Seba Boru Communication Office
This page is belongs to Waajjira Kominikeshiinii Aanaa Sabbaa Boruu please be follow it.
15/01/2025
07/2017
Darmee
&&&&&&&&&&&&
Aanaa Sabbaa Boruutti Leenjifamtoota Sadarkaa Aanaatti Leenjii Loltummaa Fudhachaa Jiranuuf Leenjiin Hidhannoo Siyaasaas Mati- Duree "Ijaarsa Biyyaa, Qabsoo Oromoo Fi Jijjiirama Biyyaalessaa" Jedhuun Kennamaafii Jira.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Leenjii kana Kan Kennaa jiran, Itti Gaafatamaa Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanichaa Obboo yoo ta'an, Biyya tanaaf Hidhannoo Woraanaa qofa adoo hin taane, Hidhannoon Murteessaa Fi isa olaanaadhaa jedhan.
Dhibaayyuun itti dabaluudhaan, dhaloonni hardhaa Kun maalummaa , Guddummaan , Sabboonummaanii fi Duudhaan maal akka ta'e Gadi fageenyaan hubatee Birmadummaa Biyya isaa eeguu Fi kabachiisuu akka qabus leenjii Kanaan hubachiisaniiru.
07/01/2025
29/2017
Darmee
Baga Geettanii Koree Qindeessituu Aanaa Sabbaa Boruu!
========================
Uummati Keenna Kan Biyya Keessaa Fi Biyya Alaa Hundi Baga Guyyaa Yaadannoo Dhaloota Gooftaa Keennaa Iyyesuus Kiristoos Kan Bara 2017 tiin Isin Geye, Baga Geettani,
Ayyaana kana Yeroo Kabajnu Jaalala, dhiifama, Tokkummaa fi Araara Gooftaan keenna Iyyesuus Kiristoos nu barsiise yaadachaa, Woljaalataa woliif Araaramaa, kan qabu isa hin Qabneef qoodaa Woliin haa Ayyaaneffannuutii.
Ayyaanni Ayyaana Dansaa hunda keennaaf haa ta'uu tii,
!
31/12/2024
22/2017
Darmee
&&&&&&&&&&&&&&
Fi Qabeenna
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Gujii Aanaa Sabbaa Waajjirri Qonnaa Fi Lafaa Aanichaa Manaajimentii Waajjira Qonnaa,Hor/Bulaa Fi Lafaa, Bulchootii Gandaa, Hoggantoota Paartii Fi Hojjattoota Misooma Dirree tiif Leenjii Misooma Sululaa Fi Kunuunsa Qabeenna Uumamaa Kennamuu Eegalee Jira.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Sosochiin Misooma fi Kunuunsa Qabeenna Kun Bakka I/A Bulchaa Bulchiinsa Aanichaa Fi I/G Waajjira Qonna Aanichaa Obboo fi I/G Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Damee Sabbaa Boruu Obboo Argamanitti eegalee Jira.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
I/G Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Damee Sabbaa Boruu Obboo , Jijjiirama Qilleensaa yeroo Ammaa kana Addunyaa Yaaddessa jiru Qolachuuf Biyyi teenna Itiyoophiyaan Biqiltuu dhaabuudhaan Carraaqqii guddaa taasisaa jiraachuu yaadachiisanii, akka naannoottis ta'ee akka Aanaa keennaattis Dhimmi Misooma Sululaa fi Kunuunsa Qabeenna Uumamaa Kun xiyyeeffannaa addaatiin kan Ilaallamu waan ta'eef leenjifamtoonni leenjii kana fudhachaa jiran xiyyeeffannaa itti kennanii hordofuu akka qaban hubachiisaniiru.
I/A Bulchaa Bulchiinsa Aanichaa Fi I/G Waajjira Qonna Aanichaa Obboo gama isaaniitiin Leenjii kana fudhanee Qabatamaan lafarratti muldhifna waan ta'eef hirmaattotni leenjii kanaa karaa sirrii ta'ee Fi harcaatii hin Qabneen leenji'uu akka qaban dhaamanii jiru.
Leenjiin Kunis guyyoota Lamaaf kan turu ta'uunis himamee Jira.
