Odeeffannoo Telekoomi
Odeeffannoo wayitaawaa kanneen telekoominikeeshini waliin wal qabatan gama fuula kanaan argachuu dandeessu.
994 bilbiltanii yoo argachuu dadhabdan karaan salphaa ittin argattan jira.
27/12/2025
Shoorti koodii qarshii bilbila keessaan irraa kutu yoo jiraatate.
*900 # irratti bilbilun itti aansuun lakk. 3 filachun of irraa balleessuun nii fanda'ama
11/05/2024
MULTI SIM
Sarara bilbilaa tokko bakka baay'eeti fayyadamu!
Lakkofsuma tokkicha bakka saditti baasuun bilbila garaagara lama ykn sadii keessaa kaa'ani fayyadamuun nii danda'ama, Dhabbanni dhuunfaas ta'e kan mootummaa immoo siimii tokkicha bakka 10tti baasuu nii danda'a. Tajaajila baay'ee gaaridha fayyadama!
06/11/2023
Sagaleen waamichaa ykn CRBT kan dur kan amantaa hundi gara namni dhaggeeffatu irraa hin oollee ammaa nii danda'ama. Faarfannaa, rashiida ykn manzuumaa feetan akkaa hiriyyoonnii keessaan dhaggeeffatanitti hidhachuu nii dandeessuu!
Sim kaardi tokkoo shan godhani baasu!
Lakkoofsa bilbila keessaan tokkichuma hammaa shaniitti baasu nii dandeessu (multi sim card) jedhama.
Kana jechuun lakkoofsa keessaan tokkichuma sana haga shaniitti baasuun saatii wal fakkataatti bilbila garaagara keessaa kaawwachuun fayyadamu dandeessu!
Tajaajilichi hattuu irraa of eeguuf gaariidha!
Akkaa durii gara 994 bilbillii hundi hin bilbillu, filannoon salphaa fi filatama gara 8994 karaa ergaa gabaabaan (message) afaan barbaaddaniin erguu nii dandeessu!
Afaan Oromoo
Amariffa
Engiliffa
Tigriffa
Af-Somali
Akkaa carraa guyyaa dogoggoraan kuufama biroo binne, gara barbaannetti deebisu nii dandeenya!
*999 #>>>>Kuufamoota ani qabu>>>Kufama jijjiruuf......
19/07/2023
"Gift package from Ethio Telecom"
Bu'aa waggatti argate sababeeffachuun Teleen maamiltoota isaa hundaaf kennaa addaa qopheessera.
Interneeta 1GB (1024 MB)
Sagale daqiiqa 25 fi
ergaa gabaaba 50.
Yoo appilikeeshini Telebirr Super app qabaatan haguma kana dabalataan buufachuu dandeessu. Suura kana gadii ilaaluun buufadha. Walii galalaan daqiiqa 50
Ergaa gabaabaa 100 fi
Interneeta 2GB (2024 MB) argachuu dandeessu!
Kuufamni kun kan dhumu torban kaleessaa ykn Kibtaxa dhufu halkan keessaa saatii 05:59 irratti. July 25 @23:59.
Fayyadamaa!
Kuufama ayyaana qillee fayyadamaa jirtu?
Qr 22n daqiiqaa 337 bituun nii danda'ama.
Akkisaa akkasi; Jalqaba kan interneetaa qr 22n 1GB bittu kan torbee, isaa boodde gara sagaleetti convert gootu.
Hub: gaafa convert gootan bakka lamatti hiraa male yeroo tokkotti isin diduu danda'a. Fkn al tokko 500 lammata irratti 524 gochuun. Kallachuma yoo bittan garuu qr 22 daqiiqaa 255 bittu garaagarummaa daqiiqaa 82 argattu jechaadha.
Convert gochuuf: *999 #--9---3---1---1---hamma---1
17/12/2022
Tilmaamaa Badhaafama!
ተጠባቂውን የፊፋ ዓለም ዋንጫ የፍጻሜ ጨዋታ ውጤት ይገምቱ ይሸለሙ!
ግምትዎን በኮሜንት መስጫው ላይ ይጻፉልን፤
ማራኪ ሽልማቶች
🏆Samsumg A22
🏆ear pod
🏆smart watch
እርስዎን ይጠብቃሉ ይሳተፉ ይሸለሙ
Ashamteele,
meeqan keessantu Ashamteele galmaa'eera? meeqan keessantu waa'ee Ashamteelee beeka laata? Tajaajila maamilli ET kamuu fayyadamu qabudha.
Gabaabumatti Ashamteelee jechuun, maamiltoonnii qaafa qarshii guuttataan ykn karaa telebirri kaffaltii garaagaraa raawwatan qabxii argataniin kuufama garaa garaa bitaachuu akkasumas namoonni qabxii 35,000 ol walitti qabatan immo haaluma qabxii isaani irratti hundaa'uun bilbilaa harkaa hanga taabileetiitti jijjirachuu danda'u. gaaffi qabdan kam illee sanduuqa yaadaa irra nuuf kaa'aa. Horaa deebana!
05/06/2022
Yeroo baay'ee gaafa bilbilli keenya badu/hatamu SIM card keenya qofa cufsiifnee dhiifna. Yeroo amma kana garu bilbila illee fayidaadha ala gochuun nii danda'ama. Akka kana dubbisteen yeroo hin fudhatiin #*06 # gochuun lakkoofsa IMEI kee screen shoot godhii/ barreessii ol kaawwadhu. 994 bilbiluun yookiin 8994 irratti ergaa gabaaba erguun ykn Fuula facebook Ethio Telekoomiin chat gochuun cufsiifachuu nii dandeessu!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Oromia
Addisbaba
A