Babi Graphics
We Turn Your Ideas into Designs.
23/05/2025
Order Now
-namoota baay'inaan ajajattaniif gatii discount ni goona
-Namoonni fudhattanii raabsuu barbaaddanis nu quunnamaa
page keenya follow godhaa
22/03/2025
🚩College Gc students
🚩University Gc students
t.me/GudisaBelachew
https://t.me/kg1cs
Graphics
+251946239501
⛳️ Unbelivable price 20% DISCOUNT
⛳️ High Quality Printing
⛳️ On Time Delivery
Just waiting for you with great.
👇👇👇👇
🚚 fast delivery
#20% DISCOUNT
30/10/2024
# Babi Graphics
14/10/2024
Over Size T-shirt
Order Now
0946239501
25/09/2024
IRREECHI IRREE KEENYA!
Ummanni Oromoo kutaa garaa garaa irraa wal ga'ee tokkummaan Finfinnee fi Bishooftuu keessa garmaamuuf guyyaa 10 qofatu hafe.
Maarree dhaabbanni keenya Babi Graphics immoo Tishertiiwwaan design mimmiidhagoo kan isin ittiin faayamtanii guyyicha itti bareechitan gatii madaalawaan qabatee isiniif dhiyaatee jira.
👂0946239501 irratti bilbiluun nu quunnamaa ajajadhaa ykn
🖎Telegram acc. irratti nuuf barreessaa
👉Hojiilee keenya kaan ilaaluuf telegram channel keenya link t.me/kg1cs kanaan seenuun join godhaa maatii ta'aa! akkasumas,Page facebook keenya follow godhaatii Babi Graphics Filannoo keessan jalqabaa godhadhaa
TEESSOON KEENYA ; Finfinnee Dooqa Booraa (22) Golagul dugda duuba
22/09/2024
IRREECHI IRREE KEENYA!
Yooyyaa jirra jirtuu?
Ayyaanni irreechaa dhiyaateera bultii 14 qofatu hafe!
Maarree dhabbanni keenya Babi Graphics akkuma yeroo kaanii maamiltoota isaaf T-shirt design babbareedaa ta'aan gatii madaalawaadhaan qabatee qophii hunda xumuree dhiyaatee jira.
Kan isinirraa eegamu ajajachuu qofa
Warreen gareedhaan ajajattaniif akkasuma immoo namoota baay'inaan fudhattanii gurguruu barbaaddaniif gatii ni hir'isna
👉0946239501 kanarratti Hello nuun jedhaa ykn
👉telegram kanarratti nu quunnamuu dandeessu
👉Tessoon keenya: Dooqaa booraa (22) Golagul
Category
Website
Address
Addis Ababa