30/12/2024
#20/2017
++++++++++++++++++++
Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Magaala Darmeetti Wiirtuun Leenjii Jiituu World Tekuandow Barattoota isaa Bara 2017 Simatee Leenjisaa Ture Eebbisiise.
+++++++++++++++++++++++++++++++++
Eebbi Barattootaa Kun Bakka Bulchaan Bulchiinsa Ganda Magaala Darmee Obboo Baatii Qundhee, I/A Waajjira Fayyaa A/S/Boruu Obboo Felleqee Goobanaa, akkasumaas Leenjistoonni adda Addaa fi Hawaasi Baldhaan Argamutti Eebbisiisee Jira.
+++++++++++++++++++++++++++++
Sirna eebbaa kanarratti Ispoortii Fayyaa, Jaalala,Tokkummaa fi Wolitti dhufeenna Hawaasummaas Daraan kan cimsu ta'uunis himamee Jira.
Barattoonni guyyaa adhaa kana eebbifamanis Qabattoo ykn Belt keellee hanga 1st Daniitiin kan eebbifaman ta'uun himameera.
25/12/2024
/2017
Darmee
===============
Gandaa Eegalee Jira.
==============================
KMD Gujii Fi Miseensa Caffee Oromiyaa Kab. Durfamu Godina Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Ganda Horsiisee Bulaa Baaddiyatti Gandaa fi Barumsaa Bu'uura Boruu Eebbisiise.
==========================================
I/G Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Damee Sabbaa Boruu Obboo Gandootii Aanaa Keennaa hunda Dursuudhaan Gandi Loollottu Baaddiyaatti Waajjira Gandaa Xumuruu keessaniif Baga Gammaddan isin gootota Misoomaati jedhaniiru.
=============================================
Itti gaafatamaan Waajjira Investimentii fi Industitii Godina Gujii Obboo Maabiraatuu Roobee Sirna Eebbaa kanarratti kan argaman yommuu ta'an "Loollottu Lafa Loonii,Lafa Qonnaati, isin duruuyyuu waan Hundaan tokkoffaadhaa Jabaadhaa hojii Misoomaa Amma eegaltan kana hanga Galma Badhaadhinaatti itti fufaa jechuun dhaamanii jiru.
I/G KMD Godina Gujii fi Miseensa Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kab.Obboo gama isaaniitiin Mootummaan Paartii Badhaadhinaatiin Durfamu Waadaa Adoo hin taane,gochatti amana jedhanii, kana Immoo Loollottu Waan mirkaneessitaniif galatoomaa, ammas haaluma Kanaan Nageenya keessanis eegachaa Misooma keessan cinfadhaa jechuun dhaamaniiru.
24/12/2024
15/2017
Darmee
$$$$$$$$$$$$$$$
Qofaaf Adoo hin taane, Oomisha Gara garaatiifis Mijooftuudhaa, Koottaa haa misoomsinuuti.
$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$
Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Ganda Magaala Darmeetti Timaantimiin Jallisiidhaan Oomishamee Gabayaaf Dhikaachaa Jiru Hoggansa Aanichaatiin Daawwatame.
$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$
Oomisha Timaantimii kana irratti kan bobba'an Dargaggoo Gololcha Haroo Hojii Mootummaa hojjachuun Cinatti hojii oomisha Timaantimii kana hojjachuudhaan Galii Woggatti Qar.Kuma 400 Ol kan argatan ta'uu himanii, kanaan Alattis Namoota 12f, Carraan hojii yeroo kan uumameef ta'uus himaniiru.
Oomisha Timaantimii kana dhaqanii kan Daawwatan Bulchaa Bulchiinsa Aanichaa Mi'eessaa fi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinnaa Damee Aanichaa "Jabaadhaa cimanii hojjannaan hiyyummaa moo'achuun ni danda'amaa nuutis akka Aanaatti Iddoo isin deeggaruu qabnutti isin cinaa Jirraa " jechuun Dargaggoo Gololcha Onnachiisanii jiru.
24/12/2024
Muddee 15/2017
Darmee
Kabajaa Didanii Uummata Saamuun Aad-Maleedha!.
