Ahmed Muktar

Ahmed Muktar

Share

I am oromo first.

12/04/2026
Photos from Ahmed Muktar's post 11/04/2026

Manguddoo eebba fi ogummaa isaani irraa fudhachuun maletu guyyaa adiin ilmaan isaanitin reebame nama birmatuf dhabe
Warri kaleessa wal gurmeesse Abbaa ofii tume har’a seeraati dhayaate osso oolanii hin bulin warra abbaa keenya reebe warri seeraati dhiyeessitan galatooma akka murtee sirri itti kennitan abdii qabnaa

02/04/2026

Ergaa galateeffannaa Muummee Ministeera Dr Abiyyii Ahmed irraa ummata Godina harargee lixaa fi Magaalaa ciroo galateeffaranii jiru.

15/03/2026

Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun
Gazexessaa jedhumoo Qabsaa,aa jedhu laata?
Dhuguma yaa Jamaal Rayyaan Ati haftee ummata Aqsaati hojii keetu Ragaadha. Rabbiin Rahmata siif hagodhu. Nama dhugaaf dhaabbatu Rabbiin Naaf jecha siin hajedhuga.

01/03/2026

Buufata Waraanaa Ameerikaa kan Iraaq, magaalaa Erbil tti argamu daqiiqaa muraasa dura Iraan itti qufaatetti😌

28/02/2026

Mooraan Ayaatolaa Alii Kameenii haleelame waan fakkaatu

Ministirri Muummee Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu hogganaan waliigalaa Iraan Ayaatolaa Alii Kameenii 'ajjeefamuu' mallattoon agarsiisan dabalaa jiru jedheera.
Maddi odeeffanoo BBC dha.

28/02/2026

Adunyaan garam deemaa jirti?
****'lli iraan kan gara bahreenitti galgala kana ergame Nagaan qubatee jira.

25/02/2026

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Girma Fekede, Dardara Dararamni Daarse, Mohammed Shemshedin, Ahmed Muktar, Sebahudin Abdi, Gammachiis M Dheeressaa, Gemechisa Regasa Dinagde, Dinke Negasa, Nemomsa R Amante, Nageso Woliyi, Melkamu Bezabih Daba, Dessaleny Olaanaa Iluu, Anuwar Kemal Abdurahaman, Abera Amenu, Getu T Debesa, Guta Girma, Olaani Zerihun, Abdu Abura, Galaan Warra Jaawwii, Olifaan Bekele Dereje, Urjii Taayyuu Faayisaa, Mammee Ibrahim, Muaaz Jamaal, Gabrumaarra Duuti Bilisummaadha, Misganu Amanu, Hundesa Soorii, Bïlïsùmæ Jėľķębă, Abdii Man, Gudina Gemeda, Magarsa Olika, Dhaloota Qubee, Boriifan T Ilaalaa, Darara Deresa, Gada Tasfaye, Siisaay Shibbiruu, Jateni Melicha Godena, Tafarraa Acaaluu Dabalaa, Kebi Berhanu, Lalise Lalise Lalise Lalise, Bayu Fikadu Senbata

24/02/2026

Congratulations!
Pirezidaantiin MNO kabajamoo obbo Shimelis Abdisa hordoftoota fuula Facebook dhuunfaa isaanii miliyoona tokkooof kuma dhibba tokko(1.1M) horataniiru. Kanaa oltu siif mala.

19/02/2026

Milkaa'inni Guyyaa Har'aa Jalqaba! 🌟
​Nayi, amantiin ati of irratti qabdu furtuu milkaa'ina keetii isa jalqabaati. Namni kamuu yoo sitti amanuu baate illee, ati ofitti amanuu hin dhaabin.
​Guyyaan har'aa carraa haaraadha. Galma kee bira ga'uuf tarkaanfii xinnoo taatus har'a fudhu. Yaadadhu: Mukni guddaan hundee xinnoo irraa ka'a!
​Gaaffii isiniif: Isin hoo har'a waan haaraa maal hojjachuuf karroora qabdu?
​❤️ Yoo si jajjabeesse 'Like' godhi.
Obboloota keetiif 'Share' gochuun hamilee isaanii ijaari!
​ 'ina

19/02/2026

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Girma Fekede, Urjii Taayyuu Faayisaa, Dardara Dararamni Daarse, Mohammed Shemshedin, Ahmed Muktar, Sebahudin Abdi, Gammachiis M Dheeressaa, Gemechisa Regasa Dinagde, Dinke Negasa, Nemomsa R Amante, Nageso Woliyi, Melkamu Bezabih Daba, Dessaleny Olaanaa Iluu, Anuwar Kemal Abdurahaman, Abera Amenu, Getu T Debesa, Guta Girma, Olaani Zerihun, Abdu Abura, Galaan Warra Jaawwii, Olifaan Bekele Dereje, Mammee Ibrahim, Muaaz Jamaal, Gabrumaarra Duuti Bilisummaadha, Misganu Amanu, Hundesa Soorii, Bïlïsùmæ Jėľķębă, Abdii Man, Gudina Gemeda, Magarsa Olika, Dhaloota Qubee, Boriifan T Ilaalaa, Darara Deresa, Gada Tasfaye, Siisaay Shibbiruu, Jateni Melicha Godena, Tafarraa Acaaluu Dabalaa, Kebi Berhanu, Lalise Lalise Lalise Lalise, Bayu Fikadu Senbata

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa