ANUMA

ANUMA

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ANUMA, Sport & recreation, Oromia, Shambu.

05/01/2024

Waa'ee Beektootni Maal Jedhu?

1, "kaayyoon kee kan fiixaan ba'u lafa irratti siif kenname qofaattidha."

2,"yeroo kee hin qisaasessin, baay'ee gabaabaa, gati-jabeessaa fi kan bakka hin buufamnedha."

3, "Namni isaa kunuunsu jireenya isaa kunuunsa."

4, "Wantota kee qisaasessan kanneen akka hiriyyaa nuffisiisaa, bilbila hin barbaachisnee fi namoota qoosaa baay'isan jireenya kee keessaa dhabamsiisi."

5, "Argitee, Wanti ani fi qabeenya koo itti baasu maal akka ani barbaadu argissisa."


6, "Egeree keenya kan sodaannu 'a keenya qisaasessaa waan jirruuf."

7, "Tarkaanfiin Mul'aata hin qabne gubuu qofa, mul'anni tarkaanfii hin qabne abjuu akkanumaaniiti, tarkaanfii waliin garuu mul'anni addunyaa jijjiruu danda'a."

21/11/2023

Namoota Dantaa sabaarra Dantaa Dhuunfaa isaanii Caalchifataniin Araarichi gufateera.
Maal goonaree๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ–๏ธ

21/11/2023

๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ“ถ

ANAAFIS ULFA HIN TAANE MUCAAFIS HUMNA HIN TAANE JETTE NIITIIN.
๐Ÿ™‹๐Ÿ™‹

21/11/2023

Injifannoof Malee injifatamuuf Yoom manaa Baane๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Shambu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Oromia
Shambu