%%%%%%%%%%%%%%%%
Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Ganda Horsiisee Bulaa Loollottuutti Miseensi WBO Nami Tokko Yaamicha Abbootii Gadaa fi Haadholii Siinqee Didatee Uummata , Doorsisaa Adoo Jiruu Eeruu uummati Kenne Faana Bu'uu dhaan Qindoomina Milishoota Ganda Loollottu Magaalaa fi Loollottu Baaddiyaatiin Too'annoo Jala Oolee Jira.
Maqaan Dhalootaa Adoolaa Kaasahuun Taaffasaa, ( Kan shiftummaa=Raasaa), Dhalataa Godina Gujii Lixaa Aanaa Malkaa Sooddaa,Cifraa Laga Danbiiti.
Abbootii fi Haadholii Didachuun Salphinna!!!!.
23/12/2024
/2017
!!!!
&&&&&&&&&&&&&&
Aanaa Sabbaa Boruutti Yaamichi Karaa Nagaa Fi Sirni Simannaa Miseensota WBO Karaa Nageyaatiin Harka Kennatanii Taasifame.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Yaamichi Karaa Nageyaa Kun Bakka Abbootii Gadaa, Jaarroleen Biyyaa, Abbootiin Amantaa, Haadholiin Siinqee fi Bakka Koreen Qindeessituun fi Koreen Qindeessituun Aanichaa fi Hawaasi Baldhaan Aanichaa Argamanitti Taasifamee Jira.
Bulchaan Bulchiinsa Aanichaa Mi'eessaa Keessummootaan "YOOYYAA Baga nageyaan dhuftan jechuudhaan Simannaa taasisaniin, boqonnaa wolworaansaa cufnee fuula keenna gara Misoomaatii deebisuu qabnaa jedhan.
Bulchaan Bulchiinsa Godina Gujii fi Miseensa paarlamaa Itiyoophiyaa kab. ergaa dabarsaniin, worri Yaamicha Abbootii Gadaa fi Haadholii Siinqee dhageettanii galtan galatoomaa jedhanii, Worri Bosonatti hafanis karaa nageyaa filachuun yaamicha Abbootii Gadaa fi Haadholii Siinqee dhage'uu dhaan karaa Nageyaatiin galuu akka qaban dhaamanii jiru.
Abbootiin Gadaa fi Haadholii Siinqee, Abbootiin Amantaa Fi Jaarroleen Biyyaas Kana booda Oromoon Oromoo Ajjeesuu hin qabu,Duuti nu geetti,Hojjannee Misoomna,Gaaffii qabnus Akka duudhaa fi safuu keennaatti Gaaddisa Jala teennee furachuu qabna jechuun Qaamolee hidhatanii Bosonatti hafaniif Yaamicha Kabajaa taasisaniin jiru.
22/12/2024
13/2017
Karaa Nagaa Owwaachuun Akkuma Itti Fuufetti Jira!!
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Aanaa Sabbaa Yaamicha Karaa Nagaa Mootummaan, Abbootiin Gadaa,Haadholiin Siinqee Fi Uummati Baldhaan Taasisaa Jiru Fudhachuudhaan Miseensonni WBO Karaa Nagaatiin Harka Kennatan.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
1ffaa Maqaan Dhalootaa= Shukkunnuu Halakee (Aab-Halake),Turtii Woggaa 8, Dhalataa Godina Booranaa Aanaa Guchii Ganda Qalqalchaa Hidhannoo Guutuu fi Haadha Manaa Woliin,
2ffaan Yoseef Gindaa(Aab Jiloo) Dhalataa Aanaa Malkaa Soddaa, Turtii Woggaa 4 booda Hidhannoo Guutuu Woliin Ganda Horsiisee Bulaa Dhagaa Ilaalchaa (Daawwaa Riqichatti Raayyaa Ittisa Biyyaatti Karaa Nageyaatiin harka kennataniiru.
Teennaaf !!!!!.
20/12/2024
/2017
===============
Aanaa Sabbaa Boruutti Waajjirri Bulchiinsa Aanichaa Waajjira Maallaqaa Woliin Ta'uu dhaan Qajeelfama Raawwii Sirreeffama Iskeelii Miindaa Hojjattoota Mootummaa Haaraa Irratti Hojjattoota Mootummaatiif Orreenteshiinii Kenne.
