Caalaa Disaasaa

Caalaa Disaasaa

Share

Akka warra ofii jiraachuun
Yakka miti.

Ijaarsi Galma Amantii Waaqeffannaa Mojoo xumuramuun tajaajila hojii Amantii Waaqeffannaa kennuu eegale. Ebla 06, 2026 Mojoo-Oromiyaa. 07/04/2026

Ijaarsi Galma Amantii Waaqeffannaa Mojoo xumuramuun tajaajila hojii Amantii Waaqeffannaa kennuu eegale. Ebla 06, 2026 Mojoo-Oromiyaa. Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti Giddugala Bahaa, Galmi Mojoo iddoo argaterratti ijaarsi Galmaa eegalamee ture akkaataa saxaxaafi qulqullina ijaarsaa eeggateen xumuramee jira. Balโ€™ina isaa gabaasa armaan gadii irraa dubbisaa.

Photos from Caalaa Disaasaa's post 30/03/2026

sadoo guddaa~~ yaa xiyya qananii
Osoo ati-n jirree ~~hin jiraadhu anii!!

kee fagootti ~ waamamaatii oola
Si'irraa fagaannan ~ ofii koon wal lola!

natti hortee ~ akkan an namoomu
Agartuu naaf taatee ~ na tiksita
'uun Heera Uumati.

Photos from Caalaa Disaasaa's post 11/03/2026

Koo na borcamee
Onneen Koo na kirkiree
Sin dheensu sodaa rakkoo
Cabni Kee caba kooti
Dhiignif lafeen nu tokkoo

Koo tokkichumaa
Kaayyoo dhibba baadhee
Karaa dhibban hin labuu
Sagal jijijjiiramuuf
Ameebaf gaararaarraa
Firooma dhiigan qabuu

Gaara sin baasuu
Ilaalee jabinaa Kee
Gorseen si qajeelfadhaa
Gabaan baasu hammina kee
By,, WNT.

nama jiraachisa!.

Photos from Caalaa Disaasaa's post 03/03/2026

๐Š๐Ž๐Ž!

๐†๐š๐š๐๐๐ข๐ฌ๐š ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š ~ ๐›๐ฎ๐ซ๐ช๐š๐š ๐ก๐ž๐ž๐ซ๐š ๐ฌ๐š๐›๐š๐š
๐†๐จ๐ฅ๐š ๐›๐ž๐ž๐ค๐š๐Ÿ ๐ก๐š๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ~ ๐ข๐๐๐จ๐จ ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐ข๐ข ๐ฃ๐š๐›๐š๐š

๐ƒ๐š๐ก๐จ๐จ ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ~ ๐ž๐ ๐ž๐ซ๐ž๐ž ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š
๐Š๐š๐ซ๐š๐š ๐š๐›๐›๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ค??๐ฅ???? ~ ??????๐š??๐ฌ๐š??๐ค๐š๐š๐ค๐จ๐ญ๐š๐š

๐‡๐ข๐ซ๐ž๐ž๐ง ๐ค๐ข????๐š ????๐š ~ ๐€๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐ญ๐ญ๐š๐ง ๐๐ก๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š
๐ƒ๐ข๐ซ๐ซ๐ž๐ž ๐€๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง๐š ๐ค๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข ~ ๐ ๐š๐ฅm๐š ๐คoon ja๐›๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š!

as geenye! Ogeessaan ijaaramne
Kan qarameen qaramne
Kan barateen baranne
Kan argetu nu garsiiseem
~ nu qabsiiseem
ijaaramnee ~~hin taanu dabeessa
Daandii dhugaarraa gorree hin taanu jaldeessa
Dhugaan qal'attullee boru bira geessa!
Jabaadhu carraaqii hin taatu odeessaan.

Borullee Barnootumaan Deemsa keenya itti fufna!.

Photos from Caalaa Disaasaa's post 17/02/2026

NAMAA!

Gatiin namaa meeqa~Namni hagam baasa?
โ€ŽYaada jedhu kana~Namni maalif kaasa?
โ€Ž
โ€ŽGatii namaa baruuf~Nama ta'i dura,
โ€ŽKeessa Namummaa keet~Gatiin isaa jira.

Gatiin kee qaalidha~Maallaqni sin bitu,
โ€ŽEessattuu hin argamu~Haqaan kan sin gitu.
namaa baruuf~ nama ta'i Garuu!.
dursi.
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ

Photos from Caalaa Disaasaa's post 09/02/2026

..Tulluu Kumsaa fi
... Dammee Injiguu
Ijaaramtan!
Jaarmiyaan keessan kan milkii, qananii fi namaa sa'a itti horattan isiniif yaa ta'u!
dheertuu wajjin jiraadhaa!
07/02/2026.

Photos from Caalaa Disaasaa's post 16/01/2026

โ€™UUN GAADDISA JIRUUTI!
warra qalee wal nyaachisu
Warra waraabee dheebuu wal oolchu
Warra Afee wal teesisu
Warra baree wal barsiisu
Taane!!
tana gubbaati Ulaan ittin jireenya sirrii jiraatan karaa Abbaa ofiitin qofa.
ofii gaaddisa
Waa Maraaf nama barbaachisa๐Ÿ‘ˆ
Ofii agabeet dura ilmoo nyaachisa๐Ÿ‘ˆ
Ofii daaret dura ilmooti uwwisa๐Ÿ‘ˆ
Kanaaf abbaan ofii gaaddisa๐Ÿ‘Œ

karaaf laga gidduu keenya jiru kutee Kan walitti nu fide dhalootummaa nuti waliin qabnu qofa.
Gaafa karaa Abbaa keetii irra deemtu dhaloota fageenyi lafaaf karaa addaan hanbise hundaan Wal argatta.

walitti nu fide.
Warra Abbaa Oromoo.
~~ Oromiyaa.

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame 12/01/2026

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame. Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti ayyaanota kabajaman keessaa isa tokko kan taโ€™e Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo, amajjii 3/2...

Photos from Caalaa Disaasaa's post 01/01/2026

As Geenye!!๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜
Barnoota!

deemne~ hin jarjarre
Haqa qabnuun ~ tabba baane
Gufuu xiqqoof ~ hin gufanne
Of-ta'uudhan ~ nama taane!

~ hin laaffatin
Galma xiqqoo ~safaraatin
Yoo horattee~ qalbii furdaa
Gaafas taata~ nama guddaa

geenyeโ˜๏ธHiriyoota koo baga geenye!.

Photos from Caalaa Disaasaa's post 26/12/2025

Ijaaramtan!
NAMAA SA'A HORAA
UMRII DHEERTUU WAJJIN JIRAADHAA!
lixashaggar fi
shaggar karaan walitti nuuf dhiyyaate
sorsaa ๐Ÿค
Nabii๐Ÿค

Photos from Caalaa Disaasaa's post 24/12/2025

geesse!
Kan hafe illee gahi!
Obbolessakoo
waan hojjatu kamiinuu yoo jabaate ni milka'a!
DURSAA OFTAโ€™UUDHA!

Photos from Caalaa Disaasaa's post 04/12/2025

12/3/2018
OROMIYAA!๐Ÿ’ค๐Ÿ’ค๐Ÿ’ค๐Ÿ’ค
OFTAโ€™UUN Heera Uumati!.

Want your business to be the top-listed Media Company in Woliso?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


South West
Woliso