Addis entertainment

Addis entertainment

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Addis entertainment, Public swimming pool, Aspalt, Holeta.

02/02/2023
02/02/2023

Yeroon mucaa kana argu na boossisuu barbaadam

01/02/2023

!
Faarfataa Solomon Nama Waaqayyo ayyaana guddaa bira nuuf kaa'edha! Kunoo ammammoo faarfannaa haaraa ! Jedhu nuuf fidee dhufaa jira. Hagasitti YouTube isaa Subscribe Gochuutiin haa eeggannu!
Nagaan nuuf kottu Sol sijaallanna!
https://youtube.com/-px3sw6zw8j

31/01/2023

🀝Haa booyu sooftii kenniif

Jaalalli haga fedhe utuu jaamaa ta’eyyuu,

Takkittii si gattee deemte jala booyuun maali?

Harmee keettu siif dhale moo
Hayyamni filattee konkolaachisuu keeti ishee qofaaf siif kenname
Guyyaa 1 boo’uun haa ta'uuyyuu, isa irra deddeebiin akka raatuu yaana'an kanatu nama aarsa malee!πŸ˜•
Riyaad Raayyaa dhugaa jette dhugaa ani dhirumaa isaa shakke waa malee jibbine mucaniπŸ˜‚πŸ™ˆ

27/01/2023

90 sin taajjabe

Way Oromoo bar taatee
Ati saba tuffatamaa
Jirtan kunoo ablee takkaan
Yeroo lama qalamaa

Saba tokkummaa dhabe
Saba diigamaa
Inuma irraa hin dhaabbatu
Arraas buruus numa qalamaa

Silaa maaf hin qalamne
Sabni gamtaa hin qabne
Eeyyeen numa qalamtaa
Yoo tokko hin taane
Oromoo tokko ta'i
Akka hin gorra'amne

Kan gorra'amaa jiru
Beeki dhiiga keetii
Cal jettee hin ilaalin
Atiis boru gorra'amtaatii

Miliyoonni ja'aatam
Kuma kuma ja'a ta'ee
Gaafa mormi muramu
Walirratti eega taa'ee

Oromoo tokko ta'aa
Tokkummaan furmaataa
Tokko ta'uu baannaan arraas
Boruus ati numa gorra'amtaa
Tokko taanee Oromoof Oromiyaa Haa baraarruu 😭😭πŸ’ͺ

25/01/2023

#𝑨𝑡𝑰𝑳𝑳𝑬𝑬 𝑸𝑢𝑷𝑯𝑰𝑰𝑫𝑯𝑨

𝑨𝒏𝒐𝒐 π’”π’Šπ’Šπ’‡π’‚π’ 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆
π‘―π’‚π’“π’Œπ’‚ π’Œπ’π’ π’Žπ’‚π’…π’†π’†π’”π’”π’†
𝒂𝒕𝒐 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 π’Œπ’π’
𝒇𝒖𝒖𝒕𝒆 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 π’Œπ’†π’†π’”π’”π’†

π’‹π’Šπ’‹π’‹π’Šπ’“π’‚π’Žπ’•π’†π’†π’“π’•π’‚ π’ˆπ’‚π’‚
π’‚π’Œπ’Œπ’‚ 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 π’Žπ’Šπ’•π’Šπ’Š
𝒏𝒂 π’‹π’Šπ’ƒπ’ƒπ’Šπ’•π’†π’† π’•π’‚π’π’‚π’‚π’π’Š
π’π’‚π’•π’•π’Š π’‰π’Šπ’Žπ’•π’–π’– π’‚π’•π’Š

π’‹π’‚π’‚π’π’‚π’π’π’Š π’…π’–π’“π’“π’Š 𝒉𝒂𝒇𝒆𝒆
π’Šπ’π’π’Š π’‚π’Žπ’Žπ’‚ π’‰π’‚π’‘π’‰π’Šπ’Š 𝒅𝒉𝒂
π’…π’†π’†π’Žπ’–π’–π’‡ 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒂𝒏
π’‚π’π’Šπ’π’π’†π’† π’’π’π’‘π’‰π’Šπ’Šπ’…π’‰π’‚

24/01/2023

Mana hidhaa Burraayyuurra!
Dr Gadaa Oljirraa baay’ee dhukkubsaate yaalaa dhaabe jira.

Dr. Gadaa Oljjirraa hojii qabsoo irra osoo jiru midhaama armaan dura mudatee ture, waggaa 4 duraa opireeshiini ta'ee osoo qaama isaa keessaa sibilaa hin baafatin gara biyyaatti gale,osoo galee hin turin mana hidhaatti darbatame, amma akka deeme baaftu qaama isa hidhee jiru gaafte gaafannaan akka isa didaan dubbata Oromoon bakka jiru sagalee akka ta’uf dhaamsa Jaallan mana hidhaati. Haqni Hoggaanota ABOf

24/01/2023

Kaaba Oromiyaa Godina walloo aanaa Jiillee Xummuggaa magaalaa sanbateettii Humni addaa Amaaraa fi Faannon waloodhan Ummata keenya Oromootirratti waraana guddaa bananiiru.

Humni addaa amaaraa duraan naannwa magaalaa Sanbatee gaara gubbaa qubatee ture. Har’a humni dabalataa konkolaataan sadi dabalameefi haala qindaayen ummata keenyarratti lola bananiiru.

24/01/2023

Karoorri kee maali
Naaf ibsitaa laataa
Gaariif moo hamaafi
Maaf itti rarraataa

Murteessuun ni cimaa
Kan taa'ee yaaduufi
Harkistee buusuuf moo qabattee yaabbuufi
by lata qana'i

24/01/2023

✍Jiraachuu yoo sijibisiise
jireenyi hiika yoo dhabellee
abdii yoo kutattellee waan
tokko qofa yaadadhu

!!(dhalannee)

Want your organization to be the top-listed Government Service in Holeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Website

Address


Aspalt
Holeta