Y/M

Y/M

Share

biyyaaf du'i biyyaaf duuli

Photos from Y/M's post 09/07/2024

Finfinnee city๐ŸŒ†

28/06/2024

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜"BAACOO"๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Gaaf tokko Abbaa Manaati fi Haati Manaa galgala osoo Ibidda irra taa'anii waliin mari'ataa jiranii, Abbaan Manaa dhuufuu godhe, Haati manaa dogoggora jettee hin dubbanne inuma cal'ifte, ammas otuma taa'anii haasa'aa jiranii Haati Manaatis taraa ish*tti dhuufuu gootee, Abbaan manaa xiqqo cal jedhee taajjabeetuma itti dhiise, ammas otuma taa'aa jiranii haati manaa irra deebiin dhuufu goote yeroo kana abbaan manaa akkas jedheen.
Har'a Guyyaa Meeqa? Jennaanin haati manaatis deebiftee, atis irraa kaasii hisaabadhu gaa jetteen jedhama.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

28/06/2024

Jummaa mubarak ๐ŸคŽ
Nabiyyii keenyarra nagaafii raahmanni rabbii isaanirra haa jiraatu
salawaata buusuu hin dagatiinaa โค๏ธ

26/06/2024
26/06/2024

Dr Aslii yeroo chayinaa keessatti baratu san

26/05/2024

Reefu hordoftoota 2K bira gaheera! Deeggarsa itti fufiinsa qabu nuuf gootaniif galatoomaa. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

26/05/2024

Hard workโค๏ธ๐Ÿ˜ฎ

21/05/2024

I've received 100 reactions to my posts in the past 30 days. Thanks for your support. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

15/05/2024

Bird of feathers flock together ๐Ÿ˜‚

10/05/2024

Follow my page Oromticha kamisee page ๐Ÿค
โคโคโคโคโคโค

10/05/2024

Akeektee warantaa
Dubbattee dhugaa baafta
Sodaa du'aa hin qabduu
Lammii kee as-ol kaafta.

Har'aa garuu dhokattee
Lammiin si dheebotaa
Beeka qalbii fagoo
๐—žudhamaa dhalootaa.

Lapheen lammii soqee
Sumaan iyyafataa
Yaa kudhamaa ummataa
Essum jirtaa laataa?

Want your business to be the top-listed Media Company in Muscat?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Muscat