=====================
Dhimma kanarratti barreeffama Hubannoof Ka'umsa Ta'u Kan dhikeessan Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa akka Jedhanitti, Sirreeffamni Iskeelii Miindaa hojjattootaa Kun karaa qajeelfamichi eeyyamu qofaan raawwatamuu akka qabu hubachiisaniiru.
I/G Waajjira Maallaqaa yaada kennaniin, hojjataan kamiiyyuu yeroo gaafatametti ragaa barnoota isaa karaa Qulqullina qabuun dhi keeffachuu akka qabu hubachiisanii jiru.
Obboo Lammeessaan itti dabaluudhaan Dhimma kanaafis koreen dhaabachuu dhaan kan hordofu ta'ee, hojjataanis milkaa'ina hojii kanaatiif tumsuu akka qabu hubachiisaniiru.
Hojjattoonnis Sirreeffamni Iskeelii Miindaa haaraan Kun kan isaan gammachiise ta'uu himanii, Mootummaanis haaluma jalqabeen Raawwii isaa tiifi xiyyeeffannaa itti kennuu qaba jechuun gaafatanii jiru.
19/12/2024
/2017
================
Abbootii Fi Haadholii Dhaga'uun !!
===================
Aanaa Sabbaa Boruutti Miseensonni ABO Yaamicha Abbootii Gadaa Fi Mootummaa Fudhachuudhaan Hidhannoo Guutuu Woliin Harka Kennatan.
===================
1ffaan Maqaan Dhalootaa =Maammadi Neenqoo Sabbaa(Maqaan Qabsoo Imaltuu Daandii Haqaa),
Turte =Woggaa 4, Cifraa Laga Danbii Haqaa, Angoo Abbaa salgiiti, Dhalataa Ganda Haroo Garrii, Haala Hidhannoo= kilaashii 1,Rasaasa 20,Kaartaa 3, Woliin Ganda Horsiisee Bulaa Dhagaa Ilaalchaatti harka Kennatee Jira.
2ffaan; Maqaan Dhalootaa =Abiraam Goobana Waaqoo, (Maqaan Qabsoo Falmataa Sabbaa), Gandi Dhalootaa Ganda Horsiisee Bulaa Lookoo Hurbuuqessaa,Turtii Woggaa 3, Angoo Gargaaraa Bireenaa, Haala Hidhannoo= Kilaashii 1, Rasaasa 14, Kaartaa 1, Woliin Ganda Lookoo Hurbuuqessaatti harka kan Kennatan yommuu ta'an Uummanni Bifa Jaalalaatiin Bayee Simannaa taasisee Jira.
Biyya keennaaf,Boqonnaan Sammuu Haadha Oromootiif !!!!!!
18/12/2024
/2017
*****************
!
Pirojektiiwwanii Akkuma Itti fuufetti Jira.
*************************************************
Aanaa Sabbaa Boruutti, Gandootii Aanichaa Kanneen Akka Magaala Darmee, Ganda Horsiisee Bulaa , Loollottu fi Fi Ganda Horsiisee Bulaa Eebbi Pirojektii Gara garaa gaggeeffame.
*************************************
Haaluma Kanaan Guyyaa adhaa kana Magaala Manni Murtii Tokko(1), Ganda Horsiisee Bulaa Qanxichaatti Manni Murtii Tokko(1), Loollottu Magaalaatti Manni Murtii fi Manni Barumsaa Bu'uura Boruu, Loollottu Baaddiyatti Murtii Tokko(1), Fi Ganda Horsiisee Bulaa Manni Murtii Fi Manni Bulii hoggansaa(Masaraan Hoggansa Gandaa Ijaarsi isaa xumuramuudhaan Eebbifamee Tajaajila kennuu eegalee Jira.
Eebba Pirojektiiwwanii Kun Bakka; Bulchaan Bulchiinsa Aanichaa Nageessaa_Mi'eessaa, Pirezidaantiin Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruu . , I/G Siyaasa Paartii Badhaadhinnaa Damee Godina Gujii Fi Bakka Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Jaarrolee Manneen Murtii Aadaa fi Hawaasi Baldhaan Argamutti Eebbifamee Jira.
