Reasonable Page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Reasonable Page, Educational consultant, Jimma.
21/03/2026
Why we eager to report evil
Guyyaa Hardha kana iran🇮🇷 kaampii waraana Guddicha Ameerika🇺🇸 fi Israa’el🇮🇱 Barbadeesitee jirti
Kuno link👇me/+4981qHccnWo1OGU0
Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf Daily News Follow Like fi share godha nu hordofa
19/03/2026
Mootota Itoophiyaatiin kan gurguramne . Camdamne, lafaan qotamne, akka beelladaa hidhamnee gooruu beelladaa, beellada duukaa bulfamne. Hanga umriin gahutti horii tiksaafii, qaamaa dhiqaafii, miicaafii, yoo karaa deeman xilaa irra qabaa, yoo xilaan hin jirres duukaa deemnee bakka taa'aniif dhaabatanitti qilleensa itti hafarsaa 'an wa jennee mootii isaanii waaqeffachaa, yoo nyaatan qorii jalatti qabnee, yeroo du'an jiraan keenya duukaa turre. Umriin keenya yeroo dargaggummaa ga'utti dhiira yoo taane , dubartii yoo taanee shaakala qunnamtii saalaaf nutti fayyadamaa turte. Giddugalli daldala har'a gurrachi takka keessa hin jirre tun guddaa nu biraa qabdi. Tanaaf day in day out it is must for us to sing about our ( Arab and Israel). Ethiopiyaan ilmaan ishiif galti moo arabootaaf Israaelii taati?
cimaan lugaamamne, awwaalcha cimaa awwaalamne, diigumsa guddaa diigamne. Dhukkuba hammana gahu jennee ilmaan keenyaaf dabarsina moo wareegama feesisu kafallee idaa keessaa baafna?
Garbi hin qabu. Gooftaan garbaa garboomfataadha. Rabbi karaa sirrii irra nu haa kaawwatu.
Are you researcher and need collaboration with any senior research experts. Ask us
02/06/2024
02/06/2024
West Oromia
HOW IS TODAY
Dadhabbinna keenyatu Goobnaan daangaa darbe
Eenyutu nu keessaa ciminasaa malee hanqina saa arge
Kanaaf tuffatamnaan diinni dhiibee dhufee mirga teenya sarbe.
Tun nutti hin xiqqaattuu cubbuu teenya yoo laalle
Meeqa goyyoomsinee hallayyatti ganne
Irbuu meeqa seennee irbaatasaa nyaanne
Meeqa hamilee tuqnee dhaabatatti hiine
Gaaddisa ishee kunnee kichuu meeqa miine
Haaldhabiinsa keenyaan hanga har'aa garboomne
Wacaan finnee jaarree osoo wacaan diignu
Waldhageettiin dhibee osoo gargar fiignu
Maaliif nubbari'ee maaliif nutti dhiha
Gatiin joormaa keenyaa maaf maseena taha
Gowwoomnee nyaatamuun siichi nu gaha
Gumaan lammii tiyyaa si'a tana baha
Obsii dhageeffadhu ilaalii madaali
Roorroo sitti deemu tokkummaan sakaali
Waccee batattoofnaan yoomuu ni ergamta
Gadi galoo taatee dhaloota kee miita
Amantis ni qabna madda rakkoo ta'ullee
Siyaasaa bittinnaa'uu nu masakaa ooltullee
Rakkoon madda isheerraa yoon furamin ture
Osoo rakkoo dhalu oolee yoo bubbule
Rakkotu aadaa ta'ee jiruu taasifanna
Soba garmaamsinee dhugaa diinomfanna
Haraamuu goobsinee aabbaa dhugaa nyaanna
Waca nurraa dhiisaa hiriiraa wal faana.
Ija tiyya tanaan wanti hanga har'aa arge
Sababa amantii rakkoon bu'ee marge
Lammii meeqa nyaatee mirga isaa sarbe
Hunduu achiin seenee harka nutti horfa
Qaawa isaa hin suphatu hunduu taa'ee kolfa
Inni gama sanaa osoo as akeekuu
Warri goda kanas osoo gamas qeequ
Seexaanni osoo xuuxu dhiiga ilmaan keenyaa
Seexana maal loluu mana amantii deemnaa
Lakkii of ilaali kee kadhadhu
Amantaa keessa kee cimsii jabeeffadhu
Siif uumaa kee gidduu girdoo jabdujjiraa
Beekumsi yoon jirre amantiinuu shiraa
Obbolaaf obbolaa qoodee waliddiraa
Haadhaaf ilma gidduu fidee buusa shiraa
Haadhaan gargar baanaan jannatni eejjiraa?
Waanin waggaa 9 dura barreesseen natti tollaan darbadhe. Osoo ooleen bulinin dhugaasaas argadhe.
Gltm
Africa is share of Western and Turkey. Their main objective is domenating us economically, educationally, politically and socially. First They hire us to keep their traditional institution (like... religion) bitter true. 2nd opened universities for us to read and keep their document, logically they have no time to read and are busy on creating new technology and ideas. That is why we are doing day and night to develop english language as individual, groups and institutions as well as by male and female. Really we are done. Some may think that the western's objective is expanding their culture and religion. I don't think so. Is deviding and weakening our power. Now they are almost around to paralize us.
No weapon is as strong as religion to colonize Africa particularly Oromia.
That was the reason why their missionaries toaght our religion leaders only about hate. Marrying and eating from muslim is Haram for christians and vise versa. We are very smart in teaching bible and quran empty stomach. B/c tomorrow we will live prosprious life by hiring hate our generation. Let us kill each other, let hate each other. Religion is good, but how about if it is unshaped by politiCians. I believe to their strenght, but ashamed of our weakness.
Yaa rabbi ofiif na gidduu maggaarajaa kaasi.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Jimma