Radiiyooni OBN irrattii tamsasa kaallattiin dhageeffachuun kan...
12/24/2019
የድምፃዊት #ልዩ ገዙ (LG) # አዲስ ሥራ ዳይሬክተር እና ፕሮዲዩሰር ነብዩ (ዲጄ ኩሽ) በልዩ ሁኔታ ሠርቶታል። የሙዚቃው መጠሪያ "አዲዮ" ይሠኛል። በጣም ቆንጆ ኦሮምኛ ሥራ ነው በቅርብ ቀን በምነው ሸዋ ቲዩብ ያገኙታል።
12/21/2019
Sirba haaraa Abbush zelleqe (Ija kee) jedhu yedeloo fi walaloo isaa wajjiin kunoo ittiin bohaaraa channel keenna subscribe gochuus hin irraanfatinaa😉
Waliin taanee Aartii uummata oromoo haa guddifnu galatoomaa. 🙏
Abbush Zeleke New Video lyrics Ijaa kee (2019) Please don't forget to subscribe our channel for more video lyrics
12/04/2019
Lafaaf lafee
12/02/2019
Galaanaa Gaaromsaa sirba haarawa
Channel keenna subscribe gochuu hin dagatinaa😉✌
Galaanaa Gaaromsaa New Music (2020) Siisirbuu Sirba haarawaa Galaanaa Gaaromsaa kan baay'ee namatti toluu fi miidhagina sagaleetiin kan hawwatame.
12/02/2019
https://www.youtube.com/channel/UCosy0h6CwYERWO98WzQf45w?disable_polymer=true
Hanentertainment Hanintertiement
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the establishment
Telephone
Address
Carrollton, TX
75010