Baale Development

Baale Development

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baale Development, Development, Robe.

10/02/2025

Dallo-menna is Best of the Best

06/03/2024

Taphaa Mo'aatanii Darbuu Guyya ardha
Dalloo 3 : 2 Gobba
DALLO Boom boom...

25/02/2024

Congratulations for Liverpool fan world wide

24/02/2024

Arsenal 2 : 2 Newcastle

Photos from Baale Development's post 12/02/2024

Badhaasota Waancaa Afriikaa 34ffaan eenyutu maal badhaafame?

Guraandhala 03, 2016

Waancaan Afrikaa 34ffaan injifannoo Kootdivu'aariin goolabameera.

Badhaasota biroon

● Taphtaa Cimaa Dorgommichaa- Lammii Naayijeeriyaa Wiiliyaam Ekoongi

● Taphataa Dargaggeessa Cimaa Dorgommichaa- Lammii Kootdivu'aar Siinoon Adiingraa

● Galchii olaanaa Dorgommichaan Badhaasa Koophee Warqee- Lammii Ikuwaatooriyaal Giinii Emiliyoo Nusuuyee (Goolii Shaniin)

● Karra eegaa Cimaa Dorgommichaa- Lammii Afriikaa Kibbaa Roonwen Wiiliyaams

● Leenjisaa Cimaa Dorgommichaa- Leenjisaa Kootdivu'aar Emersee Faayee

● Garee Namuusa Gaarii agarsiise- Garee Biyyaalessaa Afriikaa Kibbaa (Bafaanaa Bafaanaa)

12/02/2024

Moroko change the AFCON
Ivory coast Do it again by S. Heller Goal 🥅🥅🥅🥅🥅🥅🥅

02/02/2024

Anii Namnii bayye Jalladhuufi kabaaju Abdiisa Banca Jarraa gaafa inni akkas of diqqessu bayye naa aarsa Ifajeen inni guddiinna Afaan oromoo kessatti qabu guddadha niin beeka Garu immoo Hayyuun ykn beekaan Oromoo tokko gafaa hanqinna Afaan kanaa qoratee furuuf qoranno Xiqqessuuf yaalamu inumaa gara Amantaa Fi gama siyasaa tti fiduun jibbisiisuuf gafa yaalamu bayyee nama arsaa.
Anii Gama kootiin Khuullee Oromoo Fi Abba Qoranno kana Master Hassan Aymo Hamilee ittiin qeequu hin qabu warri Fb gubba beekumsa Fi Dandettii tokko maalee bubbee bubbisu hundaa waliin bubiiftaan Dirree Hayyotaa Afaniitiif dhiisa kessa baha Ifajeen Hayyu Waggaa 20 barrefaama gabaabduu fuula Facebook takkaan qeequu Fi jibbinsaa karaa adda addaan ykn immoo Karaa kiyyaan maliif hin dhufneen ballessuuf yaaluun mataan Isaa dooffummaadha. Hanqinnii Qubeen Afaan oromoo kessa ni Jira Kun dhugadha abban fedhe haalu dandaa'u miiti kana immoo sirressuuf yaaluun Dandettii Fi beekumsa guddaa gaafata kanaaf master Hassan Abba Khuullee Oromoo jabaadhu Wantii atii qabatte dhuftee waan guddaa dhalootaaf ta'u nuuf jiraadhu warri jibbinsaan garra Ummataatiin gettaanis Galatooma Hayyotaa bayyee akka qabnu nu barsiiftanii jirtu waan ta'eef.

Photos from Baale Development's post 27/01/2024

𝙼𝚊𝚗𝚌𝚊𝚊𝚝𝚒𝚒 𝙱𝚘𝚜𝚘𝚗𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝚋𝚊𝚕𝚊𝚊 𝙸𝚋𝚒𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚎𝚎𝚐𝚞𝚞𝚗 𝙱𝚘𝚜𝚘𝚗𝚊 𝙺𝚞𝚗𝚞𝚞𝚗𝚜𝚞𝚞𝚗 𝙼𝚞𝚛𝚝𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚍𝚑𝚊!
♤♤♧♤♤♧
Ammajjii 18/2016 Godina Baalee Aanaa Diinshootti Qindoomina Paarkii Biyyoolessa Garreen Baalee, Waajjira Eeggumsa Naannoo fi Dhaabata Frunkfart Zoological Society tiin Gandoota Daangeessitoota Paarkii Biyyoolessa Garreen Baalee waliin dhimma mancaatii bosonaa fi balaa ibiddaa hambisuuf mariin gaggeeffamee jira.

Maricharrattis Itti Aanaan Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Diinshoo Obbo 𝐌𝐮𝐡𝐚𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝐈𝐝𝐢𝐫𝐢𝐢𝐬, Itti Gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Diinshoo Obbo 𝐁𝐚𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐝𝐢𝐢𝐫 fi Itti Gaafatamaan Paarkii Biyyoolessa Garreen Baalee Obbo 𝐒𝐡𝐚𝐚𝐦𝐢𝐥 𝐊𝐚𝐝𝐢𝐢𝐫 argamuun kutaa hawaasaa waliin marii gaggeessanii jiru.

Dokumaantii mariif ka'uumsa ta'u Qindeessaan dhaabbata Frunkfart Zoological Society Obbo 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐡𝐚𝐚𝐤𝐢𝐦 𝐀𝐚𝐝𝐚𝐦iin erga dhiyaatee booda irratti mari'atamee jira.

Maricharrattis namoonni hirmaatan Paarkii Biyyoolessa Garreen Baalee kaleessa eegnee asiin geenne UNESCO'TTI galmaa'ee jiru kana kan duraan caala tiksuu qabna jechuun yaada isaanii ibsaatanii jiru.

24/01/2024

Arabboonnii AFCON kessa Galaan Morokoo Fi Egypt maale Algaria Fi Tunisian naga dhamataan.

09/12/2023
Photos from Baale Development's post 09/12/2023

Madda Gootaa intala Huseen Suuraa Anaajina moo Teessoon Gaasaraa?💓💝
Obsuudha Kaa Maal gooturee !
Warri Seeraaf Sirna Baaliyyoo Beeku Akkasiin Ragaa baha💖 Thank You!
Sirbaaf Osoon Taanee Sirnaaf Ilaalla!
🥰
Leechoo Gammachuu Ulfadhu Umrii nuuf dheeradhu H/Huseen Suuraa Goota Seenaan isaa dagatamee Nuu yaadachiifte.

07/12/2023

WOW WOW ⭐️🔥
Garran Baalee Bu'ee ol ba'ee
Golaa golloo hunda naanna'ee
Goottan kaleessa san yaadadhee
Lixaa dhufeen si iyyaafadhee....
~
Bareeda Baaletan jaalladhee
Lixaa dhufeen si iyyaafadhee.
~
Anaa Dhufu🤝 Artist Leechoo Gammachuu

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Development
Robe
1122