Dhimmituu
::Kolfuuf karoora hin baafatiin
::Gadduuf hin ariifatiin
::Dhaga'uuf fiigi
::Dubbachuuf itti yaadi
::Madda gammachuf gaddakee adda baafadhu
Isa: Waaqa arguu dandeessaa?
Ana: Lakkii arguu hindanda'u.
Isa: Waaqa immoo harkaan qabuu dandeessa?
Ana: Lakkii
Isa: Akkas taanaan waaqni hinjirus waaqa hinqabdukaa?
==================================
Amma immoo dabareekoon isa gaafadhe.
==================================
Ana: Sammuukee arguu dandeessaa.
Isa: Lakkii hinmul'atu.
Ana: Sammuukee immoo harkaan qaqqabachuu dandeessaa?
Isa: Lakkii, tasumaa!
Ana: Akkas taanaan ati sammuu hinqabdu jechuudhakaa!
Gorsa keessaa kanin hindaganne, "gaaffii jal'ootaaf deebiinsaa gaaffii jal'inaadha" kan jedhu hindagadhu!Isa: Waaqa arguu dandeessaa?
Ana: Lakkii arguu hindanda'u.
Isa: Waaqa immoo harkaan qabuu dandeessa?
Ana: Lakkii
Isa: Akkas taanaan waaqni hinjirus waaqa hinqabdukaa?
==================================
Amma immoo dabareekoon isa gaafadhe.
==================================
Ana: Sammuukee arguu dandeessaa.
Isa: Lakkii hinmul'atu.
Ana: Sammuukee immoo harkaan qaqqabachuu dandeessaa?
Isa: Lakkii, tasumaa!
Ana: Akkas taanaan ati sammuu hinqabdu jechuudhakaa!
, "Gaaffii jal'ootaaf deebiinsaa gaaffii jal'inaadha"
Gabrummaa dullumaa jaarraa lakkoofsisee qacceesaa gogsitee
Maafan si dagadhaa Yaahiweekooti ati na bilisoomsitee
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Nekemte
251