Amen Graphics
Graphic design is a creative discipline that involves crafting visual content to communicate messages effectively.
05/05/2024
Innoo ka'eera
Deebi'ee inni dhufa
Maaraanaataa
Gooftaa keenyaa Kottu!
23/04/2024
“Waaqayyo wanta hundumaa yeroo isaatti miidhagsee uumeera, hawwii wanta bara dheeraa booddee ta'u beekuus yaada ilmaan namootaa keessa kaa'eera; haa ta'u iyyuu malee, namni wanta Waaqayyo jalqabaa jalqabee hamma dhumaatti hojjete, beekuu hin danda'u.
— Lal. 3:11
23/04/2024
Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti*;
Efesoon 2:8
27/03/2024
26/03/2024
1Qor. 10
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
² Hundumti isaaniis kan Musee ta'uudhaaf duumessichaa fi galaanicha keessatti cuuphamaniiru,
³ hundumti isaanii nyaata hafuuraa isa tokkicha sana nyaataniiru;
⁴ hundumti isaanii dhugaatii hafuuraa isa tokkicha sana dhuganiiru; isaan kattaa hafuuraa isa guddicha, isa isaanii wajjin adeemaa turettii dhuganiiru; kattaan guddichi sun immoo Kristos ture.
11/03/2024
11/03/2024
“Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha.”
— 1Xim. 2:4
“Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti immo ogowwummaa dha.”
— 1Qor. 1:23
11/03/2024
“Nuyi irra-daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra Kristosii wajjin jiraatan nu godhate; isin ayyaana Waaqayyootiin fayyifamtan.”
— Efe. 2:5
11/03/2024
ANI ANUMA
—Ba'uu 3:14
11/03/2024
“Yesus achii ka'ee utuu darbuu, nama Maatewos jedhamu tokko, utuu inni iddoo qaraxaa taa'uu argee, "Na duukaa bu'i!" jedheen. Maatewos yommus ka'ee, duukaa in bu'e.”
— Mat. 9:9
28/02/2024
“Achumaanis boo'aa gara miilla isaa jalaa dhaabattee, imimmaan isheetiin miilla isaa jiisaa, rifeensa mataa isheetiinis haxaa'uu jalqabde; kana booddees miilla isaa in dhungatti, urgooftuus in dibdi turte.”
— Luq. 7:38
28/02/2024
Dubartittiin immoo deebiftee, “Masiihiin inni Kristos jedhamu akka dhufu anuu beeka; inni gaafa dhufe waan hundumaa nutti in hima” jette*. Yesus yommus, “Inni amma sii wajjin dubbachaa jira; kunoo, ani isa” ittiin jedhe*.
Wangeela Yohannis 4:25-26
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa