Eliyaas Gabulaa

Eliyaas Gabulaa

Share

DHUGICHI BIRMADUU ISIN BAASA!
“Dhugicha in hubattu; dhugichi birmaduu isin in baasa"
— Yoh. 8:32

17/06/2026

SIIF KADHADHUU? YESUUS mana kee haa galu!

17/06/2026

YESUUS mana keenya GALUU!!!

16/06/2026

SIIF KADHADHUU? Waan ati hin yaadiin siif haa ta’u!

16/06/2026

NAN INAAFE! Waanta ati hin yaadiin gaafa siif ta’u! Luq.19:1-10

15/06/2026

SIIF KADHADHUU? Iji YESUUS si haa argu!

15/06/2026

Waaqayyo akka nama firaa wajjin haasa'uutti fuula isaa duraa Museetti in dubbata ture; yommuu Museen iddoo buufataatti deebi'u Iyaasuu ilmi Nun dargaggeessichi isa gargaaru sun immoo balbala dunkaanichaatii hin mittiqu ture*.
Seera Ba'uu 33:11

15/06/2026

NAN INAAFE! YESUUSIIN ilaalamuu! Luq.19:1-10

14/06/2026

SIIF KADHADHUU? Yesuusiin isa si golge

14/06/2026

Akkuma Museen dunkaanichatti ol lixeen utubaan duumessaa gad bu'ee balbala dunkaanichaa dura in dhaabata, Waaqayyos Museetti in dubbata ture*.
Seera Ba'uu 33:9

14/06/2026

NAN INAAFE! Itti cichanii YESUUSIIN barbaaduu! Luq.19:1-10

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa