Oromo Qofaa
oromo liberation front
Happy New year 2023
01/01/2023
Kan bilchate nu ha nyachisu sanifu ha nyanu
28/03/2021
As Wr Wb Akami Nagaya Fayadha
Jalawan ko hundii
Keessan Ardha
Dhamsa Tokkon
Qabadhe dhufe
Namni dhamsa
Kana Agartan
Hundii keessan
Share Akka Na
Gotanan Barbara
Keessafu Wara Yemen
Jirtan Oduu Iyyafano
Obollesa kenya kana
Maqan Isa Tujjii Hadii
Maqan Qosa isa Acallu Je'aniin idon dhalota isa
G/H/L/Ana Gubba Qorichaa Magalla Hardiim yero duratif Yemen jirata ture yero dhiho tanattii Sababa ballaa sana'ati tattee
Sani Gandii isa bay'ee
Wan rakata jiranif
Hedduu wan nama yachisuf nu wajjiin rakadha nu wajjiin barbada obollawan
Dhifama wajjiin
dogongora qubetif
Dhifama suran isa tan asiin gaditi mul'atu tana
15/02/2021
Guyyoota 19 darbani keessattii si’a meeqa nyaata nyaannerra? Yoo xiqqaate hundi keenya si’a 57 (19*3) nyaanneerra. Hoggantoonni keenya guyyoota 19 keessatti si’a tokko illee osoo hin nyaatin Oromoon kabajamee akka jiraatuuf falmachaa jiru. Wareegamni kuni hundi kabaja dhuunfaaf kan ta’ee miti wareegama Oromoo fi Oromiyaaf kaffalama jiru dha.
15/02/2021
15/02/2021
Artistii Oromoo Kabajamaa fi Jalatamaa
Ummanni Oromoo akka ijaatti ilaalu. Artist dhiira gaafa xiiqii kana Mee Namni Jaalattan Itti Roobsaa Gantuu fi Diina Garaa Gubaa!✊
=>Pega ===> Imaana Sabaa follow Gochuun
Nuu.
Hordofaa Galatooma✊
15/02/2021
Lagannaa Nyaataa Guyyaa 19ffaa
Hooggantoonni Oromoo lagannaa nyaataa eegalan itti fufudhaan har'a guyyaa 18ffaa haala baayyee rakkisaa tahe keessatti argamu.
Karaa biraatiin kutannoon hoggantoonni Oromoo keessa jiran kun garee mootummaa hedduu rifaasisee jira. Kanaafis, hoggantoonni Oromoo kun lagannaa akka dhaabaniif dhoksaan namoota muraasa ergani sossobuuf yaalaa jirus jedhameera.
Tahus, "wareegama qaalii kaffallee jijjiirama fuunee jirra. Humni Nafxanyaa nuun shiraan hidhee qe'ee keenyarratti geeraruu arguurra, kaayyoo keenyaf wareegamnee dhaloota qabsoo fi biyya dhaalchisuu barbaanna" jechuun lagannaa isaanii itti fufanii jiran.
15/02/2021
Warreen isa gaafachuu deemanii hidhaman martu
bahaniru
1, mohammed Deeksisoo
2, Dr, Hashuu jamaal
3, Xaahir Diimaa
4, Shaabuu(lecture of ju)
5, Sulxaan Deeksisoo
Guyyaa lamaan darbe iddoo kamitti akka hidhame
baruun hin danda'amne ture
Har'a garuu barbaacha cimaa booda bulchinsa
magaalaa jimmaa aanaa 1ffaa saaris iddoo
jedhamtutti isaa fi waahilloonni isaa akkasumaas
barsiiftuun mooraa university jimmaa fi obboleessi
mohammed kan isa barbaacha deemaniis achumatti
hidhamanii akka jiran beekame ture. Garuu LEENCA
OROMOO MOHAMMED DEEKSISOO QOFATU
HIDHAATTI HAFE!
Sagalee haa taanuuf
15/02/2021
BASAASTUU AKKANATTI SAGALEE UMMATA MILIYOONA 60 OLII IDDOO TOKKOTTI DHAGEESIFTU RABBI NUUF HAA DABALU AMMALLEE ✊
"basaastuun akka kana jajjabbeeffamuu qabu"
Guyyaa Qeerroon Gemeda Wariyo bakka warraani wayyaanee gama gubaan helicopter fi gama lafoon sniper xamadee Uummata eega jiruti waltajjii gubati bahee mic buttee waan Oromoon miliyooni jahaatamni jechuu fedhu Kan Akka itti jedhu dhabee rakkachaa ture bakka miidiyaan Adunyaa jiruti afaan adunyaan beektun "down down wayyanee" jedhe San yeroo nuti lubbuu isaa baasuuf Nama Isa beeku iyyaaffachaa tureti, yeroo Oromoon hedduun garaan dhadhaa dhugeti Namooni "basaastuu ta'uu hin oolu" jedhan yeroma saniti fb kana gubaati barreessaa turan. Namoota qaanyii malee akkas jechaa ture keessaa gazexeessa Abdi Fixee tokko ture.
Har'as Deeksiso "basaastuu ta'uu hin oolu" warra jedhu argaa jira. basaastuu lubbuu ofii kenitu, basaastuu osoo harmeen isaa ililii qabatee eegdu, osoo manati qophiin godhamee eegamu waan Oromoon miliyooni Jahaatama jechuu fedhu jedhee Qaallitti fi Qilnxoo dhaquu filatu yoo jiraate nuf jajjabbeeffamuu qabu. basaastuun akka kana gadhe afaan dammaa miliyoona caalti. Mohammed Deeksiso ati goota Bara kiyyaati.we all proud of you.
Via qofaa
15/02/2021
As wr wb jira
Kuno as genye
Jechumafi
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Riyadh