BBC Balee Bahaa
Rakkin ummata keenya rakko keenya
16/11/2025
Kun afaan oromo arbsuudha
07/10/2025
Sabaa guddaa qabna waan gudda nuraa eegaa
21/06/2025
Kun dhuma bara 2025
25/04/2025
Ahmad Diyaaloo dirreetti deebi'uuf jedha
*******************************
Taphataa murteessaan Maanchister Yuunaayitid Amaad Diyaaloo miidhaa cimaa isarra gahee ture irraa erga dandamatee booda, shaakala dhuunfaa kan jalqabe ta'uun himame.
Wiixata dhufu ammoo shaakala idilee kan garee isaatti ni deebi'a jedhameera.
Amad Diallo sababa miidhaa isarra gaheen bara dorgommii kana taphaan ala ta'a jedhamee turullee, dafee miidhama irraa dandamachuu dandaโeera.
Bara dorgommii kana taphattoota murteessaa f barbaachisan keessaa tokko kan ta'e Ahmad Diyaaloo, yeroo murteessaa ta'etti kanatti gara dirreetti deebi'uun isaa Maanchister Yuunaayitidiif oduu gammachiisaa ta'uun himamaa jira.
Liigii Awurooppaatiin tapha Maanchister Yuunaayitid Atileetik Bilbaawoo waliin taphatu irratti, Amaad Diyaaloo carraa hirmaachuu akka qabus gabaafameera
BALEE BAHAA
04/12/2023
๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐๐ ๐๐โ๐๐ง๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ โ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ฅ๐ญ๐'๐ข๐ข ๐๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
Mootummaan dhimmoota komii hawaasaa taโanirratti xiyyeeffannoo laachuun hojjechuu akka qabuu gaafata BBC Balee Bahaa
Gaaaffii fi komiin hawaasni kaasaa jiran furuuf qamni itti gaafatamummaa fudhatuu as bahuu qaba jedha kun gandii walta'ii atootaa tajaajilaa rakkoo walxaxaa qabaachuu fi yaadeessaa taโuu isa dubbatu jiraattooni tokko tokkoo
Rakkoon kenna tajaajila Bishaanii,buufataa Fayyaa , ibsaa,network ,danda'ii fi rakkoo mana barnoota qabachuu dubatuu
dabalataan barruulee tokko tokkoo kan rakkoolee hawaasaa namoota gabaasan irratti ololaa sobati jettani akka waan birati ilaalun gara siyaasati ofaa jiratin akka irra of qusatana jedha kunii gaaffii mirgaatii malee siyaasa miti warrii siyaasaf dhimma itti baha jirta irraa of qusadhaa jedha Media keenya
๐ฝ๐ฝ๐พ ๐ฝ๐๐ก๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐
04/12/2023
Baankiin daldala Itoophiyaa Saamicha erga eegalee bubbuleera. Sanuummoo dhaabbilee akka Ethio telecom waliin ta'uun. Akkuma beekamu dhaabbanni Ethio telecom Osoo Networkii sirnaan diriirsee tajaajila si'ataa fi quubsaa hawaasa biyyattiif kennuu hin danda'in, Osoo magaalonni biyyattii hedduun fi keessa jiranii, bakka hedduutti networkiin bilbilaa iyyuu adda citee jirutti... dhaabbatichi hojii seenee akka fedhe saamuu erga eegalee bubbuleera.