**********************************************
Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Sabbaa Boruu Obboo 'eessaa Sirna eebbaa kanarratti ergaa dabarsaniin, kaayyoon Paartii Badhaadhinnaa inni duraa Fayyadamummaa hawaasaa roga Maraan mirkaneessuudha jedhanii, kanaaf Uummanni Mootummaa Barbaaduurraa Mootummaan Uummata isaa itti dhikaatee tajaajiluun murteessaa ta'uu himaniiru.
I/G Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Damee Godina Obboo Hoxxeessi Balakkoos gama isaaniitiin Mootummaan yeroo Ammaa kan Hojiiwwan hojjataman ariitii,Baay'inaa fi qulqullinaan hojjatamanii bu'aa qabatamaa fiduu akka danda'aniif halkaniif guyyaa Hojjataa Jira jedhan.
10/12/2024
/2017
A_S_B_Darmee
&&&&&&&&&&&&&&
!!!!!!
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Boruu Ganda_Horsiisee_Bulaa_Lookoo_Hurbuuqessaatti Murtii Aadaa Ijaaarramaa Ture Xumuramuun Eebbifame.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Manni Murtii Kun Bakka Piresidaantiin Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruu Kab.Obboo Abarraa Areerii, I/A Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Sabbaa Boruu Obboo Woddeessa Baallii, I/G Waajjira Bulchiinsaa fi Wolitta qabaa Mana Maree Kaabinee Aanaa Sabbaa Boruu Obboo Eebbisaa Taffarraa, I/G Waajjira Investimentii fi Industitii Godina Gujii Obboo Maabiraatuu Roobee Dabalatee Bakka Abbootiin Gadaa,Jaarrotiin Biyyaa,Haadholiin Siinqee fi Hawaasi Baldhaan Argamutti Eebbifamee Jira.
Bulchaan Ganda Horsiisee Bulaa Keessummootaa fi Hawaasa Gandichaatiin "YOOYYAA" eega jedhaniin booda, Inni Kun jalqaba malee xumuraa moti, Uummata Goota misoomaa akkanaa kana qabannee hin sodaannuu, Waan jalqabne ni xumurra Waaqayyoonis nu gargaara Jedhaniiru.
I/A Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Sabbaa Boruu Obboo ergaa dabarsaniin, Gandi Horsiisee Bulaa Gandootii Aanaa keennaa hunda dura dursitanii Mana Murtii Aadaa Waan xumurtaniif Baga gammaddan jedhanii, Ijaarsa Waajjira Gandaa, Mana Barumsaa Bu'uura Boruus xumuruu akka dandeettan woman shakkii hin qabu jechuun dinqisiifatanii jiru.
Pirezidaantiin Mana Murtii Aanaa Sabbaa Boruu Kab. sirna eebbaa kanarratti argamuudhaan Manni Murtii Aadaa Haqa Uummata keennaa mirkaneessuu keessatti gahee guddaa waan qabuuf, uummanni keenna Baga gammaddan jedhanii, Jaarrolee Mana Murtii Gandaa tii fis hubannaa Seeraa kennanii jiru.
09/12/2024
/2017
"Y O O Y Y AA!!!!!!!!!!
++++++++++++++++
Nagaa Addunyaa_Muummichi_Ministeera Itiyoophiyaa . Godina Oddoo Shaakkisoo Galan.
+++++++++++++++++++++++
Muummichi Ministeera Itiyoophiyaa Dr. Godina Woyta Galanitti Simannaan Hoo'aan Taasifamee Jira.
09/12/2024
/2017
&&&&&&&&&&&&&
Magaala Darmee Manni Barumsa Bu'uura Bifa Duulaatiin Ijaaramaa Jira.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Akka I/A Bulchaa Ganda Magaala Darmee fi I/G Diinagdee Gandichaa Jedhanitti, Ganda Magaala Darmee keessatti Hojiin Misoomaa gara garaa hojjatamaa jiraachuu himanii, haaluma Kanaan Guyyaa Adhaas Manni Barumsaa Bu'uura Zoonii Keessatti Bifa Duulaatiin Uummati dheebuu misoomaa waan qabuuf ofii isaatii ijaarrachaa Jiraa jedhan.
