Fala
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fala, Media, Addis Ababa.
31/01/2026
π α¨αΈα α αͺααα΅ α αα΅αα‘-
Abiy Ahmed Ali
Yes π
15/01/2026
πΆSammuun Kana Yaade,
Harki Kana Hojjate Haa Eebbifamu.
AAbiy Ahmed Ali
AAdanech Abiebie- α α³αα½ α α€α€
AAddis Ababa Prosperity Party - α₯αα
αα
25/03/2025
!.
β "Yeroo namoota baay'ee arginu keessa jirra, garuu namummaa gahaa miti."
β "Yeroo namni sooressi daa'imman caalaa kutaa manaa baay'ee qabuu fi hiyyeessi immoo kutaa manaa caalaa daa'imman baay'ee qabu keessa jirra."
β "Yeroo bilbilli (smart phones) carraa addunyaa waliin wal argisiisuu uumanii, garuu warra cina kee (sitti dhiyoo) jiran irraa si fageessan keessa jirra.
β "Yeroo haati tokkittiin daa'imman 10f kunuunsa gootu, garuu daa'imman 10 haadha tokkittii isaaniif kunuunsa hin goone keessa jirra."
β "Yeroo sooressi nyaata bulleessuuf maayila tokko deemuu fi hiyyeessi immoo nyaata barbaachaaf maayila tokko deemu keessa jirra."
β "Yeroo maqaa namootaa baay'ee bilbila irraa qabnuu fi walitti dhufeenyi garuu dhiphaa ta'e keessa jirra."
β "Yeroo anummaan baay'atee, gammachuun dhabame keessa jirra."
β "Yeroo itti akkaataa jireenya gaarii jiraachuu beeknee, garuu akkamitti jireenya gaarii jiraachuun dagatame keessa jirra."
β "Yeroo itti baay'een gatii wanta hundumaa beekanii, garuu bu'aa isaa wallaalan keessa jirra."
β "Yeroo namoonni aangoo argatanii, garuu wal hoogganuu dadhaban keessa jirra."
Fala
!πFala
Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
Dubbisaa irraa baradhaa.
page Fala follow godhaa.
β΅. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
βΆ. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
β·. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
βΈ. Daldala hamilee malee (business without morality)
βΉ. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
βΊ. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
β». Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
βΌ. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
β½. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
βΎ. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).
NAMOOTNI MAALIIF SOBU Jettanii yaaddanii beektuu? Akka ogeessonni jedhanitti sababoota gurguddoo saddeet (8) namni sobu:
1. Waaβee mataa isaanii guddisanii agarsiisuuf.
2. Amala gadhee ykn badaa ofii dhoksuuf.
3. Diinagdee ykn faayidaalee biroo isaaniif hi malle argachuuf.
4. Namoota kofalchiisuuf fi xiyyeeffannoo argachuuf.
5. Namoota miidhuuf ykn gargaaruuf.
6. Hawaasa keessatti fudhatama argachuuf.
7. Akka hin adabamneef, adaba ooluuf.
8. Araaduma waan itti taheef.
via Dr. Gurmeessaa
Fala
Video kana irraa maal baratte?
Comment jalatti yaada kee barreexssi.
Shaggar magaalaa egereeti. Kaayyoo keenya, mul'ata ifaadhaan magaalaa jiraattotaaf mijate uumuudha. Kaayyoo fi guddina Magaalaa keenyaatiif gufuu kan ta'an al-seerummaa gosa kamiitifuu gonkumaa garaa hin laafnu. Murteen kun tarkaanfii siyaasaarraa utuu hin taane, ulaagaa magaalaa ijaaruurra akka ta'e hubatamuu qaba.
Magaalaa Egeree!
the Future City
31/07/2024
βInni qajeelummaa kee akka ifaatti, dhugaa kees akka aduu saafaatti, bakkeetti in baasa.β Far. 37:6
Click here to claim your Sponsored Listing.