Biikoo
Let us follow our God's road
Follow for more
28/04/2026
DHUKKUBBII GURRAA- EARACHE
***********************************************
Dhukkubbiin gurraa baayyinaan daa'imman mudatullee nama guddaas ni mudata! Yeroo baayyee gurra tokko qofaatu nama dhukkuba. Garuu gurri lamaanuu bakka tokkotti dhukkubuu ni danda'a!
Mallattoolee dhukkubbii gurraa
-----
• Gurri dhukkubuu
• Gurraan dhagahuu dadhabuu ykn gurri nama ulfaatuu
• Dhangala'aan ykn malaan gurra keessaa yaa'uu
• Leeydaa
• Halkan dhukkubbii irraa ka'e rafuu dadhabuu
• Madaala qaamaa eeggachuu dadhabuu
• Fedhii nyaataa dhabuu
Maaltu dhukkubbii gurraatiif nama saaxila?
------
1. Infeekshiinii gurraa:-
2. Guuriin gurra guutu
3. Xiyyaara yaabbachuu
4. Dhukkubbii laagaa
5. Dhibee saayinasii fikkf
Yaala
---
Dhukkubbiin gurraa yoo nama mudatte mana yaalaa deemanii sababa isaa beekanii yaala barbaachisaa argachuun bareedaadha.
28/04/2026
NYAATA WALQUNNAMTII
SAALAA SI'EESSAN
★★★★★★★★★★
◈ Fedhii walqunnamtii saalaa horachuuf qoricha namtolchee bitatanii fayyadamuu irraa haaluma nyaataa, hawaasummaa, cinqii, yaaddoo fi dhiibbaa garaa garaa irraa of eegun filatamaadha. Qorichoonni nuti fayyadamnu yeroodhaf rakkoo haa furan malee hundee irraa dhabamsiisuu hin danda'an. Dabalees alkallattidhan qaama keenya irraan dhiibbaa garaa garaa geessisuu danda'u.
◈ Nyaanni nuti guyyaa guyyaan nyaannu fedhii walqunnamtii saalaa keenya irratti dhiibbaa mataa isaanii qabu. Nyaanni akka hanqaaquu, muuzii, kaarotii, ocholoonii, missira fi kan kana fakkaatan fedhii walqunnamtii saalaa dabaluu keessatti ga'ee qabu.
💫 Ocholoonii/Loozii
➲ Kuduraa fedhii foonii namatti kaasan keessaa ocholoonin kan sirritti beekamuudha. Ocholoonin elementii ziinkii of keessaa qaba. Ziinkin immoo dalaga qaamaa guyyaa guyyaa keessatti ga'ee qaba. Hormoonii dhiiraa too'achuu danda'a. Ka'uu dadhabuu nafsaala dhiiraa ittisuu danda'a. Jemal
💫 Hanqaaquu
➲ Nyaata fedhii foonii dabalan keessaa buuphan isa tokkoodha. Buupha vitaamin 'D' dhan kan badhaadhedha. Vitaamin 'D' n hoormoonii Testosterone dabaluu keessatti ga'ee qaba. Kanaaf nyaata kana guyyaa guyaan soorachuun fedhii walqunnamtii saalaa dabaluu keessatti ga'ee guddaa qaba.
💫 Muuzii
➲ Muuzin vitaaminii 'bromelain' jedhamuu kan of keessaa qabuudha. Vitaaminiin kun immoo miirri walqunnamtii saalaa dhiiratti akka dhaga'amu godha. Dabalaatnis muuzii baay'isanii nyaachun dhangalaa'an nafsaala dhiiraa keessaa yaa'u akka baay'atu fi mi'aawu godha.
💫 Chokoleetii
➲ Chokooleetii nyaachun 'L-Arginine Hcl' kan jedhamu hormoonota maddisiisuf ga'ee qaba. Hormoononni kunis yaa'insa dhiigaa gara nafsaalaatti taasifamu gargaarun ka'uu dadhabuu nafsaalaa dhiiraa fooyyeessuu danda'a.🥰
With Kuma Safara Wili – I just got recognized as one of their top fans!
Fayidaa isaa malee
miidhaa Buna dhuguun
fayyaa keenyarratti qabu
meeqan keessantu beeka?
comment
Dhiibbaa Alcohol fi Paracetamol
Al tokkotti fudhachuun Qabu
meeqan keessantu beeka???
comment
Dammi qoricha uumamaa dhukkuboota baay'ee fayyisuudhaaf ilmi namaa yeroo dheeraaf haala garagaraatiin itti fayyadamaa tureedha. Fknf, Buna, aannan, shaayii fa'a dammaan dhuguun waan baratameedha. Haa ta'u malee, dammi haala kamiinuu baay'ee yoo hoo'e keemikaalli "Hydroxy methyl furfural' jedhamu akka omishamu gochuudhaan gara summiitti jijjiiramuu danda'a. Keemikaalli kun yeroo dheeraan booda kaanserii fiduu danda'a. Kanaaf, Damma wanta baay'ee hoo'aa ta'etti goonee osoo fayyadamuu baannee gaariidha. Haala kanaan fayyadamuu yoo barbaanne bunni, shaayiin ykn aannan erga xiqqoo qabbanaa'ee ta'uu qaba.
Fayyaa Hin dhabiinaa
22/08/2025
Follow for more
Amanee itti of hin gatu karaa gahee na tufaa namni abbaa koo dafii naaf koottu garum keen ilaala ani
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Dirree Kooo
Ambo