Jiraattonnis yaada kennaniin, Hojiileen Misooma gara garaa hojjatamaa jiru Kun kan isaan gammachiise ta'uu himanii, Keessumaayyuu Ijaarsi Barumsa 'uura Kun hanga inni Xumuramee Barataaa keenna itti barachuu eegalutti hirmaannaa keenna ni cimsina jedhanii, Mootummaan keennas waan nu deeggaruu qabu nu deeggaruu qaban jechuun gaafatanii jiru.
08/12/2024
/2017
&&&&&&&&&&&&&&&
, Sab-Lammootaa Fi Uummattoota Marsaa 19ffaan Magaalaa Istaadiyeemii University Arbaa Minciitti Mati-Duree" Biyyaalessaa Sabdaneessaaf" Jedhuun Kabajamaa Jira.
&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
Kabaja Guyyaa Saboota,Sab-lammootaa fi Uummattoota Itiyoophiyaa Marsaa 19ffaa Kanarratti Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad, Af-Yaa'ii Mana Maree Federeshiinii Obboo Agenyew Teshaager Dabalatee Bakka hoggantoonni Biroos Argamanitti Kabajamaa Jira.
Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad Guyyaa Seena-qabeessa kanarratti argamuudhaan ergaa dabarsaniin, Hidhannoon Itiyoophiyaanotaa Qawwee Osoo hin taane Jaalala,Tokkummaa, Fi Obbolummaa ta'uu akka qabu dhaamanii jiru.
06/12/2024
27/2017
~Darmee
*******************
Sabbaa Boruutti, Aanichaa Hunda Keessatti Ijaarsi Waajjira , Mana , Mana Barumsa 'uura Fi Hojiileen Misoomaa Kanneen Biroos Ciminnaan Hojjatamaa Jiru.
*********************************************
Haaluma Kanaan Ganda Magaala Darmeettis Ijaarsi , Mana Murtii fi Ijaarsi 'uura Boruu cimee itti fafaa Jira.
Deeggarsa Hojiitiif Ganda Magaala Darmeetti Bobba'anii kan jiran Af-Yaa'iin Aanichaa kabajamtuu , Hojiin Kun Qindoomina hoggansa Gandaa fi Hirmaannaa cimaa Uummati Magaalaa keennaa taasisee fi ammas taasisaa jiruun Sadarkaa kanarra ga'ee Jira jedhanii, nuutis akka hoggansaatti gahee nurraa eegamu kamiiyyuu bahachaa jirraa jedhanii jiru.
I/A Bulchaa Bulchiinsa Aanichaa Hojiiwwan Misooma garagaraa akka Aanichaatti hojjatamaa jiran jalqabbii gaariirra kan jiran ta'uu himanii, ammas kutannoon hoggansaa Fi hirmaannaan Hawaasaa cimee itti fufuu akka qabu dhaamanii jiru.
, Bulchuunis Ganda!!!!
05/12/2024
/2017
*********************
, Waajjirri Barnoota Aanichaa Sirna Madaqiinsa Barnootaa Irratti Dura Bu'oota Mana Barumsa Bu'uura Boruu Fi Barsiisotaaf Leenjii Hubannoo Cimsuu Kenne.
********************************
Barreeffama Leenjii kanaaf ka'umsa ta'u kan dhikeessan Qindeessaa Garee Sagantaa Barnoota Bu'uura Boruu Barsiisaa Geetachew Kunee yommuu ta'an,
Leenjicha Haasawaan kan Eegalchiisan I/G Waajjira Barnoota Aanichaa Akka jedhanitti Leenjiin Kun sirna Barnootaa Moofaa irraa gara sirna Barnootaa Haaraatti madaquu fi ga'umsa Barsiisotaa Cimsuu keessatti gaheen Inni qabu Olaanaa waan ta'eef leenjifamtoonni leenjii kana fudhachaa jiran Kun xiyyeeffannaa itti kennanii hordofuu akka qaban hubachiisaniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Alga