TA Rabbii caala

TA Rabbii caala

Share

hi education for all

21/07/2026

⚠️ Tiraamp jibba Muslimootaa fi Islaamummaa irraa qabuun Kantiibaa Musliimaa Magaalaa Landan irratti qeeqa kakaasa.

❗Kun immoo Deebiin Kantiibaan Magaalaa Landan Ka’abaa irraa Tiraampiif kenne ture! 🕋

⭕ Akkamitti deebii kenne?: Kantiibaan magaalaa Landan deebii kallattiin hin kennine, garuu osoo sirna Umraa raawwachaa jiruu Ka’abaa Qulqulluu fuuldura irraa viidiyoo maxxansee, eenyummaa amantii isaatiin boonuu isaa fi hirmaannaa Amantiisaa ibsu kana irratti hirmaachuu isaa ibseera.

🔸Kantiibaan magaalaa Landan ammaa Saadiq Kaan (kan Paartii Hojjetaa) madda Paakistaan ​​🇵🇰 Caamsaa bara 2016 irraa eegalee bakka kana kan qaban yoo ta’u, Caamsaa 2024 marsaa sadaffaa seena qabeessa ta’eef irra deebi’anii filatamaniiru.

▪️ Geggeessaa olaanaa Bulchiinsa Magaalaa Landan 🇬🇧 yoo ta'u karoora tarsiimoo magaalattii kaa'uuf itti gaafatamummaa qaba.

Photos from TA Rabbii caala's post 21/07/2026

Rabbiin Tokkicha Isa Dachii fi samii Uumee
Ergamaa Rabbiitii
Ergamaa Rabbiitii
Waan barbaadetti Amanuun mirga Amantii
Keenya Amantiii Namaa tuquu nu dhoorke
Rabbiin keenyaaa ☝️☝️☝️

Photos from ‎Ilu Islamic Media قناة إلو الإسلامية‎'s post 21/07/2026
Photos from TA Rabbii caala's post 21/07/2026

Dhalataa Itiyoophiyaa taphataa Norwich Siitii Alii Ahmad Itiyoophiyaa dhufe.

Itiyoophiyaatti Maatii Oromoo Afran qalloorraa kan dhalate Alii Ahmad maatiin isaa Kaanaadaatti godaanuun achitti guddatee, barana Shaampiyoon Shiippii Ingilaandi, Norwichii Siitiif mallatteessuun ga'umsa olaanaan taphataa jira.

Aliin biyya Abbaafi Haadha isaa akka daawwatuuf Ministeerri Aadaa fi Ispoortii, Ministeerrii Turiiziimiifi Dhimma alaa waliin akka gara biyyaatti dhufuu ta'uu Ministirri Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Makkiyyuu Mahaammad himan.

Fakkeenyuummaan Alii guddiina Kubbaa miilaa dargaggoota Itiyoophiyaaf akka tumsuus abdatameera jechuun obntu gabaase.

21/07/2026

Dr Ammaar Amiin Ibroo Baga As geettani!
Congratulations
Ka hawaasa ittiin fayyaddan rabbi haa godhu!

Photos from Sheikh Amin Ibro's post 21/07/2026
21/07/2026

congratulations

Ilmoo yoo maatiin imala irraa gabaabsan
Akka keekana taati.
Ilmoo ganamaan itti yaadanii barsiisuun ifiifiis buyyaafiis mataa isiitiifiis qopheeysuudha.

Yooggaa daaimaa itti rakkataniii yoggaa guddatte itti gammaduu jechuun kunoo akkana.

Dr Ammaar Doctorummaa namni areeda hinnaa dibaa fudhatu umrii kanaan fudhachuun laffaatii isaa qofa osoo hin tahin tamaatii+tan isaati.
1 maatiin Ammaar baga gammaddan
2 Ammaar baga As geeyse.Congratulations

Ilmaan biyya teenyaa kan fakkeenya si godhatu Rabbiin sihaa taasisu.
Tee oluma Ammaas itti fufi

Want your university to be the top-listed University in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Gurawa
Awash