Olii
Gaariin Akka Waaqayyoo Hin Jiru!!
itti fufa...
Kaayyoon keenya akkas fakkaata
09/05/2026
Namni isin suuraa isaa asii gaditti argaa jirtan kun, Singer Amanuel Gadisa jedhama. faarfataadha, raajiidha, abbaa hiyyeessotaati. kana malees nama ispoortiidhan Master jedhamee waamamudha. social media kana irraa amala namoota baay'ee argaan oola! dhugaa dubbachuuf Amaanu'el namootan hojii isaanii fi ilaalcha isaanii raajeffadhu keessaa nama tokkodha!gama gargaassaatti yoo dhufne akkuma isinuu beektan nama namaaf oo'u, nama baadiyaa baay'ee keessa deemee namoota namni hin argineef birmachaa ooludha. namoota ergaa faarfannaa batanii dhokatanii jiran baay'eellee gara media kanaatti fidee nama beeksisaa turee fi beeksisaa jirudha. gama tajaajila faarfannaa fi raajummaatti gaafa deebinus, Amoon nama ayyaanni waaqayyoo fagootti irraa beekamudha. gama ispoortiitti gaafa deebinus, Amoon nama dandeettii cimaa qabudha! kana malees, ammallee karaa gara garaan ijoollee keenya biyya dubai jiran hedduu tumsaa akka jiru social media kana irraa ni agarra. walumsa galatti Amoon Nama fakkeenyummaa gaarii qabudha. Kana immoo hojii inni hojjete baay'eetu ragaadha. kanaaf namni bu'aa saba kanaaf buusteetta Thank you ittiin jedhamuu qabu,tokko obboleessa fakkeenya gaarii qabu kana ture. Amoo hojiinkee gaarii akka ta'e hojiin ati hojjette baay'een ragaadha. kanaaf jabaadhu ati fakkeenya dhaloota baay'eeti! Thank you Amo🙏
Lidoo Eebbifami!
08/05/2026
Kan Jaalalli Adda
Hoolicha Naaf Qalame! Yosef Ofkala Baga nagaan dhufte.
Eebbifamaa!
06/05/2026
Singer Gemechu Alemayo Brother kun siif xiqqoodha jabaadhu imalli gara 1M'ttidha.🏃
Lafarratti boqonnaa, waaqa irratti jireenya bara baraa isa namaaf kennu gara koottaa🤲
05/05/2026
Baga Nagaan Dhufte Gammee. Har'a Galgala jedhu irra gadhiifama Link Comment jala jira Subscrib gochaa Eegaa🙏
Simalee Hinamanu
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Ambo
Addis Ababa