Akkaataan saamicha ammayyaa kanaas karaa qindaa'aa qaama hedduu hirmaachiseenidha. fknf, Kaffaltii gibiraa, Kaffaltii Biilii gara garaa, kan Boba'aa fi kkf hedduun karaa Ethiotelecom malee akka hin kaffalamne godhee (Monopoly market) dhaani. Gama biraatiin daddabarsa maallaqaa Baankilee biroo fi Telebirr gidduutti godhamu diriirsuun hojii baankilee hedduu dhuunfachuun isaa ni beekama. Daddabarsi kun duraan kaffaltii irraa bilisa ture. dhiyeenya kana garuu qarshii hanga feete Baankii irraa gara Telebirr tti gaafa dabarsitu qarshii 10n sirraa mura. Ati 10nis dabarsi, 100s dabarsi... 1000... 10,0000 qarshii 10 murata. Qarshii 10,000 gadi dhaan malee waraqaan baafachuu akka hin dandeenye seera tumani. Sana booda gaafa ati dhaan baastu qarshii 1000 irratti qarshii 3.50 muratu. Yaaddeettaa? Guuyyaatti namni Miliyoonni 10, qarshii 1000 dhaan yoo baafate qarshii meeqa akka irraa muran? Qarshii muratan kanas Tajaajilamtoota ykn maamila isaanii beeksisanii osoo hin taane fedhuma isaaniitiini. Hojjataan baankii tokko gaafa Dabtara qusannoo fi ATM CARD akka baafattuuf unka si guuchisu qarshii yeroo baafattu waan sirraa citu kana siif ibseee miti. Mobile Banking dhaan gara telebirr gaafa dabarsitu qarshii 10n akka sirraa citus fayyadamtoota hin hubachiisne. akkasumaan hanga fedhan muratu. Mobile banking dhaan qarshii namaaf dabarsuuf jettee akka waan system dideetti fail godhee, yeroo balance kee ilaaltu qarshiin sirraa citee argita. namicha ati dabarsuufiif yaalaa turte yoo gaafattu na hin dhaqqabuu
01/12/2023
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTaphoota primeerliigii England torbee 14ffaa sanbata lamaan
๐
sanbata xiqqaa
โ๏ธ 12:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Brentford vs Luton Town๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - G Tech Community
๐ค Anthony Taylor
โ๏ธ 12:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Burnley vs Sheffield United๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - Turf Moor
๐ค- Chris Kavanagh
โ๏ธ Day 12:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Arsenal vs Wolves๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - Emirates
๐ค Peter Banks
โ๏ธ 02:30
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Nottingham Forest vs Everton๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - The City Ground
๐ค Paul Tierney
โ๏ธ05:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Newcastle United vs Manchester United ๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - St. James Park
๐ค Robert Jones
๐
dilbata
โ๏ธ 11:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Bournemouth vs Aston Villa๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - Vitality
๐ค Thomas Bramall
โ๏ธ 11:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ West Ham United vs Crystal Palace๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - London Stadium
๐ค Michael Oliver
โ๏ธ 11:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Liverpool vs Fulham๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - Anfield Road
๐ค Stuart Atwell
โ๏ธ 11:00
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Chelsea vs Brighton๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - Stamford Bridge
๐ค Craig Pawson
โ๏ธ 01:30
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Manchester City vs Tottenham ๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ
๐ Stadium - Etihad
๐ค Simon Hooper
Kilaba isin deeggartaniif carraa gaarii
Tilmaamaa badhaafamaa๐
Nama 3 tapha barbaade 5 filatee tilmaama sirrii argateef kaardii abbaa 200,100 fi 50 ni badhaafna๐
21/11/2023
Sammuun dhiiraafi dubartii gargari moo??
Buqqee sammuu keenyaa shifargaa jalatti yoo ilaalle xaxaa niwuroonotaafi hidda dhiigaan alatti waan biraa hin qabu.
Tahus sammuun keenya madda qalbii, eenyummaafi sababaafi buโaan amanuu keenyaaati.
Kanaaf sammuun dhiiraafi dubartii gargari dha?
Sammuu mataa keessaa baasee otoon isinitti agarsiisee kan dhiiraafi durbaa tahuusaa adda baastanii natti himuu dandeessu?
Saayintistoonni sammuu dhiiraafi dubartii gidduu garaagarummaan jira moo hin jiru kan jedhu irratti wal-falmu.
Sammuun dhiiraafi dubartii gargari?
Qormaata xiyyeeffannoo sammuu keenyaa barbaadu akka addunyaatti dhiiraafi dubartiif kennameen buโaa adda addaatu argame.
Fakkeenyaaf dhiiroti kaartaa dubbisuun kallattii iddoo tokkoo baruun dubartootarraa harka 50 caalaniitu argaman.
Dubartoonni immoo yeroo murtaaโetti dalagaa garagaraa raawwachuun dhiirota caalaniitu argaman.
Saayintistoonni kana mirkaneessuuf hirmaattota qorannoof daqiiqaa saddeet keessatti dalagaawwan sadii kennaniif.
Shallaga herreegaa tokko furuu, kaartaa irraa lafa hoteelli argamu barbaaduufi furtuu manaa maasii keessatti bade tokko akkatti argatan baruu faโi.
