Grace Skills Training Center
Grace Tutorial gives Music(Piano,Scale,Guitar)and Language (English, Afaan Oromoo,, Amharic and other Native/foreign languages) tutorials
25/06/2026
Grace Training Center
Filannoo keessan godhadha.
24/06/2026
Grace Training Center
/0907242481
MANNI BARUMSAA MUUZIQAA GRACE
LEENJII MUUZIQAA GANNAA 2026
🎹 Leenjii Piyaanoo
Jalqabaa hanga Sadarkaa Ol’aanaatti
Chords, Scales & Dubbisa Muuziqaa
🎸 Leenjii Giitaara
Dandeettii Riitimii fi Giitaara Dursaa
🎤 Leenjii Sagalee
Ga'umsa Waltajjii
✓Stage techniques
Harmony & Raawwii Waltajjii
የበጋ ሙዚቃ ስልጠና 2026
የፒያኖ ስልጠና
የጊታር ስልጠና
የድምጽ ስልጠና
ስልክ፡ 0940292734/0907242481
አድራሻ: ሰበታ
20/06/2026
Faayidaa Muuziqaa taphachuu
👇👇👇👇👇👇👇👇
✔️ Dandeettii Sammuu Cimsa
Piyaanoo taphachuun sammuu kee akka hojjetu taasisa. Muuziqaa dubbisuu fi yaadachuun dandeettii waa yaadachuu kee baay'ee dabala.
✔️ Xiyyeeffannoo Dabala
Piyaanoo irratti harka mirgaa fi bitaa yeroo tokkotti sochoosaa, ijaan ammoo noota dubbisuun xiyyeeffannoo guddaa gaafata. Kun immoo hojii kee biroos xiyyeeffannoo guutuun akka hojjettu si gargaara.
✔️Obsa fi Naamusa Barsiisa
Piyaanoo guyyaa tokkotti wanta baratamu mitti.
Guyyaa guyyaatti shaakaluu gaafata. Kun immoo akka ati obsa qabaattu fi jireenya kee keessatti naamusa qabaattee waan tokko galmaan akka geessu si barsiisa.
✔️Ofitti Amanamummaa Dabala
Sirba ykn farsaa tokko sirriitti taphattee yeroo xumurtu ofitti amanamummaan kee ni dabala.
Keessattuu namoota duratti taphachuun qaanii balleessuuf baay'ee gargaara.
✔️Ibsa miiraa ni guddisa
Muuziqaan karaa humna guddaa qabuudha. Piyaanoo taphachuun miira akka dhiphina hirʼisuu fi miira jechootaan ibsuu hin dandeenye akka ibsitu si gargaaruu dandaʼa.
✔️Dandeettii dhaggeeffachuu kee ni fooyyessa
Muuziqaa tokko keessatti wanta hedduu jira. adda baasuuf sirritti dhaggeeffachuu dirqama
Keessattu namoota hasa'uu malee dhaggeeffachuu hin jaalannef baay'ee barbaachisa 🤭
Walumaatti
Umurii hunda irratti barachuun ni danda'ama, faayidaan isaa ammoo umurii guutuu si waliin tura. Yoo carraa qabaatte barachuun kee murteessaa dha!
Yoo jalqabuuf yaadaa jirta ta’e filannoo kee wiirtuu leenjii muuziqaa grace taasifadhu
Teessoon Sabbataa Roobsan fuuldura .......lakk 306
Tajaajila kenninu
👇👇??👇
🎹
*Shaakala quba 🖐
*Barumsa Sikeelii
*Rukkuta 🎶🎵
rimee muuziqaa 🎼
ykn Shaakala sagalee 🎤
🎸
Grace Training Center 🎹
Grace Training Center
filannoo keessan godhadha.
"WIRTUU LEENJII GRACE"
LEENJII NUTI KENNINU
✓KEYBOARD
✓PIANO
✓CHORD
✓VOCAL
✓GUITAR
✓CINEMATOGRAPHY(CAMERA, PHOTOGRAPHY AND VIDEOGRAPHY
BILBILA:0940292734/0910901534
TEESSOO:
Hub: YEROO HUNDUMAA GALMEEN JIRA.
✓ Barattootaaf Gatii madalaawaa akkasumas Hojjattootaaf yeroo mijataa ni uumna.
Galmee Gannaa eegalleerra!
Grace Training Center
06/06/2026
Category
Address
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Grace Skills Training Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.