Abdii Rabbi

Abdii Rabbi

Share

Ilmi Namaa Harkaa Duwwaadha, Onnee Qullaadhaa Rabbiin Abdadhu kan Guuttatee waa hunda qabu🤲

31/07/2026

Mootummaan tapha hin beekne Maanoo Rukutee Diinagdeefi Hiyyummaan akka Goolii Galtuu taasisr Trump

31/07/2026

ውይኔ

26/07/2026

Saaniyaa Boqqolloo baadhatte tanaafis Sagalee haataanu uummatii

Photos from Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa's post 20/07/2026
20/07/2026

Waajiroonni barnootaa Buusaa Gononofaaf maaliif mindaa barsiistotaa saamnii Walii galtee isaanii malee
Miindaan hojjataa mootummaa cituu kan danda'u
Akkaataa Bu'uura labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk. 215/2011 keewwata 9(2) (a)(b) fi (c) tiin miindaan hojjataa mootummaa kamiyyuu cituu kan danda’u
2(a) Hojjatichi waliigaltee isaa barreeffamaan yoo ibse yookiin mallattoon yoo mirkaneesse
2(b), Ajaja mana murtiitiin
2(c), Bu'uura seeraan tumameen yoo ta’e, malee miindaan hojjataa mootummaa kamiyyuu qabamuu yookiin hir'ifamuu hin danda’u. Kanaaf faayidaan waldaan kun nuuf buuse waan hin jirreef qarshii 50 mitii, shaniyyuu muruun heeraaf seera biyyattii diiguuf yaalii godhamuudha. Barsiisoonni keenyas kana beektanii dura dhaabachuu qabdu, mootummaanis yoo jiraate dhimmuma kanarrattillee birmannaa gochuu qaba.

17/07/2026
17/07/2026

Zulmii ilma namaa kana Akkam goona dhiiroo

Want your university to be the top-listed University in Asella?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Unity
Asella
NAAFTAANAAN