Singer Lalisa Israel
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Lalisa Israel, Addis Ababa.
08/05/2026
Jijjiirama cululuqaa
More Lalisa Israel
22/04/2026
Dursa Fuula kana 'FOLLOW' godhaa
You can order as in will
17/04/2026
Contact us iNBOX
BEFORE FOLLOW 👇
https://www.facebook.com/lalisa.israelwarati.JOKERIST
12/04/2026
OUR LOGO DESIGN
10/04/2026
Mee design kam filattu akka fedha keessaniitti isiif hojjechuuf qophiidha.
Keessaan nu dubbisuu dandeessu.
08/04/2026
Warra ajajataniif Kunoo:
Kan ajajattanii jirtan kan ajajachuu barbaaddanis keessaan nu dubbisaa.
Tajaajilli nuti laannu:
Haala Suuraa irraa argaa jirtan kanaan Suuraa keessan haaluma jiruun qulqullina isaa dabalee, background isaa akka fedha keessaniitti jijjiiree, uffata gosa barbaaddaniin, staayilii barbaaddaniin isin bareechuuf qophii xumureera.
Suuraawwaan Cidhaa, Guyyaa dhalootaa, fi kkf Kan hojjechiifachuu barbaaddan (message) nu dubbisuu dandeessu.
Tajaajila dabalataaf: +251932215839
07/04/2026
! TO ALL OF OUR FOLLOWER
keenya akka filannoo keessaniitti haga barbaaddan waan barbaaddaniin Yoo ajajattan dafee isin qaqqabsiisuu danda'a.
Tajaajilli nuti laannu:
Haala Suuraa irraa argaa jirtan kanaan Suuraa keessan haaluma jiruun qulqullina isaa dabalee, background isaa akka fedha keessaniitti jijjiiree, uffata gosa barbaaddaniin, staayilii barbaaddaniin isin bareechuuf qophii xumureera.
Suuraawwaan Cidhaa, Guyyaa dhalootaa, fi kkf Kan hojjechiifachuu barbaaddan (message) nu dubbisuu dandeessu.
Kana booda tti fayyadamuun hafeera barri bara dijitaalaati.
Odeeffannoo dabalataaf:
+251932215839
Warri maqaa comment gootanii jiranis keessaan nu dubbisaa
Meeshaalee guutuu
06/04/2026
Warri ajajattanii jirtan obsaan eeggadhaa
HUB: nama page kana godheef hojjetama.
Kan ajajachuu barbaaddanis keessaan nu dubbisuu dandeessu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
Addis Ababa