Awash Insurance

Awash Insurance

Share

Awash Insurance (AI) is one of the first few pioneer private insurance companies in Et
t.me/AwashInsurance

05/06/2026

የሰላም ተካፉል አገልግሎታችንን በመጠቀም የሸሪዓ መርህዎችን በጠበቀ መልኩ ጠንካራ የማህበራዊ ትስስር እየገነቡ፣ ለንብረትዎ እና ለንግድዎ አስተማማኝ ዋስትና ያገኛሉ!
#ጁመዓሙባረክ!
#አዋሽኢንሹራንስ
...
=======================
Tajaajila Inshuraansii Salaam Takaaful fayyadamuun akkaataa seera Shari’aatiin hariiroo hawaasummaa cimsaa qabeenyafi daldala keessaniif uwwisa wabii amansiisaa argattu!
'aa_Mubaarak!

30/05/2026

!
ሳምንቱን ሙሉ በስራ የደከመ አእምሮዎን ከሚወዱት ቤተሰብዎ ጋር ዘና የሚያደርጉበት መልካም የእረፍት ቀናት ይሁንልዎ!
!

...
=================
Guyyoota Boqonnaa Gaarii Isiniif hawwina.
Boqonnaa Sammuu keessaniifi uwwisa inshuraansii amansiisaaf yoomiyyuu isin waliin jirra.

...

29/05/2026

#ጁመዓሙባረክ!
ከወለድ ነጻ የሆነ፣ ስጋትዎን የሚያቃልል እንዲሁም፣ የሸሪዓ ህጎችንና መርሆችን ተከትሎ ጠንካራ የማህበራዊ ትስስር እየገነባ፣ ለንብረትዎ እና ለንግድዎ አስተማማኝ ዋስትና የሚያቀርበዉን ሰላም ተካፉል አገልግሎታችንን በአቅራቢያዎ ከሚገኝ ቅርንጫፋችን ይጠቀሙ።
#ጁመዓሙባረክ!
#አዋሽኢንሹራንስ
#ከእርስዎጋር
===================
Tajaajila inshuraansii dhalarraa bilisa ta’e, kan yaaddoo keessan salphisuufi karaa seera Shari’aa bu’uureffateen hariiroo hawaasummaa cimsaa qabeenyafi daldala keessaniif uwwisa wabii amansiisaa kennu dameewwan dhaabbata keenyaa isinitti dhihoo jirutti goruun fayyadamaa!

28/05/2026

በተካፉል ኢንሹራንስ አገልግሎት አንድ የተካፉል ተሳታፊን ድንገተኛ ጉዳት/አደጋ ሲያጋጥም ለመርዳት በወንድማማችነት እና በበጎ ፈቃደኝነት ከተካፉል ተሳታፊዎች የሚሰበሰብ ገንዘብ (መዋጮ) ተበሩዕ ይባላል።
ስለዚህ መልሱ ምርጫ ‘ሐ’ ነዉ።
1447ኛዉን የዒድ-አል-አድሃ (አረፋ) በዓልን በማስመልከት በተዘጋጀው የማህበራዊ ሚዲያ ጥያቄና መልስ ዉድድር ላይ በመሳተፍ ቀድሞ ትክክለኛ መልስ የመለሱ ተሳታፊዎች በሚከተሉት የፌስቡች ስም ወይም አካዎንት የሚጠቀሙ ናቸዉ።
1. Kal Ya Ananiya Enat
2. Liiban Lataa
3. Habtamu Worku
4. Tsfa Alkurtim Wedfit
5. Yeetseedaw Weerku

28/05/2026

Tajaajila inshuraansii Taakaafuul keessatti miseensonni yeroo balaan tasaa qabeenya miseensa tokko irra ga’u, wal gargaaruuf kaayyoo obbolummaa fi tola-ooltummaa irratti hundaa’uun maallaqa walitti qabu. Qajeelfamni bu’uuraa seera Shari’aa irratti hundaa’ee kan “maallaqa tola-ooltummaa (donation) walitti qabuu kun Tabarruu jedhama. Kanaafuu deebii sirriin filannoo “B”dha.
Waldorgommii gaaffiifi deebii Ayyaana Iid-Al-Adahaa sababeeffachuun adeemsifame kanarratti hirmaachuun namoonni deebii sirrii dursanii deebisan kanneen armaan gadiiti.
1. Habtish Hu
2. Èyyõ Gétcho
3. Tamrat Geleta
4. Shambu Mekonin
5. Boruu Diida Guyyoo

27/05/2026

በተካፉል ኢንሹራንስ አገልግሎት አንድ የተካፉል ተሳታፊን ድንገተኛ ጉዳት/አደጋ ሲያጋጥም ለመርዳት በወንድማማችነት እና በበጎ ፈቃደኝነት ከተካፉል ተሳታፊዎች ገንዘብ (መዋጮ)(donation) ይሰበሰባል። ይህ በሸሪዓ መርህ ምን ይባላል?
ሀ) ታካፉል
ለ) ከፋላ
ሐ) ተበሩዕ
መ) ወካላ

