TESFA STUDIO

TESFA STUDIO

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from TESFA STUDIO, Arts and entertainment, Ambo.

Hojiiwwan Tajaajila mana Kiristaanaa karaa Tesfa Studio hojjetaman argachuuf/Namoonni Faaruu Video Hojjaachifachu barbaaddan
Youtube: https://www.youtube.com/@tesfaStudio
Telegram: https://t.me/Tesfafilm
Tiktok: www.tiktok.com/@tesfastudio1
📞 0910488483

23/04/2026
17/04/2026

የተሻለ ነገር

Photos from MILTO MEDIA 's post 10/04/2026
Photos from TESFA STUDIO's post 08/04/2026

Milkoofneraa
Miidiyaa Miiltoof Meeshaan Haaraa Bitame

Photos from TESFA STUDIO's post 01/04/2026

Galata
Warra na Kabajanii Gaabii uffataniif.

Hundaa ol Waaqaa gaditti sin galateeffachuun barbaada. Eyyen isin na kabajjanii ulfina naaf laattanii yemmuun gara keessan dhufee kabajaan gaabii sinitti uwwisu osoo fuula natti hin badin fuula ifaan uwwisa koo tole jettanii uffattan.

Guyyaa sagantaa eebba Istidiyoo koos akkuma fuula ifaan gaabii uffattan irra deebiin sagantaa koorratti argamuun na cinaa jiraachuu keessan naaf mirkaneessitan. Waan qabdaniin na deeggartanii jabina natti hortan. Ummata fuulduratti ulfina naaf taatanii an gaabiin sinitti uwwise sin immoo ulfina natti uwwistan.

kanaaf jecha siniif hin qabu darbaa naaf jiraadhaa Waan laattan hin dhabinaa alaa manaan eebbifamaa. Hir'uun keessan Waaqayyoon guutuu yaa tahu. Simboof Kabaja argadhaa.

Waan na cina dhaabbattanii na jajjabeessitaniif hamilee naaf taataniif guddaa naaf galatoomaa.
Waaqayyo kabaja namarraa hin mulqamne sinitti yaa uwwisu.

Photos from TESFA STUDIO's post 01/04/2026

Galata.
Ogeeyyii Kaameeraaf

Ogeeyyiin caameraa bitootessa 20/2018 Eebba Istidiyoo koo irratti argamtanii nafaana turtaan galatoomaa.

Hiriyoonni koo guyyaa sana dadhabbiif nuffii tokko malee Ogummaa Kaameraa qabdaniin Sagantaa koo irratti argamuun guyyaa guutuu Suur-Sagalee(Viidiyoo) Waraabuun akkasumas Suuraa kaasuun saganta koo naaf bareechaa ooltan guddaa naaf galatoomaa.

Waaqayyo Ogummaa keessan dachaa godhee siniif yaa eebbisu.

Photos from TESFA STUDIO's post 01/04/2026

ልዩ ምስጋና
ለፕሮግራሙ ድምቀት ለነበረው እጅገ የተዋብ እና የማረ የተሳካ ፕሮግራም እንዲሆን በልዩ ትጋት እና ጥራት የዲኮሩን ስራ የተጠበቡበትን ስለእናት ዲኮርን እጅግ በጣም ምስጋናዬ ላቅ ያለ ነው እግዚአብሔር ያክብርልኝ እጅግ በጣም አመሰግናለሁ።

Photos from TESFA STUDIO's post 01/04/2026

Galata
Mana Uffata Nafyad_Design

Manni Uffataa Naafiyaad Design sagantaa Eebba Istidiyoo koo gaafa Bitootessa 20/2018 irratti Koreen sagantaa kootii
Miidhaganii akka mul'ataniif uffata bareeda qulqullina qabu hojjachuun koree Sagantaa kootii naaf miidhagseera.

Dabalataan Abbaan Qabeenyaa Mana Uffataa qaamaan sagantaa koo irratti argamuun aantummaa naaf qabus ibseera. Kanaaf Galata guddaan qabaaf.

asumaan Uffata Qulqullina qabu sagantaa barbaaddan kamiifuu Mana Uffataa filannoo keessan taasifadhaan dhaamsa kooti

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Ambo
1000