Al-khalid

Al-khalid

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Al-khalid, Writer, Jimma.

19/03/2026

Yeroo jalqabaaf gareewwan Ingiliiz afur marsaa tokkoon shaampiyoonsi liigii Awrooppaatiin bahuun isaanii ni yaadatama.

10/03/2026

Seerota Ajaa'ibsiisoo Kooriyaa Kaabaa keessaa murasa!

1. Kooriyaa kaabaa keessatti yoo yakka hojjette amma dhaloota sadii'itti maatiin hundi itti gaafatama!

2. Konkolaataa ykn computerii bitachuuf dirqama eeyyama mootummaa argachuu qabda.

4. Akka biyyaatti TV isaaniirra chaanaalii sadii qofaatu jira. Innis kanuma mootummaa isaaniiti.

5. Namni kamiyyuu rifeensa isaa akkaataa mootummaan eeyyamuun qofa sirreeffata. Akka pireedizantii isaaniitti uffachuus ta’ee rifeensa sirreeffachuun dhorkaadha.

6. Dhiirri tokko durba waliin waa’ee jaalalaa kan inni haasa’uu danda’u yoo kan ishee fuudhu ta’e qofaadha.

7. Yeroo mucaan dhalatu maqaa pirezidantii isaanii baasuun hin danda’amu. Yoo osoo pirezidentiin isaanii hin muudamiin dura baasaniif ta’e maatiin maqaa mucaa jijjiiruuf dirqamu.

8. Biyyattiin rakkoo humna ibsaa waan qabduuf yeroo hundaa akka guutuu biyyaatti halkan ibsaan ni bada.

9. Uffata jiinsii bifa samii (blue) uffachuun dhorkaadha. Akka sirna impeeriyaaliizimii USA tti ilaalu.

10. Biyyattii keessa qaama miidhamaan hin jiru. Yoo jiraatan ni ajjeefamu.

11. Magaalaa guddoo piyongyang keessa nama eeyyemameef qofaatu jiraachuu danda’a. Irra caalaatti magaalattii keessa kan jiraatu abbaa qabeenyaa fi hoggansa mootummaati.

12. Raadiyoo biyyattii sagalee gadi qabuu male cufuun dhorkaadha.

13. Kooriyaa kaabaa keessa tiraafikii durbaa qofaatu jira. Tiraafikiin dhiiraa tsauma hin jiru.

14. Filannoon Kooriyaa kaabaa waggaa 5, 5niin geggeeffama! Garuu kaardiin filannoo maqaa nama tokkoo qofaa qaba!

● Seerota armaan olii keessaa lakkoofsa meeqa deeggartu? Kamtu caalaatti nama ajaa'ibsiisa?

19/05/2025

"Seenaa Albert Einstein .
==============
Gaaf-tokko Albert Einstein Magaalaa tokko keessa deemaa ture.
Osoo deemuu duriyyoonni Magaalicha keessa jiran dugda duubaan dhaqanii dhiitan.
Inni garuu osoo galagalee hin ilaalin callisee deeme.
Ammas cimsanii akka dhukkubutti itti dabalan,inni garuu callisee deemsa isaa itti fufe.
Yeroo sadaffaaf Aaranii akka inni kufutti dhiitan.
Ammas Albert Einstein bitintiree ykn gatantaree harkaan lafa qabatee ka'ee deemsa isaa itti fufe.

●Sanaan booda namoonni achi dhaabatanii isa ilaalaa turan akkas jedhanin"Maal namicha nana ykn rukuttee Of irraa hin deebistuu?Yookaan seeraan hin gaafattuu"jedhan.

●Kanaan booda Albert Einstein deebisee akkas namoota sanaan jedhe "Of-irraa deebisuuf humna isaa hin qabu,seeratti himachuuf immoo manni murtii itti harree himatan hanga yoonaatti hin jiru"jedhee deebiseef.

➲Kanaaf nama akka harree si dhiituuf
➲Nama akka Raachaa sitti wacuuf Callisuun deebiidha."

Telegraama irraatti yaada wal haa jijjiiru...
👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/naf37fspainbv
https://t.me/naf37fspainbv

Photos from Visit Oromia's post 26/03/2024
20/11/2022

Waan baayyee nama gamachiisuudha

Haga ammaatti wanni biyyi Qatar hojjatte:
Daa'iin beekkamaan Dr Zakir Naik tapha kubbaa miilaa irratti Akka hirmaatu gootee jirti.

Stadiuma keessatti sagaleen Muuziqaa Akka hin dhagayamne gootee jirti!

Yeroo salaataatti taphas tahee hojiin kamuu Akka dhaabbatu gootee jirti!

Azaanni salaata hundarratti Stadiuma keessatti Akka dhagayamuuf sagalee guddiftuu (Micerphone) hiitee jirti!

Xayyaarri garee biyyooleeysa German fuudhee balali'aa ture Akka biyya Qaxar hin seenne dhoorkameera. Sababnis Xayyaaricha irratti alaabaan saala walfakkaataa (homosexually) waan maxxanfameef ture!

Biyyattii keessatti dhugaatii Haraam tahe kamuu Akka hin dhugamne gootee jirti!

Hunda caalaa Kan sitti Tolu sagantaan jalqaba Quraana Rabbiitiin Akka banamu gootee jirti!

Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!

Photos from ‎Hamiltan TV قناة هملتن‎'s post 15/11/2022
18/09/2022

Ambo University

Ambo University has 4 Branches

1. Branch --Ambo Guder Cumpas

Intake Capacity==2940

📎GalanTown (All Schools)
📎Wellega East (Guto Gida)

📎Under Horro Guduru
🩹 Guduru
🩹Hababo Guduru
🩹Horro buluk
🩹 Chomen Guduru

Total 3408 Social Science Students and 2141 Natural Science Students

2. Branch --Ambo Hachalu Cumpas

Intake Capacity==7140


🕔West Wellegga(Gulliso)

✅Under H/Guduruu
🩹 Abe dongoro
🩹 Amuru
🩹 Jerga jete
🩹 Jimma Ganate
🩹 Jimma Rare

✅ በ Wellegga East ስር
🩹 Ibantu
🩹 Kiramu
🩹 Haro Limu
🩹 Limu

Total 9580 Social Science Students and 4993 Natural Science Students

3. Branch --Ambo Main Cumpas

Intake Capacity==5640

✅ በ West Wellegga ስር
🩹 Lalo Asabi
🩹Haru
🩹Leta sibu
🩹 Homa
🩹 Jarso
🩹 Kiltu Kera
🩹Kondala

Total 7251 Social Science Students and 3312 Natural Science Students

4. Branch --Ambo Waliso Cumpas

Intake Capacity==2756


✅ በ East Wellegga ስር
🩹 Wama galo
🩹 Wayu Tuka
🩹 Gobu sayo
🩹 Guto Gida
🩹 Kiramu
🩹 Sibu sire

Total 3578 Social Science Students and 3387 Natural Science Students

Want your university to be the top-listed University in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma
JIMMA