Baalee tiyaa

Baalee tiyaa

Share

Alhamadulilahii
Wan hundaafuu
☝️☝️☝️☝️☝️

01/10/2024

Nasaba hooooo
Isiniin jabaatte tiyya irreen.

Akkas Akkas Akkas Akkas
Isiniin jabaatte tiyya irreen.
Gaafa doolcheen kiissi tiyya hin jirre😌
📢📢📢📢📢

25/09/2024

Zafaanyiin Arsii (Sikoo mando)Sunii Bagaa Umaataa kan Akkaa ofiitii Debi'u gotee
👌👌👌👌👌👌👌👌👌

10/07/2024

Congratulations ra

09/05/2024
24/03/2024

Tuniisii dubii jabadudha
🤔🤔🤔🤔
Doktoroonni hospitaala Adaamaa Akkas jedhu…!

- erga gaafa madoon oromoo wolloo hospitaala kana seenuu eegalaniitii kaasee joolleen miidiyaa hawaasaa fayyadaman lakkoofsaan baayyinni isaanii hojjattoota hospitaala kanaa caalantu uummata rukutamee cinqaa keessa jiru hojii godhatanii camera qofa woraabanii miidiyaa dhuunfaa isaanii irratti suuraa fi video post godhu. nutis gaafa guyyaa jalqabaa waan kana rifaatuu fi quuqama uummata keenna akkasitti miidhamanii lubbuun hafanii hospitaala kana gahuu isaanii sababa godhannee akka gargaarsi isaan dhaqqabuuf usneetuma ilaalaa turre; inumaayyuu akka gadi-lakkisaniif jajjabeessaa turre. dubbiin garuu oolee bulee haala jijjiiratee dhufe!

- Dargaggeessi oromoo quuqama sabummaa ni qaban jennee amannu haala nama jibbisiisuun Account dhuunfaa isaaniitiin hawaasa OROMOO biyya Alaa jiraatan, sababa garaa garaa itti himuun maallaqa yeroo isaan dhuunfaan sassaaban argine..! Dhugumatti baayyee rifanne. sanuu joolleedhuma miidiyaa kanarratti beeknu, kan quuqama qaban nuti jennee amannu fa’atu waan kana eegalan…! Maaliif akka ta’e garuu nuuf hin galle. Amma dhugaa dubbachuuf baayyinna worra camera baatee uummata kana woraabuutiifuu akka hawaasa kana itti gargaarru nutti ulfaatee jira. gariin isaanii achuma keessa oolanii buluufis kan fedhan hedduudha. Isaan uummata kanaaf yaadanii osoo hin taane faayidaa dhuunfaa isaaniitiif akka ta’e argineerra; kun waan akka sabaatti nu qaanessuudha. roorroo sabatti dhufte sababeeffachuun uummata qalamee du’aaf jiruu jidduu jiru saamuun salphina seenaati jedhan..!

-inni biraa dhimmuma suuraa ka’uu kana irratti yaada tokko isiniif dabala. Nama miidhamee dadhabee, energy hunda fixatee daandii hamma san fagaatu; wollorraa hamma Adaamaa gahutti cinqii meeqa keessa ture ati itti hirkattee suuraa akkamitti woliin kaatee post gochuuf cinqamta? Inni ati woliin kaatu sun bar lubbuu ofiitiinuu jiraadhaa jechuun gaafii guddaadha bar isaaf 😢. Itti yaadamuu qaba.

15/03/2024

Ramadan 2024

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Robe