Biyya
Yaada kessa nuf qooda.orommummaan dhigaa kan kootti Amantaa kan kootti of beekkun formuulaa namaa gaa
11/12/2025
27/09/2025
Torbee Seenaa… ✨
Bara wanti hundi bu’atti rarra’u,
bara hedduun namaa jaalala sobaa nama jaalatu keessatti:
Qalbii kumaatama akka aannanii addaattu,
harka fuudhee gaara kaayyoo irra nama kaa’u,ummata akka keessanii qabaatuun;
anaaf qabeenya har’aa mitii boruuf abdadhu taatanii natti of agarsiiftanii jirtu!
Challenge milkaa’inni isaa gaara fagoo irra jiru,fuutanii Torbee Tokkotti harka kiyyaan geessan! 🚀
Mataa gadi qabataa of shakkaa eegale,
mataa ol na qabdanii akka ani qoma dha’adhee ummata garaa dhadhaa - Eega RABBII kootii- tabba fedheen
na baha jedhu duraanis osoo qabu
har’as haaratti argadheera!
Akka biyya kanaatti Challenge-n bifa kanaan,ariitii adda taheen kaayyoo isaa yeroo kannameefi
gaditti dachaa sadiin galma gahe waan argamee dabre hin se’u!
🌟 Torbeen tuni anaaf torbee seenaati,
Muslimootni osoo jiranuu,
Ijoolleen Kirsitaanaa kan amantiin walii faallaa jirru,affeerraa fi yaamicha ani godheen alatti,namummaa fi sabummaan dhugaan onnee isaanii affeeree,
akka waan dhimma isaaniitti ganamaa fi galgala irratti
xiyyeeffatanii ,akka qaama tokkootti gumaata maalumaanuu kaffaluu hin dandeenye
naaf oolanii jiru❤️🤲🏾
Hayyootaa fi Hawaasni kiyya hundi keessan naaf galatoomaa!
Oolmaan keessan; Gammachuu Addunyaa fi Boruutiin dachaa dachaan isiniif haa deebu’u jedha!
Torbeen kuni wanti nu barsiisu:
Ummata tokkoomee waliin tarkaanfatu gaarri rakkoo tokko akka dura hin dhaabbanne nu barsiisa!
🏅 Gumaata addaa fi jaalala addaa
qabatama seenaatiin naaf ooltanii anis
gargaarsa RABBII kiyyaatiin waan mataa keessan ol qabu
hojjachuuf abdii qaba!
Guyyaa Galataa Sagantaa Hawaasa Hunda Itti Galateeffannu hanga qindeessinutti nu eegaa..
Inshaa ALLAAH 🌙✨
10/05/2025
Seenaa ajaaibaa
Zabana nabiyallaa muusaa intaloon takka nabiyallaa
Muusatti dhufttee
Yaa muusaa niin dilaawe toowbbaan barbaada jatteen
San nabi muusaan diliin tee maali ja,een
Isiiniis Sagaggaalummaa dalageen ilmmoo dhalee
Ilmmoo saniis ajjeese jatteen
Yaroo khana nabi muusaan bahi
Narraa jadheen
Inttaloon baayyee rifattee baatee kutte
Guyyaa lammaffaatiis deebitee akkas jatteen
Guyyaa lammaffaatiis narraa bahi jadheen
Yaroo kana maleeykkaan tokko itti dhufee
Yaamusaa ati nama toowbaadhaaf gama rabbii dhufe
Ariitee
Osoo namnni isiirra hamaa meeqa jiruu ja,een
Yaroo kana muusaan bar isiin zinaa daleeyddee ilmmoo dhalttee ilmmoo san ajjeefttee kan badii guddaa kana daleeydde
Namnni isiirra hamaa kamttu jira ja,ee gaafate
Namnni isiirra hamaa
Nama osoo beekhuu
dhiiseetu isiirra badhaadha ja,een
Mee obbaleeyyan seenaa tanarraa maal hubattu
Hammeenya nama salaate dhiisuu argitee
Rabbiin keenyaas nama gama isaa dhufeef akka itti garaa laafu argitee
Guyyaan arraa jummata
Salaata keenya rabbiin nurraa haaqeebalu
Obbaleeyyan keenya kan ittin jirreefiis rabbiin haalaaffisuuf
✍️muhaajir abdisa
Waan garaagarii argataa asii 👇
https://t.me/muhajirabdisha
23/04/2025
الهم هن علينا سفرنا هذا واطو عنا بعده
23/04/2025
Galaanni Beekumsaa Biyyaa Mootii Abbaa Jifaar jiru… Ulfaadhaa Warri Sanyii Mootii!!
Ulamoota afrikaan qabdu keessaa عllaamaa Seikh Ahmad Watar isaan ijoo dha.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Marsu
Mechara
1234
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Wednesday | 09:00 - 17:00 |
| Thursday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |