Labsy Birasa
Oromoo great of beekuun hundaa caalaa.of kabjuun..of kunuunsuudhaa
23/12/2022
KARA DEEMAAN DUBBATTE KEENYA
* biyya liqii fuudhachuu malee deebisuu beekneedha.
*Gootonni oromoo lubbuun darbani fi kan jiran ,oromiyaaf of laatan,Ethiopia irraammoo liqii kaa'atan.
* yeroo 2 oromiyaa gudeddee.
1) harma muraaf kolaasuu ajjeessuu.
2) morma muraaf Godaansa Araddaa isaarra.
* amma oromoon kessa jiru Abdii kan nama kutu yoo ta'e iyyuu,Qabsoonnii dhugaan waan jiraniif Oromiyaan Abdii qabdi ,In ijjiifatti..
Kara deema
22/12/2022
Raajoonnii sobduun biyya Ethiopia waan guuttef saba hojii dhawwitee,ofiis hojii dhabdee rakkoo hamaa maatif biyyatti fiddeetti.
Dhugaa jala gugaattee waan raawwii hin qabne raajji!
#
Waaqayyo utuu WBO fi jaallan qabsaa'aa turniif,hayyoota siyaasaf qalbii isaani hin banneef ta'ee jamnee hafneerra.
*warri fb irra jirruu...ganĂ a ...
13/12/2022
13/12/2022
ElectromagneticName:-Electromagnetic ground water detecter with 32 channels and 500m
Maachiinii Bakka bishaan jiraachuuf dhiisuu isaa haala salphaan qoratee adda baasudha.
*Namni hojiif barbaaduu yoo jiraate kessan na quunnami
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Vientiane