Dalagaawwan kunneen gidduutti immoo bilbilli bilbilamaafi ture.
Kanarratti dubartoonni daqiiqaa kenname keessatti dalagaawwan keennameefi raawwachuu dandaโan.
Dhiiroti kaartaa dubbisuun qofa iddoo barbaadan yaadatanii deemuu dandaโan, garuu furtuu barbaaduu irrattillee isaan hin milkoofne.
Yeroo miira namaa hubachuutti dhufnus dubartoonni fooyyee akka qaban qorannoowwan agarsiisan jiru.
๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐๐ฃ๐๐ ๐๐๐ง๐๐ฉ๐๐ฃ ๐ข๐ค๐ค ๐ช๐ช๐ข๐๐ข๐๐๐ฃ๐
Haa tahu malee, namoota kunneen irratti saala isaaniitu garaagarummaa fide jennee dimshaashessuun dura ragaan deeggaruu qabna.
Kana baruuf caasaa sammuun saala lameen kunneeni haa xiinxalluu.
Garaagarummaan kuni uumamaan taanaan sammuu keenya irratti mulโachuu ni qabaata jechuun kaโu saayintistoonni.
Giddugalaan ulfaatinni sammuu dhiirotaa kan dubartii harka 10โnin caala. Garuu kuni namaa namatti adda adda, sammuun dubartii kan dhiiraa caalus jira gatii taheef.
Ammoo dhiiroti gidduugalaan qaama dubartii irra caalu gatii qabaniif ulfaatinni sammuu isaanii kan caale.
Akka saayintistoonni jedhanitti gidduugalaan, sammuun dhiiraa guddaa kan dubartii irra xiqqaachuun hubannoofi dandeetti irratti garaagarummaa hin fidne.
Piroofeesar Keevin Misheel, Yunivarsiitii Dabliinitti Niwurobaayolojii qoโatu, sammuun dhiiraafi dubartii garaagrummaan caasaa jira jedha.
Garaagarummaan caasaa kunis amala wal-hormaataa saala lameenii kan toโatu dha jedha.
Sammuu keenya keessa kutaan haayipootalaamas jedhamu kan dhiiraafi dubartii irratti gargari.
Kutaan sammuu suni kan dhiiraa kan dubartiidhaan harka jaha ni caala, kanas shifrgaa jalatti qofa arguu dandeenya.
Tahus adda addummaan shifargaa jalatti arginu kuni garaagarummaa amalaa dhiiraafi dubartii irratti arginuun kallattiin wal-hin qabatu jedha Piroofesar Keeviin.
Garaagarumma kutaa sammuu tokkorra jiru fuunee garaagarummaa amalaa saalaan mulโatu kaaniin walitti hidhuu hin dandeenyu jedha.
Fakkeenyaaf dhiiroti dubartoota caalaa amala irra aanuu kan qabaatan akaakileen keenya wal-horuudhaaf dorgomuu gatii qabaniifi tahuu danda'a.
Dubartoota argachuudhaaf dhiira biraa caalanii argamuun irra jiraata, kuni yeroo ammayyaa kanattis kara garaagaraan irra
Buqqee sammuu keenyaa shifargaa jalatti yoo ilaalle xaxaa niwuroonotaafi hidda dhiigaan alatti waan biraa hin qabu.
Tahus sammuun keenya madda qalbii, eenyummaafi sababaafi buโaan amanuu keenyaaati.
Kanaaf sammuun dhiiraafi dubartii gargari dha?
Sammuu mataa keessaa baasee otoon isinitti agarsiisee kan dhiiraafi durbaa tahuusaa adda baastanii natti himuu dandeessu?
Saayintistoonni sammuu dhiiraafi dubartii gidduu garaagarummaan jira moo hin jiru kan jedhu irratti wal-falmu.
Sammuun dhiiraafi dubartii gargari?
Qormaata xiyyeeffannoo sammuu keenyaa barbaadu akka addunyaatti dhiiraafi dubartiif kennameen buโaa adda addaatu argame.
Fakkeenyaaf dhiiroti kaartaa dubbisuun kallattii iddoo tokkoo baruun dubartootarraa harka 50 caalaniitu argaman.
Dubartoonni immoo yeroo murtaaโetti dalagaa garagaraa raawwachuun dhiirota caalaniitu argaman.
