Ahmed Siraj

Ahmed Siraj

Share

Addunyaa Dabni
Irratti Ija Baase
Kana Keessatti
Maaliifan
Miidhamee
Jechuun Mataan
Isaa Miidhaa
Qaba Addaan faca'uu moo
akka keenya kalee
Tokkummaa'uuf deema?

Yaa abboota qabsoo
hayyoota siyaasaa
Gamaa fi gamas deemuun
dhuguma nu baasaa? Hin usinaa nurraa
nu dhagahaa malee
Daa'imman keessan kun
boriif mee maal dhaale? waanti naaf hin galle?
--
Walitti idaa'aamaa
bakkayyuu wal yaamaa
Humni qabnu cufti
yoos qabsoof kuufamaa
Uummanni Oromootis
gaafas kabajamaa
--
Qabsoon qeerrookeetii
dhiiga ishee lolaaftee
Nutu galmaan gaaha
utuu tokko taatee
--
Daa'imman

24/04/2026

πŸš¨πŸš† 𝐀𝐋 𝐍𝐀𝐒𝐒𝐑 𝐇𝐀𝐕𝐄 π–πŽπ π“π‡π„πˆπ‘ 𝐋𝐀𝐒𝐓 πŸπŸ— π†π€πŒπ„π’ 𝐈𝐍 𝐀 π‘πŽπ– 𝐈𝐍 𝐀𝐋𝐋 𝐓𝐇𝐄 π‚πŽπŒππ„π“πˆπ“πˆπŽππ’! πŸ’›πŸ’™πŸŒͺ️

βœ… Win vs Al-Ahli
βœ… Win vs Al-Wasl
βœ… Win vs Al-Ettifaq
βœ… Win vs Al-Akhdoud
βœ… Win vs Al-Najma
βœ… Win vs Al-Khaleej
βœ… Win vs NEOM
βœ… Win vs Al-Fayha
βœ… Win vs Al-Najma
βœ… Win vs Al-Hazm
βœ… Win vs Al-Kholood
βœ… Win vs Al-Fateh
βœ… Win vs Al-Kholood
βœ… Win vs Al-Ittihad
βœ… Win vs Al-Raed
βœ… Win vs Al-Kholood
βœ… Win vs Al-Taawoun
βœ… Win vs Damac
βœ… Win vs Al-Shabab

πŸ‡ΈπŸ‡¦ Top of Saudi Pro League table
πŸ† AFC Champions League Two finalists

Cristiano Ronaldo & co, cooking an π’‰π’Šπ’”π’•π’π’“π’Šπ’„π’‚π’ 𝒔𝒆𝒂𝒔𝒐𝒏 πŸ‘¨πŸΌβ€πŸ³βœ¨

29/03/2026

I got over 100 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! πŸŽ‰

21/02/2026
20/02/2026

πŸŒ™ Ramadaana Keessaa! ✨
🀲 Ibaadaa, Qalbii fi Hojii Gaarii Jabeessi

πŸ’« Ibaadaa Cimsuu

Salaata shanan sirnaan salaatuu

Qur’aana baay’inaan qara’uu, hiika isaa hubachuuf yaaluu

Du’aa’iidhaan Rabbii kadhachuu

Salaata Taraawiih irratti hirmaachuu

❀️ Akhlaaqa Gaarii Hordofuu

Nama hundaaf obsa fi kabaja qabaachuu

Dubbiin badaa fi arrabsoo irraa of qusachuu

Sadaqaa fi Zakaata kennuu, hiyyeeyyii gargaaruu

Nama biraa gammachiisuun ajrii guddaa argamsiisa

πŸ•ŠοΈ Qalbii Qulqulleessuu

Nama waliin araaramuu

Hasada fi jibba qalbii keessaa baasuu

Yaada gaarii fi hojii gaarii irratti xiyyeeffachuu

βœ… Xumura:

Ji’ni soomaana yeroo ittii β€” amantii jabeessan, qalbii qulqulleessan, hojii gaarii baay’isan.
Namni ji’a kana sirnaan fayyadame, bu’aa guddaa addunyaa fi aakhiraatti argata.