27/05/2026

Tajaajila inshuraansii Taakaafuul keessatti miseensonni yeroo balaan tasaa qabeenya miseensa tokko irra ga’u, wal gargaaruuf kaayyoo obbolummaafi tola-ooltummaa irratti hundaa’uun maallaqa walitti qabu. Qajeelfamni bu’uuraa seera Shari’aa irratti hundaa’ee kan “Maallaqa tola-ooltummaa (donation) walitti qabuu” jedhu maali jedhama?
A) Taakaafuul
B) Tabarruu
C) Kafaalaa
D) Wakaalaa

27/05/2026

‎እንኳን ለዒድ-አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
#‎ኢድ_ሙባረክ!
#‎አዋሽ_ኢንሹራንስ
#‎ከእርስዎ_ጋር...
‎=================
#‎Hordoftoonni_Amantaa_Islaamaa_Hundi
‎Baga Ayyaana Iid-Al-Adahaa Nagaan Geessan!
#‎IID_MUBAARAK!
#‎Inshuraansii_Awaash
‎ ...
‎===================
‎Awash Insurance wishes all Muslims a joyful, peaceful, and blessed Eid Al-Adha.
#‎Eid_Mubarak!
#‎Awash_Insurance
#‎We_Flow_with_You

26/05/2026

1447ኛዉን የዒድ-አል-አድሃ (አረፋ) በዓልን በማስመልከት በተዘጋጀው የማህበራዊ ሚዲያ ጥያቄና መልስ ዉድድር በመሳተፍ ሽልማቶችን ለማሸነፍ መከተል የለባችሁ መመርያዎች የሚከተሉት ናቸው።
👉የአዋሽ ኢንሹራንስ ማህበራዊ ትስስር ገጾቻችን Facebook , LinkedIn, Instagram, TikTok and YouTube መከተል (Follow/Subiscribe) ማድረግ፣
👉በአዋሽ ኢንሹራንስ ማህበራዊ ትስስር ገጾቻች Facebook, Telegram, LinkedIn እና Instagram የተለቀቀ የውድድር ህግ እና ደንብ Like ማድረግ እና ለጓደኞች ማጋራት (Share ማድረግ)፣
👉በአዋሽ ኢንሹራንስ ማህበራዊ ትስስር ገጾቻችን Facebook, Telegram, LinkedIn, Instagram, Tiktok and YouTube ለሁሉም ጓደኞች መጋበዝ (Invite) ማድረግ እና የተዘረዘሩትን ተግባራት መፈጸሙን የሚያሳይ ስክሪን ሹት (Screen Shoot) በዉስጥ (Message) ማስቀመጥ፣
👉ጥያቄዎቹን በተጠየቀበት ቋንቋ ብቻ መመለስ፣
👉በአንድ ጥያቄ ላይ መሳተፍ የሚቻለው አንድ ጊዜ ብቻ ሲሆን አንዴ የተመለሰ መልስ መሰርዝ ኢንዲሁም ማስተካከል ከጫወታዉ ዉጭ ያደርጋል
👉ሰዓቱን በተመለከተ የትኛው ሰዓት እንደሚመቻችሁ የቴለግራም ቻናላችን https://t.me/AwashInsurance ላይ በመግባት እስከ ጠዋት 2:00 ሰዓት ድርስ ይምረጡ። በአብዛኞቹ ተሳታፊዎች የተመረጠ ሰዓት ላይ ጥያቄው ይለቀቃል።
ጥያቄው ስንት ሰዓት ላይ ይለቀቅ?

26/05/2026

,
Ayyaana Iid Al-Adahaa sababeeffachuun waldorgommii gaaffiifi deebii karaa fuula miidiyaalee hawaasaa dhaabbata keenya adeemsifamurratti hirmaachuun injifattanii badhaafamuuf haaldureewwan armaan gadii guutuun isinirraa eegama.
• Fuula miidiyaalee hawaasaa dhaabbata keenyaa Facebook, , LinkedIn, Instagram, TikTok fi YouTube hordofuufi miseensa ta’uu,
• Qajeelfamoota waldorgommichaa karaa fuula miidiyalee hawaasaa (Facebook, Telegram and Linkedin) gadhiifame Like gochuufi hiriyootaaf qooduufi akka hordofan affeeruun Iskiriin shuutii karaa kaassaan eeguu,
• Gaaffii afaan ittiin gaafatame qofaan deebisuu
• Gaaffii tokko irratti hirmaachuun kan danda’amu yeroo tokko qofa yommuu ta’u, deebii si’a tokko barreeffame balleessuun kan biraa barreessuun yookan sirreessuun taphaan ala nama taasisa.
• Sa’aatii gaaffiin itti gadhiifamu filachuuf Chaanaalii Telegiraamii dhaabbata keenyaa https://t.me/AwashInsurance seenuun hanga ganama sa’aatii 2:00tti sa’aatii isiniif mijatu filadhaa. Sa’aatii namoota hedduudhaan filatame irratti gaaffiin gadhiifama.
'aatii_meeqarratti_haa_gadhiifamu?

Want your business to be the top-listed Finance Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

http://t.me/AwashInsurance

Address


Ethiopia
Addis Ababa
12637