Fast Generation

Fast Generation

Share

Well Come to Fast Generation‼️

07/27/2026

kun raajjiidha.

abbaan ishee gumurak keessaa hojjata. intaalaa isaa night club keessaa fi iddoo bashannana akkasumas rafa oolti. hojii hojjattu hin qabdu. garuu Ji'aatti $35,000.00 ykn qarshii itoophiyaa gara 6.5 miliyoona taha jechuudha. qarshii kana dhungoo fi hirribaatiin balleessa jechuun namaatti himaatti. ijoolleen baalasilxaanoota akkasiitti fataha jedhu nutii ammoo waan ittin oollu hin qabnu. kan utuu hin nyaatin oolu itoophiyaa keessa meeqaatu jiraa?

Viki is fooling you.

She said her monthly expense is $35,000 and she is spending all that money just messing, kissing and sleeping around.

When she is asked what does she do for living, nothing she said.

$35,000 is nearly half a million a year.

The cheap outfits she had on look like she bought them from Walmart, one of the cheapest retail stores in America.

She speaks clear with spotless American accent. But When she is asked how long she has been in America, just two years, she said.

What a scumbag.

I think Viki works in a strip club.
Oromia Media Network BBC News Afaan Oromoo Abdulaziz Hassan Jillo Hachalu Hundessa
Fast Generation

07/27/2026

🔥Waggaa 8 Guutuu Gara Mana Sireetti..😢
Faarfataa Daawwit Morkaa jedhama. Isheen isa cinaatti argamtu jaalalleessaa turte waggaa saddeetiif (8f). Garuu inni Waggaa Hamma kana akka fedhetti akkuma haadha manaatti Waliin jiraachaa kana keessaa waggaa tokkoof ammoo manuma tokkotti walitti galanii utuu waldaan hin beekin jiraataa turan.

Ammammoo Erga Nyaatee quufee booda manaa ari'ee isheen Abbaa manaa Sooressa argattee itti heerumnaan Birriif jettee nagattee badde jedhee duuba odeessisa. Hubadhaa Dubartiidha waggaa 8 guutuu na fuudha jettee eegde inni garuu ishee mana kaa'ee sagantaan ba'e jedhee Hoteelatti kan biraa nyaa*a😌

Dhumarratti Erga inni ari'ee lafatti hafuurra jettee nama biraa ishee jaallatutti heerumte. Namichimmoo Dhaqna guutuu Warqee itti naqee fuudhe. Maal gochuu qabdi jettuu? Ergasoo Daawween ammoo Yeroo Mattuu sagantaa dhufte, yeroo naqamtee dhufte qofaa hin bultu kana biyyatu beeka.

Egaa Mucayyoo kanarraa bu'aa Obbolettii qabdu, haadha qabdu, haadha manaa qabdu waan ta'eef dhugaa laalaa dubbadhaa‼️
Fast Generation

06/30/2026

🤣ካንተ አርግዣለው🤣
Fast Generation

06/30/2026

🤣ወይነ በላቸው🤣
Fast Generation

06/30/2026

🔥ጉድ🤣
Fast Generation

06/29/2026

😢😢😢
Fast Generation

06/29/2026

😢🔥😢
Fast Generation

06/29/2026

🔥በጣት ነው የምፈርመው😢
Fast Generation

06/29/2026

😢
Fast Generation

Want your business to be the top-listed Media Company in Minneapolis?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


France
Minneapolis, MN