19/02/2026

Ifaa Addunyaa kan ta'an
Nabi Muhammadο·Ί
(saw)irratti salawaata haa
buufnuu

Ψ΅Ω„ΩˆΨ§Ψͺ ربي ΩˆΨ³Ω„Ψ§Ω…Ω‡ ΨΉΨ§Ω„ΩŠΩ‡ Ω…

Photos from Ahmed Siraj's post 13/12/2025

Mana murtii Aanaa Gooroo Guutuutti gamaaggamni raawwii hojii gaggeeffame.

Muddee 4/2018
Mana Murtii Aanaa Gooroo Guutuutti Gamaaggamni Raawwii Hojii hanga ammaa hawaasa Mana Murtichaa waliin gaggeeffameera.

Gamaaggamichi bakka Pirizdaantiin Mana Murtii Aanaa Gooroo Guutuu kabajamoo Obbo Kadiir Yuusuf argamanitti kan gaggeeffame yoo ta'u Abbootiin Adeemsa Hojiilee hanga ammaatti akka adeemsa isaaniitti hojjatame, bu'aa argame ,hanqinaa fi ciminoota jiru hammachiisuun kan dhiheessan yammuu tahu ,dhiheessii dhihaate irrattiis mariin bal'aan erga godhameen booda hanqinaa fi ciminoota jiru adda baasuun ciminoota jiran itti fufsisuun hanqinoota mul'atan irratti xiyyeeffaannaan hojjachuu akka qaban kallattii fuula duraa kaayuudhaan gamaaggamichi goolabame.

Photos from Ahmed Siraj's post 13/12/2025

Giddu galli dhandhama Buna Gujii eebbifamuun ifatti hojii eegale.
===

Giddu galichi gaaffii bu'uura waggoottan dheeraa Oomishtootaa fi Daldaltoota Buna Godina Gujii kan ture bara mootummaa jijjiiramaatti Abbaan Tayita Bunaa fi Shayii Federaala eeyyama kennuun deebii ummata yeroo dheeraa deebisee ture.

Bu'uuruma kanaan giddu galli dhandhama Bunaa kun eyyamni ergaa kenname booda waan barbaachisu hunda guuttachuun guyyaa har'aa Dareekterri Abba Tayitaa Bunaafi Shayii Federaala Dr. Addunyaa Dabalaa, dabalatee bakka hooggansi Federaalaa,Naannoofi Godinichaa argamanitti ifatti eebbifamuun hojii eegalee Jira.

13/12/2025

Taphoota Piriimarliigii Har'aa.

➀Taphoonni jalqabaa lamaan sa'aatii⏰12:00 irratti eegalu

➀Taphni Burnley kan Fulham wajjin taphatan sa'aatii⏰2:30 irratti eegala.

➀Taphni xumuraa kan Arsenal Galgala sa'aatii⏰5:00 irratti eegala.

Photos from Ahmed Siraj's post 13/12/2025

!!
.


Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Ganda Iddoo Jaalalaa fi Caffee Aananni irratti Sirni Muuxannoo Gaarii Waal jijjiiruu daawwatamee jira.
✍️Kessattuu Waldaan Dubartoota Aanaa Gooroo Guutuu Hojii Boonsaa hojjataniin Qusannaa isaanii Cimsuudhaan Baajaajota (Konkolaataa Abbaa Miila sadii) Firii 300 Waldaa Lamaan Miseensa Isaaniif Bitanii Tajaajila Geejjibaa Naannawa sanitti Kennaa jiran Hojii Raajii Baballachuu qabaniidha.
✍️Daawannaa kana irraatti IG Walda Dubartoota Oromiyaa Aadde Rozaa Biyyaa fi IG Walda Dubartoota Godinaalee fi Bulchinsa Magaalota Oromiyaa hundi Argamanii jiru.
✍️Muxannoo Wal jijjiiruun Hojii Bu'aa qabeessaa Akka Naannootti hojjachuun qooda Dubartootaa Dinagdee, Hawaasummaa fi Siyaasa keessatti Fooyyessuuf gargaara.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Boole
Addis Ababa
1000