Saayintistoonni kana mirkaneessuuf hirmaattota qorannoof daqiiqaa saddeet keessatti dalagaawwan sadii kennaniif.
Shallaga herreegaa tokko furuu, kaartaa irraa lafa hoteelli argamu barbaaduufi furtuu manaa maasii keessatti bade tokko akkatti argatan baruu faโi.
Dalagaawwan kunneen gidduutti immoo bilbilli bilbilamaafi ture.
Kanarratti dubartoonni daqiiqaa kenname keessatti dalagaawwan keennameefi raawwachuu dandaโan.
Dhiiroti kaartaa dubbisuun qofa iddoo barbaadan yaadatanii deemuu dandaโan, garuu furtuu barbaaduu irrattillee isaan hin milkoofne.
Yeroo miira namaa hubachuutti dhufnus dubartoonni fooyyee akka qaban qorannoowwan agarsiisan jiru.
BBC Afaan Oromoo Wabeeffanne
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.bbc.com/afaanoromoo
20/11/2023
๐๐ง๐ค๐ข๐ค๐ค๐ฃ ๐๐ค๐๐๐๐ฃ ๐ฌ๐๐ก ๐๐๐ ๐๐ค๐ง๐๐ค๐ข๐ช, ๐ค๐๐ช๐ช๐ฃ ๐ฌ๐๐ก ๐๐๐ฃ ๐๐ค๐ง๐๐ค๐ข๐๐๐ฃ'- ๐๐๐ง๐ง๐ค๐ค ๐ฟ๐๐ง๐ง๐๐๐๐
Ajajaa olaanaan ABO-WBO Marroo Dirribaa [Kumsaa Dirribaa] Taanzaaniyaatti marii nagaa irra jiran tibbana marii karaa Zoom bakka bu'oota deeggartoota ABO-WBO waliin taasisaniin โโOromoon hojiin ijaaramuu qaba,โโ jedhan.
Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaa fi ABO-WBO gidduutti guyyoota kudhanii oliif Tanzaaniyaa magaalaa Daare Es Salaamitti gaggeeffamaa jira.
Mariin kun yoom xumurama kan jedhuu fi wal hubannaa akkamiirra gahameera kan jedhu ilaalchisee odeeffannoo gahaan hin kennamne.
Yeroo jalqabaaf marii nagaa irratti qaamaan argamuun kan hirmaataa jiru Marroo Dirribaa [Kumsaa] Sadaasa 18, bara 2023 โโsaโa shayee irrattan dubbachaa jiraโโ jechuun karaa Zoom ergaa dabarsan.
Garuu waaโee marii nagaa itti jiranii osoo hin ibsiin hafan.
''Warra siyaasa hin beektu, ijoolleedha, kaayyoo hin qabdu jedhamee tuffatamaa turetu har'a addunyaa kana dubbachiisaa jira. Waan hojjetameen nu madaalaa malee oduudhaan miti,'' jedhan.
''Waan amma deemaa jiru kana sana jechuu hin barbaadu. Naamusa isaas miti waan taheef. Garuu qormaata guddaatu fuuldura keenya jira. Kana beekaa.''
Ajajaa olaanaan ABO-WBO kun โโuummanni Oromoo hojiin wal haa dorgomu, arrabaan wal hin dorgomiin, mataa gadi qabachuun hojjedhaa, mulโachuun gatii hin qabu,โโ jedhe.
Yeroo dheeraaf carraa miidiyaa hawwaasaa fayyadamuu bal'aa akka hin qabne kan hime Marroon, dubbiin isaa kun maricha irraa ka'uun moo yaada hawwaasaa miidiyaa irraa hubachuun, kana dubate kan jedhu ifa miti.
Waaโee deeggarsa maallaqaa deeggartoota isaanii biyya alaarraa argamuu yoo dubbatan 'โani gamakoon maallaqniyyuu haa hafu jechaan jira, namuu ogummaa isaan haa ijaaramuu,โโ jedhan.
Dabalataan maqaa isaaniin akka hin daldalamne gaafachuun ''namni yoo waliigaluu dadhabe, waliigaluu dhabuu keenya irratti waliigallee taaโuun ni dandaโama,โโ jedhe.
โ'Sirna ijaarrachuu feena, dhaloota dhufuuf biyya akkamii, sirna akkamii ijaarra kan jedhudha. Nuyi ni daba
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Robe