AsedTube
Ani muslima Alhamdulillaah
18/02/2026
RAMADAN MUBARAK KULLU AAM WA'ANTUM BILKEYR Shahrukum mubarak Taqabalalahu mina waminkum salihal A'imal
12/02/2025
May Allah extend your life in worship, my father
31/08/2024
16/03/2024
Ani video kana Yoon ilaalu maaltu natti muldhata beektanii?
Kampaniin tokko meeshaa forged yeroo oomishu meeshaa original irraa fkn hatee original fakkeessuudhaan oomisha.
Kanaaf warri Kunis amantiin isaanii maal akka taate akkasuma amantiin teenya islaamummaan maal akka taate nuuf ibsan natti fakkaata
Garuu koreen majlisa fedraalaas dhimma kana salphaatti ilaaluu hin qabu
27/06/2022
Kun Dhaamsa Warra Hajjii hin deeminiiti.
11/06/2022
04/06/2022
Rakkattuwwan tiyya
Gugurraalee tiyya
Hongeen sitti hammaatus,
Rakkoon harkaa siqabaatus
Waan erratti salaattu dhabdus
Rabbii salaattuuf baga qabaatte
Mindaa Obsa keessanii Rabbiin jennataan isiniif hadeebisu.
Aamiin Aamiin
19/05/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the organization
Website
Address
Oromiyaa
Robe
ASED