Gech
Haqaafi Haqaan hojjanna
23/04/2023
Jimaa ilaalchisee kuun jijjirama gudadha.
03/10/2022
11/09/2022
prezadantiin mana murtii Aanaa Habroo kabajamoo obboo Darrasaa Getaachoo Baacaa Ummata Itoophiyaa maraan Baga waggaa haaraa gessani ergaa dabarsanii jiruu.
30/07/2022
mannii murtii Aanaa Habroo guyyaa har’a sirna cufiinsa rawwii hoojii bara 2014 ,hoojii gannaa,ilaalchisee bakka hojjattonni mana murtichaa ,hoggantoonni ol'anaan Anichaa bakka argamanittii kallattii ka'uun gaggeffamee jiraa.bu’uuruma kanan hojjattota hojii dansaa hojjattan kennaa adda adda gumaache jira.preezadantiin mana murtichaa Obboo Darrasaa Getaachoo ,manni murtii keenya akka godinaati,1ffaa roga hundaan bahuun isaa gahee kenya qofa osoo hin taanee kan qooda fudhattota hundaatii jechuun xalayaa bekkamtii wajj.polisii,WMMD,WAJ.BULCHINSA AANAA,ABBA ALANGAA ANICHAATIIF KENNERAA,Hundii kessanuu galata guddaa nuu biraa qabduun dhaamsa prezadantichaatii.
09/07/2022
Manni murtii Aanaa habroo Hordoftoota Amanta Muslimaatin Baga gessan ,Ayyana jalalaa kan rakkataa ittin yaadannuu akka nuuf tahuu ,isinii tahuu jennerraa
mannii murtii Aanaa Habroo,yaa’ii Abbotii seeraa gaafa guyyaa 14/9/14 tii mana murtii ol'aanaa goodina haragee lixaa irrattii gaggeffameen,akka mana murtitti 1ffaa,bahuun akkasumas akka Abba Seeraattis rawwii ol'aanaa galmessuun geeba fudhatee jiraa.Baga gamannee baga gammaddan jennerraa!!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Telephone
Website
Address
Ni
Gelemso
NO